F) Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamna
Galma ga’iinsa hojii ijaarsa daandii tiif qabeenya qabnu kunuunsuu fi qisaasa irraa eeguun murteessaa dha. Qabeenyi kun kan of keessatti qabatu:
-
Humna namaa:- leenjii kennuu, carraa barumsaa kennuu fi marii hojjettootaa wajjin hojiidhaaf kakkaasuu kan danda’u onnachiftuu adda addaa kennuun itti fayyadamuu dha.
-
Meeshaalee dhaabbataa:- Maashinarii, Konkolaattotaa fi ‘Light plant’ kan akka Genereetara, Kompireesaraa, ‘Welding Machine’, fi kkf yeroo yeroon hordoffii taasisuun (PM & CM) tajaajila yeroo dheeraa akka kennaniif kunuunsa barbaachisaa taasisuu,
-
Dostları ilə paylaş: |