Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Jijjiiramaaf qophaa’uu dha



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə26/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   84
Jijjiiramaaf qophaa’uu dha

Biyya lafaa kanarratti jijjiirama jalaa miliquu kan danda’u wanti tokkollee hin jiru. Kanaaf, addunyaan jijjiirama saffisaafi itti fufiinsa qabu keessatti argamti. Jijjiiramoota guddina saayinsii fi teknoloojii, qaroomaafi gamnooma ilma namaa bara kanaa wajjiin of–sirreessanii tajaajila ummanni barbaadu kennuu baannaan toora jiruufi jireenyaa keessaa darbamanii bahuutu mudata.

Jijjiiramoota qaroomaa fi beekumsi dhala namaa, fedhiin tajaajila ummataa guddaan jabana kana barbaadan, nama dhunfaa, dhaabbile fi qaamoleen mootummaa sammuu banaa godhanii fudhachuun akkaataa yeroon gaafatutti tajaajila barbaadamu kennaa waliin yoo hin tarkaanfanne kufaatii hamaatu qunnama.

Kanaaf hoggansii fi ogeessi sadarkaa sadarkaan jiru jijjiiramootaa fi rifoormota yeroon gaafatuuf dammaqoo ta’anii, rincica tokko malee adda durummaan hubatanii hojiitti hiiku fi akka dungootti ifanii ummataatti mul’isuu qabu.

Walumaagalatti ogeessonni interpiraayizii kanaa aadaa tajaajilummaa ummataa gabbifatanii jijjiirama dhufu waliin deemuuf qophaa’oo fi si’aawoo ta’uu qabu.




  1. Yüklə 2,07 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin