2. Ergamaa fi Mula’ta Mootummaa Naannoo Oromiyaa
2.1. Ergama
Ergamni Mootummaa Naannoo Oromiyaa, imaammatoota fi tarsiimoowwan siyaasa, misooma diinagdee fi hawaasummaa fiduu danda’uu fi fedhii ummataa giddugaleessa godhate irratti hundaa’un sirna dimookiraasii, bulchiinsa gaarii, nageenya fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun, bulchiinsa qabeenya uumamaa fi eegumsa naannoo cimsuun, Oromiyaa diinagdee fi hawaasummaan badhaate gochuu dha.
2.2. Mul’ata
Bara 2012 tti sirni dimookiraasii, nageenyi fi bulchiinsi gaariin hirmaannaa fi walta’iinsa ummataatiin mirkanaa’ee, misoomni hawaas-diinagdee haqummaan hawaasummaa keessatti diriiree Oromiyaa galii giddugaleessa qabdu uumuu.
Dostları ilə paylaş: |