Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Gabatee-7 5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə29/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   84
Gabatee-7

5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa

Biiroo Barnoota Oromiyaa

  • Carraa hojii keennu

  • Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u

  • Kaffaltii yeroon raawwachuu dhabuu,

  • Carraa hojii dhowwachuu

Bulchiinsa Magaalootaa (Godinaa, aanaa)

  • Carraa hojii

  • Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u

  • Kaffaltii yeroon raawwachuu dhabuu,

  • Carraa hojii dhowwachuu

Dhiyeessitoota meeshaalee fi tajaajila adda addaa

  • Meeshaalee fi tajaajila baay’ina fi qulqullina barbaadamen yeroo barbaadame keessatti dhiyyeessuu




  • Yeroon fi qulqullina barbaadamun ykn haala waliigaltee tiin dhiyeessuu dhabuu

  • Raawwii hojii boodatti hambiisuu




Hojjetoota IIDO

  • Naamusa , dandeettii fi beekumsa gaarii qabaachuu,

  • Imaammata, tarsiimowwan fi riiformiiwwan mootummaa fudhachun hojiitti hiikuu,

  • Miira tajaajiltummaa qabaachuu,

  • Raayyaa siviil sarviisii akka ta’anii argaman

  • Iddoo hojii mija’aa uumamee

  • Bulchiinsa gaarii dagaage

  • Humna dandeettii raawwachisummaa cimsachuu

  • Mindaa haala hojii fi yeroo wajjin adeemuu danda’uu fi faayidaalee adda addaa argachu

  • Sirni badhaasaa akka jiraatu

  • Jijjiramaaf qophii ta’uu dhabuu

  • Rifoormiwwanii fi tarsiimoowwan jijjiramaa amananii fudhachuu dhabuu,



  • Hojii dadhabsiisuu,

  • Hojii gadi lakkisuun (turnover)





Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin