Qabxiilee Xiinxalaa
|
Carraa (opportunities)
|
Sodaa(Threats)
|
-
Siyaasaa/seera
|
Al-waalta’iinsa (decenteralization)
| -
Aangoon murteessummaa daandii misoomsuu, bulchuu fi kunuunsuu hanga sadarkaa gadiitti bu’e jiraachuu
| -
Misooma daandii qulqullinaa fi sadarkaa barbaadame raawwatamu dhabuun lolaa fi roobaan tajaajila ala ta’u danda’a
|
Imaammata
| -
Imaammata fi tarsiimoo hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuusa
-
Mootumman fedeeraalaa fi naannoo misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii walqunnamsiisuu irratti xiyyeeffannaa guddaan kennamuusaa
| -
Imaammatni ifa ta’e jiraachuu dhabuu
|
Siyaasaa, seeraa fi nageenyaa
| -
Haalli siyaasaa gaariin jiraachuun qooda-fudhattoota biyya keessaa fi alaa fedhii fi qindoominni isaanii dabalaa jiraachuu
-
Kutannoo siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf jiraachuu isaa
|
Walitti buhiinsii fi wal dhabdiin daangaa naanoolee irratti uumaamuu
|
|