Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə124/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   120   121   122   123   124   125   126   127   ...   156

7.2. Dizzaayinii


  1. Dizzaayiniin application’n kana kutaalee gurguudoo afur off-keessaa qaba. Isaaniis:-

    • Baafata (menu)

    • Foormii daataa itti Galchaan (input sheet)

    • Foormii raawwii fi manii (process sheet)

    • Dhiyeessaa gabaasaa (out-put sheet)

  2. Ibsa isaan kana akka armaan gaditti ibsama

    • Baafata (menu)- keessatti linkiwwan gara

      • Biiroo, Adeemsa Hojii, Garee, Godinaalee, Aanaalee fi Magaalootaa fi itti dabaleessi baafata kana keessa

      • Mul’ata

      • Ergama

      • Dudhaalee mana hojiichaatuu jira. Kanaaf baafata kana irraa ka’anii gara adeemsa hojii barbaadaniitti deemuun ni danda’ama

      • Baafatni kuni wantoota armaan gadii qabata

        • Liinkii kallatii madaallii arfaaniittin deemu

        • Liinkii gara gabaassa Liinkii gara iskoorkaardii

        • Liinkii gara baafata wal-gala

Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   120   121   122   123   124   125   126   127   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin