Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


II. Diimoogiraafii (Demography) fi Environment



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə14/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   42
II. Diimoogiraafii (Demography) fi Environment







  • Baayy’innii uummataa gar-malee dabaalaa deemuu isaatiif fedhiiin hawaas-diinagdee guddaachaa deemuu (fedhii daandii argachuu dabaluu)

  • Humni omishaa misoomaa irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu

  • Egumsa qabeenya Intarpiraayizichaa irratti qodini ummani qabu guddaa ta’usaa

  • Akka biyyaatti iddoo balaan uumamaa ‘natural disaster’ fkn kirkira lafa, sigiga laafaa, volkaanoo fi kkf jiran adda ba’anii ta’uu isaa,

  • Uummanni naannoo gammoojjii jiran faffaca’ee jiraachuun isaa dhiyyeessii bu’uura misoomatiif mijaawaa ta’uu dhabuu.

  • Bakka ummani fafaca’ee jiraatuutti humni namaa ogummaa qaban dhabamu

  • Roobni yeroo isaa hin egnee roobu

  • Cirrachi filatamaa, bishaan bakka dhihotti argamuu dhabuu

  • Jijjirama qilleensa baramaa (global warming) uumamuu danda’u





Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin