Cheekliistii Gamaggama Raawwii Hojii Ji’ottan Darban bara 2014



Yüklə 487,57 Kb.
Pdf görüntüsü
səhifə2/5
tarix26.11.2023
ölçüsü487,57 Kb.
#135124
1   2   3   4   5
Cheekliistii Gamaggama Raawwii Hojii 2014

3.
 
Sagantaa/piroojaktii gargaarsaa fi liqii 

Karooraa fi raawwii hojii fandiiwwanii gosa sagantaalee fi piroojaktootaatiin adda baasanii 
dhiheessuu 

Itti fayyadama maallaqa fandiiwwanii gosa sagantaalee fi piroojaktootaatiin 



Bu’aa sagantaalee fi piroojaktoota gargaarsaa / fandiiwwanii argamaa jiranii
4.
 
Qoodinsa baajata aanaalee fi bulchiinsa magaalaa 

Gabatee yeroo ragaa adda addaa biiroo irraa gadi darbu ykn bu’u deebisanii erguu dhabuu 

Dhimma karoora galii keessaa fi galii mana qopheessaa 

Ragaa uulaagaa qooddii baajataa
Damee Bittaa, Bulchiinsa qabeenyaa fi Faayinaansii 
1.
 
Bittaa Fi Bulchiinsa Qabeenyaa 

Gabaasa itti fayyadama boba’aa kurmaana kurmaanaan qindeessuun naannoof erguu 

Odiitii bittaa fi bulchiinsa qabeenyaa aanaalee fi bulchiinsa magaalaa odiitii taasisuuf 
karoorfamee fi raawwii isaa 

Gabaasa raawwii bittaa kurmaana kurmaanaan naannoof erguu 

Invantarii qabeenya dhaabbii istookii waliin walmadaalchisuun gabaasa isaa naannoof 
erguu 

Ragaa konkolaataa fi dhabamsiisa qabeenyaa qindeessaanii naannoof erguu 

Muuxannoo gabaasa hojiirra oolmaa ‘software asset management’ biiroon keenya irratti 
hojechaa jiru godinoota Harargee Bahaa, Harargee Lixaa, Arsii Lixaa fi Shawaa Kibba 
lixaa akkasumasa bulchiinsa magaalaa Buraayyuu fi Aadaamaa hojetamaa jiru sadarkaa 
maalirra akka jiru
2.
 
Bulchiinsa Faayinaansii 

Itti fayyadamni baajata mootummaa ji’a ji’aan hordofamee yeroodhaan gabafamaa jira? 
a.
Gabaasa herreega mootummaa yeroo fi qulqulliinaan haalli jiru maal fakkaata? 

Aanaaleen/Bul.Magaaloota kan ji’a fi kurmaanaa guyyaa dhiyeessan yoomi?

Aanaaleen/Bul.Magaalootaa qulqullinaan dhiyeessan meeqa?

Aanaaleen/Bul.Magaalootaa gabaasa guutuu dhiyeessan meeqa?

Madaalii Lakk.maallaqa calla aanaalee fi bu magaalotaa dhiyeessan meeqa? 

Araarsa herrega baankii aanaalee fi bu magaalotaa dhiyeessan meeqa? 

Uunkaa Herreega walittii qabamaa fi Kaffalamaa gadii bu’ee. 
b.
Gabaasii sadarkaa naannootti bara 2013 cufamee 

Sadarkaa Biiroo,Godinaa fi Bul/Magaalootaa Ykn Aanaalee wal fakaataa? 

Ragaan data base”IBEX” fi “hard copy” herreegni itti cufame kan WM godinaa naannoo 
waliin 
kan 
WM 
godina 
aanaalee 
fi 
bulchiinsa 
magaalootaa 
waliin 
walsimuun/garaagarummaa tokko malee/ mirkanaa’eeraa?,” 



Hard copy”n maxxanfamee chaappaadhaan mirkanaa’ee mana galmee sadarkaa hunda 
jiraachuu isaa hangam hordofama jira? 

IBEXn gabaasii erga xumuramee booda Cufamee jiraa? yoo hin cufamiin maaliif? 
c.
Madaalliin herreega walitti qabamaa fi kaffalamaa kan bararoota darbani fi bara Baajata 2013ttii 
naanna’aan adda baasuun koodii herreegaa tokko tokkoon hammamtu gad bu’ee?

Uunkaa qophaa’ee irrattii gabaafamaa jira?

Koreen
 
sadarkaa sadarkaan dhaabbate hojii irra jiraa?

Madaallii herreegoota kana gad buusuuf koreen kana qulqulleessaa fi hordoffaa jira? 

Herreegni walitti qabamaan qulqullaa’ee sadarkaa angoo kennameen haqameeraa (right 
off) ta’eeraa. 

Haquuf waan rakkoo ta’e maalinni?
 

Rakkooleen adeemsa raawwii irratti isin qunname adda baheera?

Yaada furmaata egamu(dhihaate) jira? 
d.
Gabaasa kaffalamaa ilaalchiisee 

Bara baraan addaan bahee Uunkaa qophaa’ee irrattii gabaafamaa jira? 

Kaffaltiin yeroo egannoo yeroo isaa eegee raawwachaa jiraa?

Hirrifamttoa akka ‘with holding’ naannoo biraa ta’ee isin birat hirafamee 

yeroo isaa eeguudhaan ni dhangala’a? 

Maallaqni buusii sooramaa ji’a ji’aan sadarkaa WM godinaa, aanaalee fi bulchiinsa 
magaaloota irraa ji’a ji’aan sassaabamu lakkoofsa herreega baankii idilee sadarkaa naannoo 
jirutti yeroon galii ta’a jira? Ragaan baankii Biroof ni ergamaa? 

Hanga ji’a ______ darbeera. 

Gabaasii isaa kan ji’a ________ ergameera. 

Qulqullinaan ni hojjeetamaa? 

Harcaatiin jiru dugugame gala jira/ 

Buusiin sooramaa kan galii keessaa irraa kaffalamuu Fkn Mana qopheessaa, 
fandiiwwan kontoraataa, Hospitaaloota 
Kkf

Yoo hin ergamiin hafe emaliif? Sababa _________________________________ 
e.
Godina,Aanaaleen fi Bul.Magaalootaa Muxannoo gaariin fakeenya ta’u yoo jiraatee haa ibsamuu?
f.
Deggersaa fi Hordoffii ilaalchiisee 

Ogessoonni Godinaalee deggersaa fi hordoffii
 
Aaanolee fi bulchiinsa magaalotaa 
karoorfamee kennamaa jiraa? 



Dhiheesa Gabaasa irratti ragaan yaa mirkanaa’uu duub deebii Aaanolee fi bulchiinsa 
magaalotaaf keenamaa jira? 
g.
Buusii Sooramaa 

Dabarsa maallaqa buusii sooramaa ji’a ji’aan haarcaattii malee erguu dhabuu (Godinaalee 
Arsii, Baale, H/Bahaa, Sh/Baha, Sh/Kaabaa, Sh/Ki/Lixaa, Arsii Lixaa, Go/Ad/N/Finfinne, 
Bunnoo Badalee, Bale Bahaa fi Mag.Adaama ala jiran) 

Gabaasa yeroon erguu dhabuu 

Advisii hin mulanee erguu 

Debit Advisii erguu 

Argannoo oditii Ejensii Hawaasummaa irraa dhufuu gama keenyaan akka qulqulaa’ee 
deebi’u yeroo ergamuuf deebii kennuu dhabuu. 
h.
Herreega Trezyarii Naannoo ilaalchisee:- 

Maallaqa galii karoora ol bulchiinsa magaalootaa irra galii ta’u haala sagantaa qabameen 
yeroo isaa eganii dhangalaasu dhabuu. 

Galii adda addaa gara Tirezyarii naannoottii dhangala’uu mada isaa beeksiisuun nagahe 
fudhachuu dhisuu. Hanga nu bilbilee gaafanutti calisuu. 

Dabarsa maallaqa lakk. Herreega baankii Godinaalee fi Aanaaleetti galii ta’eef ragaa 
(xalayaa)male dabarsaan galmeesanii gabaasu. (fkn. Dogongora baankiin yeroo lama 
ergamee fi maallaqa qaama bira irra ergamee) 

Maallaqa gara tirezyarii naannootti galii ta’u hin qabnee galii gochuu (fkn. Maallaqa vat fi 
‘cost sharing’ hojjatoota dhabillee dhuufuu) 

Yüklə 487,57 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin