Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə116/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   112   113   114   115   116   117   118   119   ...   156
D
Maappii Tarsiimoo’aa
hiheessaa fi itti fayyadama teeknooloojii guddisuu


Ibsa (Description): Teeknooloojii adda addaa bu’aa qabeessa ta’an fayyadamuun hojii ijaarsaa fi suphaa daandii fooyyeessu, sadarka mana abbaa taayitichaa keessattii ITtiin qabinsa ragaa hammayyaa hundeessuudhaan odeeffannoo fi walqunnamti sirrii fi saffisaa babal’isuun itti fayyadama IT dabaluun hojii saffisiisuu fi beekumsa hubannoo teekinooloojii fooyyessuu. Kana malees, teeknooloojii jiranii fi dabalataan barbaachisan addaan baasuun beekumsaa fi gahumsa fayyadama teeknooloojii guddisuun akkaataa bu’aa qabeessa ta’een kan hojirra oolu ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   112   113   114   115   116   117   118   119   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin