Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Tartiiba Hojiiwwan raawwataman calqabaa hanga dhumaatti (process Activities)



Yüklə 1 Mb.
səhifə40/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   36   37   38   39   40   41   42   43   ...   48
Tartiiba Hojiiwwan raawwataman calqabaa hanga dhumaatti (process Activities)

Hojii Gareen/Hojjetaan raawwatu(Regroup /organize activities by work volume

Dandeettii barbaachisu

Eenyuun akka hojjetamu

Gita Hojii(Job Titile)

Sadarkaa Gita Hojii

Baayyina Raawwattootaa

Garee Qindeessaa Walta’iinsaa fi qindoomina hojii dubartootaa

Sad/Bar

Muxanno

  1. Seektaroota mootummaa hojii dubartootaa idileessuu irratti qindeessuu, hordofuu, gamaggamuu, tarkaanfii  sirreeffamaa fudhachuu

  1. Maandeetii idileessa hojii dubartootaa fi irratti seektarootaf kennamefi gahee biiroo dhimma dubartootaa ni sakata’a/ti

  2. Wixinee labsii maandeetii idileessa hojii dubartootaa seektarootaa ni qopheessa/ti

  3. Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu ni qopheessa/ti.

  4. Wixinee qajeelfamaa/Dambii ni qopheessaa/ti

  5. wixineewwan labsii, dambii fi qajeelfamoota qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun ni mirkaneesa/ti

  6. Qajeelfama/Danbii qophaa’eerratti hubannoo ni kenna/ti

  7. Qaamolee dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf ni raabsa/ti

  8. wixineewwan labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun mirkaneesisa/ti

9. wixineewwan labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota maxansiisun qaamoolee dhimmi ilaalu bira akka dhqaqbu ni taasisaa/ti

10. labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota hojiira iolmaa isaani ni hordofti/ ni hordofaa

11. Dokimentii hubannoo

paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaaf itti kennamuu /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa ni qopheessaa/ti

12. Dokimentii qophaa’ee irratti hubannoo ni kennaa/ti

13.TOR madaallii karooraa fi raawwii sektarootaa ni qopheessa/ti

14. Karooraa fi gabaasa sektaroota ni madaalaa/ti

15. Dhimmoota sekteroota hunda mana hojii keenya keessatti idilaa’an adda ni baasa/ti

16. Qajeelfama dhimmoota sekteroota hunda sektara dhimmi ilaalu irra ni fudhataa/ti

17. Dhimmoota sekteroota hunda irratti hojjattoota mana hoiichaaf hubannoo ni kennaa/ti

18. Karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin ni qopheessa/ti

19. Karoora mana hoji keessatti akka dhimmootiin sekteerra hunda haammatamuu ni taasiisa /tii.

20. karoorri dhimmoota sekteeroota hunda mana hojii keessatti hojii irra ooluu isaa ni hordofaa /tti ni qindeessa/tti

21.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii ni qindeessa/ti

22. Ragaalee qindaa’an idoo mijataa fi qaamni barbaadu hunda salphaati akka argatu ni kaa’a/keetti.

23. Rakkoolee ilaalchaa, dandeetti fi dhiyeessi sakatta’uun adda baasun ni keeti/ kaa’a.

24 .Rakkoolee adda bahani irratti dokimentii marii ni qopheessaa/tti

25 .rakkoolee ilaalchaa fi dandeetti irratti dhimmamtoota waliin mariin akka geggeeffamu ni taasisti/saa.

26 .chaarterii waliigaltee ni qopheessa/ti

27 .Ulaagaalee gamaaggamaa fi madaallii sekterootaa ni qopheess/ti

28 .Karooraa fi raawwii hojii sekterootaa ni hordofu/ti, ni gamaaggamu/ti , ni madaalu/ti duuba deebii ni kenna/ti,sirreeffamni akka taasifamu ni godha/ti

29 .Sekteroota raawwii gaarii qabanii fi hin qabne addan ni baasa/ti qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti

30. Idileessa hojii dubartootaa irratti Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa tiif hubannoo ni kenniti/niti

31 .Adeemsa sochii finiinsa hirmaannaa ummataa walii leenjii ni kennaa/ti

32.yaada furmaata rakkoon dandeetti raawwachiisumma ittiin hiikkatuu qaama ol’aanaaf ni diyeessa /ti

33. Hojiiwwaaan dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti idileessuu qaamma dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni idileessa.



Digrii

Jalqabaa

MA

Doktaretii



Disipiilinii

Sayyainsii

Hawaasaa, Gender study


  • Dandeetti

Kompiitara


Wagga10
Wagga 6

Wagga 4


Raawwattoota idileessaa Korniyaa Dame Dinagdee fi Damee Hawaassummaa,


PS -8


1



Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   36   37   38   39   40   41   42   43   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin