|
Kaaskeedingii SMBKT (Cascading the BSC)
|
səhifə | 127/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Kaaskeedingii SMBKT (Cascading the BSC)
S
Kaaskeedingii SMBKT
eensa
Kaaskeedingii (cascading) jechuun sirna madaallii bu'aa karoora tarsiimoo (SMBKT/BSC) mana hojii adeemsaalee hojii, gareewwan hundaa fi raawwattootaaf (horizontal cascading) akkaasumas, caasaalee waajjiiriichaa hanga gaditti jiraniif (vertical cascading) gadi buusuu dha. Kunis, galma gahiinsa karoora tarsiimoo mana hojiittiif gahee isaan irraa eegamu haala itti bahaan kan agarsiisu yemmuu ta'u kan gadi bu’uu kaayyoo tarsiimo'aa, safartuulee tarsiimo'aa, maniiwwanii fi tarkaanfilee tarsiimo'aati. Sadarkaa kanatti hojiiwwan gurgudoon armaan gaditti ibsaman ni raawwatamu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|