|
|
səhifə | 47/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| Firii madaallii kenname___/2%
Deeggarsaa, hordoffii fi duub-deebii akkaataa karooraatiin taasisuu fi jijjiirama dhufe
|
2%
|
Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan raawwaachuun, deeggarsa taasifame irratti duub-debii kennuun jijjiiramni/fooyya’iinsa/ qabatamaan yoo dhufee (2)
| | |
Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan kennuun duub-deebiin kennamee garuu jijjiiramni yoo dhufuu baate (1)
|
Sirna hordoffii fi deeggarsaa ciccitaa fi itti fufiinsa kan hin qabne fi dub-deebii kenname ciccitaa fi jijjiiramni dhufe kan hin jirre yoo ta’e (0.5)
|
Sirna hordoffii fi deeggarsaa fi duub-deebii taasifame goonkumaa yoo hin jiraanne(0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qasbu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|