Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə20/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   16   17   18   19   20   21   22   23   ...   156

Ergama ATDO


Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinnee naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.
      1. Mul’ata ATDO


Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha
    1. D
      Sakattaa’iinsa
      uudhaalee ATDO


Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen ATDO sadarkaa sadarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Duudhaa gaariin hoggantootaa fi hojjettoota hundaa biratti hubatame qabaachuun qulqullina tajaajila kennamu fooyyessuu irratti bu’aa ol’aanaa qaba. Akkasumas, haala sirna tajaajilli itti kennamuu qabu agarsisuu irrattis gahee ol’aanaa taphata. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon ATDO maamiltootaa fi dhimmamtoota adda addaa biratti calaqqisuu qaban kanatti aansee dhihaateera. Isaanis:

  • Ittigaafatamummaa

  • Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeessaa

  • Hirmaachisummaa

  • Qophaa’ina jijjiiramaa

  • Iftoominaan hojjachuu

  • Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu

      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   16   17   18   19   20   21   22   23   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin