Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Garaagarummaa Raawwii Hojii Muuxxannoo gaarii wajjin (Benchmark performance gap)



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə8/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   26

. Garaagarummaa Raawwii Hojii Muuxxannoo gaarii wajjin (Benchmark performance gap)


Lakk

Raawwii hojii wajirra keenya

Wajjira Muxannoo gaarii qabaan

Garaagarummaa Fedhii fi raawwii (Performance Gap)

Yaada Furmaata

1

Maanajimentii Waajjira

 

 

 




  • Dhimma kamiyyu caala dhimma hojii tiif dursa ni kennu

  • Karoora fi baajata wagga qopheesudhaan ni mirkaneessuu

  • Gabasa torbanii, ji’aa kurmaana fi waga ni gamaggama

  • Raawwii karoora kurmaana gamaggamuu fi kallatti kennu

  • Bittaawwan gurgudda mirkanneessu fi kan boorditi dhihaachuu qabu boordiif dhiheessudhan murteesisu

  • Mamilaa pirojeektii hojjachisuu waliin walitti dhufeenya gaarii ummu

  • Hojjetoni Leenjii fi Barnotaa gahumsa hojjetoota cimsu akka argatan haala mijjesu dhabu

  • Naannoo hojii mijeessudhaan hojjata giddutti dorgomiin akka gaggeefamu taasisu fi onnachisu dhabuu

  • Raawwii hojii karoora wajjin walbira qabudhaan ni madalu kallatii sireeffama ni kennu.

  • Rakkoolee uumaman maridhaan fi yeroo osoo itti hin kennin furmaata ni kennu

  • Hojii waliin hojjatani guddachuu fi miraa tajjajilum ummata isaani gudda ta’uu

  • Hojiiwwan waligaltee dhan hojjachuu fi hojii hojjatamu itti dhiheenyan too’achuu

  • Hojii hojjatamu safaraanni hojjattootaf ni kennu

  • Hojiiwwan hojjatamaan gad fageenyan adda baasuun akkata hojiin kun itti raawwatamu irratti qajeelfama ni kennaan

  • Hojjata dadhabinaa agarsisee haala itti fooyyeessaan /tarkanfii sirreefama fudhata/ fi kan gaarii hojjatee immoo kan daraan itti cimuu danda’an qajeelfama qopheessani hojii irra ni olachu

  • Hojjataan haaraa yoo qaxaramee akka hojii hojjatamuun wal baruu leenjiin ni kennamaf

  • Dambii fi qajeelfama interpraayize hogantoota hunda biraati beekkamu dhabu

  • Karooran hogganamu dhabuu

  • Hojiiwwan bu’aa qabani irratti xiyyeeffachudhan hojjechu dhabu.

  • Haala hojimaata haaraa fi teeknolojii dhiheessu dhabu

  • Hordoffi fi to’annoon qindominaan gaggeessu dhabu

  • Yeroodhan murtii kennu dhaabu fi murtii darbee hojii irraa olchu dhabbu

  • Hojimaata hammayaa ta’een deemu dhabuu

  • Hojii hojjatamu kara seera qabeessa ta’een safarani kennudhan fi haala dandeettin raawwatinsii isaan itti cimu irratti hojjechu dhabu

  • Oggeessota dandeetii isaani ijaaruf xiyyeeffanno kennu dhabuu

  • Manuwaalii ykn ‘work procedure’ ijaarsa qopheessun oggeesi hundi akka beeku taasisuu dhabu




  • Dambii, qajeelfama fi maanuwwalii interpiraayizii beeku, qopheesu fi akka jiratu gochu.

  • Toftalee hojii yeroo gabaaba keessatti ittiin raawwatan diriirsu

  • Hojjatoota raawwiin hojii isaani akka dabalu fi dandeetin isaani akka cimmu leenjii fi baruumsan kennu

  • Hojjataa raawwiin isaa garii ta’ee jajjabessu fi kan gaarii hin tannee tarkaanfii sirreessa fudhacha deemu

  • Hordoffi fi too’anno hojii ijaarsa pirojeektoota wal irraa hin cinne fi yeroo isaa egatee gaggeessu

  • Teeknolojii raawwii ijaarsa dabalu danda’aan dhiheessun raawwii dachaan dabalu

  • Manajimeentiin fi hojii adeemsistootiin wajjira hojjimaata hojii fi fedhii maamiltoota giddugaleessa godhate diriirsuudhani fi hojii irra olchuf guutuma guututtii of-jijjiranni fakkenya ta’anni hojjatoota akkaata itti jijjiru danda’aan haala mijjjeessu qabaan. (leenjii, teeknolojii, dhiheessa … kk

  • Hojjetaan tokko hoji jalqabuu duraa maaliif akka hojjatuu, eenyuuf akka hojjatuu, akkamitti akka hojjatuu, baasii fi yeroo,qulqullina fi feedhi mamilaa irratti leenjii kennu

2

Hojjetootaa













  Hojii kiyaa jedhame abbumaan raawwachu dhabuu

  Hojii hojjatamuuf hubbannoo dhabu

  Hanqinaa beekkumsaa qabachuu

 Hojii irratii Sabaaba baayisu

  Ittigaafatammuma bahu dhaabu

  Hojii hojjatu wabii isaa ta’uu ni beeku

  Rakkoon hawwasa akka rakkoo isaa ta’ee ni beeka


  Wajjiralee pirojeektoota dabalatee wajjirii hojii hojjatu hunda irratti hojjatootiin akka hanqinna hubbanno qaban ni mul’ata

 Hojjatootiin hojii fi maamilaa giddugaleessa godhatanni akka hojjatan Hubbannoo kennu

 Hojii safaarani kenuu fi fudhachuu

Hojii hojjatamuuf qophii duraa qubsa taasisuun hojjatootiin hunduu kaayyoo fi galmaa wajjiraa beekanni jijjjirama akka fidaan hubbachisuu,

Hojjatootiin beekumsaa isaani, human isaani, yeroo isaani fi dandeetti isaani hundaa guddina wajjiraaf akka hojjataan tasisuu



3

Angoo fi Ittigafatamumaa ramaddii Humna namaa, Maashinarii fi meesha Ijaarsa













  • Hojjetaan hojii hojjeetuf itti gaafatamuma fi Angoo murti ittin dabarsuu hin kennamuf




  • Hojjeta hojii hojjeetuf itti gaafatamumaa fi Angoo ni kennamaf




  • Hojjetaadhaf hojji hojjeetuf Angoo fi Ittigaafatamumaa kenu dhabu.




  • Hojji Ademsissaa Ol’aana hanga hojjetaa gaditti hojji hojjetaniif

angoo fi ittigaffatamuma kennamu qaba.








  • Hojjetaa Wajjira tif guddina Sadarkaa isaa egatee yeroodhan kennu dhabuu fi kana irraa kan ka’e waajjira gad dhisuu.




  • Hojjetaa Wajjiraa ttif guddina Sadarkaa yeroo isaa egatee ni kennamaf




  • Hojjetaaf sadarkaa guddinaa yeroo isaa egatee kenu dhabu

  • Sadarkaa guddinaa yeroo isaa egatee hojjetaaf kennamu qaba

4

Qulqulina Ijaarsa 'Technology'tiindeeggaruu













  • Hojii Ijaarsa Saffisisuun Kan dana’an technology hammayaa fayyadamu dhabu .

  • Hojii hojjetoni pirojekti hojjetan saffisisuuf kan dandeesisu ‘technology’ hammayyaa kan akka ‘Woki tokii’ fayadamu dhabu

  • Gama wajjiratinis ta’e gama Pirojektitiin qulqullinaa Ijaarsa eeguf hojiimani too’anno ittin jiiraachu dhabu.

  • Konkolaataa gaha ta’e hojji dhaf hin ramadamu.




  • Sadarka pirojektitiin hojii pirojekti saffisisuu kan dandeesisan ‘technology’ hammayaati ni fayyadamu

  • Hojji hojjetaman kammiyufu rakkina konkolaata hin qaban.

  • Pirojjekti irratti hojjii ijaarsa qulqulinaa kan itti too’atan meeshalee akka ‘Laboratory’ ni qaban




  • Waajjiri gara hojjimataa hojji hammayaa tti bal’inaan hin seene

  • Hojii hojjetamu qulqullina dhabu irraa kan ka’e baasii suphaatif irraa deddebi’ame saaxilamu

  • Hojjetonni ijaarsa hojjetan waligaltee beeku dhabu,

  • Hojii qulqulinaan fi yeerodhaan qindeessani hojjechuu dhabu


  • Itti fayadamumaan ‘technology’ hammayaa %95’n gudachu qaba.

  • Laboratory qulqulinaa ijarsaa itti too’atamu ijarame fayyadamtootaf tajaajila kennu qaba

5

Gama Sagantaa hojii fi Dhiheessa Meeshaaleetiin













  • Sagantaan hojii ba’u tilmaama fi BOQ irratti hunda’en kan qopha’u miti.

  • Sagantaan yeroo tokko tokko waliigaltee kennameen ala qophesu.

  • Sagantaan bahu guyyaadhan, torbaniin fi ji’an adda bahee waan hin qophoofneef, maal, yoom, essa fi akkamitti akka hojjetamu beekku dhabu.

  • Jijjirama dhibaan naanoo hojii irratti dhibba umuu (fidu )danda’u sagantaa keessa galchu dabu.

  • Sagantaa hojii qophahu raawwii isa qamni hordofu hin jiru

  • Sagantaa hojii qopheessuu qaama hojjetu osso hin ta’in qaama bira waan ta’ef.

  • Karoora Qama dhimmi Ilaalatu hundaaf yeerodhaan keennuu dhabu.

  • Sagantaa hojii Qopheesuf ‘Soft ware’hammayaa fayyadamu dhabu

  • Karoora (sagantaa) hojjii yeerodhaan gamagamuu fi irra deebi’ani karoorsu (reschedule) dhabu.

  • Toftaa bu’aa fidan irrati hunda’u dhabu.

  • Rakko hojji irratti umamee maalif akka umaame addan baasu fi murti itti kennu muxxano dhabu.

  • Meshalee iddo pirojekti irratti qopha’anis ta’e waajjira ol’anaa irra ergaman kara seera qabeessaan hojji irra olchuu dhabu




  • Sagantaan qopha’uu BOQ irratti qofaa kan hunda’e osso hin ta’in ‘work drawing ‘ irraa ni qopheessani.

  • Sagantaan bahu guyyaa dhan, torbaniin, ji’an fi Wagaan addan baasee raawii isaa haaluma bahen hordofa.

  • Jijirama dhibaa naanoottin hojji irratti dhufu danda’u sagantaa keessa galchudhaan hojjetaa.

  • Sagantaan hojii qopha’e qaamni illalatu hundinu raawwii isaa ni hordofaa akkasumaas waan foyya’uu yoo qabate ni fooyessa.

  • Sagantaan hojji ogessaa hojjeetun qopha’a

  • Sagantaan yoo qopha’u waantota miidhaa hojji irra fidu danda’an xiyyeeffanaa ni keenaaf.

  • Karooraa Yeroo isaa egate qophesse gara hojjiti ni gala.

  • Karoora Qama dhimmi Ilaalatu hundaaf yeerodhaan keennaf

  • Sagantaa hojji Qophesuf

  • Soft ware’ hammayaa tin ni fayyadamu

  • Karoora(sagantaa) hojjii yeeroodhan ni gamag- amuu irra debi’anis hojjii ni karoorsu (reschedule).

  • Toftaa bu’a fidan irrati hunda’ni ni hojjetu.

  • Rakko hojii irratti yeroo umamee maalif akka umaame addan ni baasu yeroodhan murti ni keenu.

  • Meshalee iddo pirojekti irratti qopha’anis ta’e waajjira ol’anaa irra ergaman seerra qabeessan hojji irra oluu isaani ni hordofaa

  • Sagantaan hojji (karoori)

  • Serraan waan hin qophofneef

  • Yeeroo kan fudhatu ta’u isaa

  • Dhimmotaa rakkina ta’u danda’an waan ilaalcha keessa hin galchineef

  • Kan hojii jiru irrati hunda’e waan hin taanef

  • technology hammayyatti fayyadamu dhabu

  • qaamni hundinu xiyyeefanaa kennanii hordofu dhabu

  • hojjiti jijjiruuf rakkina waan qabuuf baaye hojjechuu akka qabamu ni agarsisaa

  • Gabasaa rawii guutu ta’e jirachu dhabu

  • Karooraa guyyaa qabaachuu dhabu

  • Rakkollee hojjii ijaarsa irra umamaniif furmaata yeroodhan kenu dhabu.




  • Software’ hammayaa fayyadamudhan sagaantaa hojii (karooraa) maal, essatti, yoom, eenyuf, eenyun akka hojjetamu fi rawwiin hojii ilaallamu danda’u %100 qophessanii qammotaa illalatuf laatani rawwii isaa hordofu qaba.

  • Haali Sagantaatiin dhihessi meeshaa Ijaarsa fi maashinarin %100 dhihachu qaba

  • Rakkolee yeroo ijaarsa ummamuu danda’an dursani beekani rakkoon yoo ummames yeroodhan furmaata argachu qaba.

  • Hojii ijaarsa irratti humna namaa fi maashinari hojii hojjettu haala staandardi tin qulqulinan, baasii fi yeeroodhaan ilaalame gamagamamu qaba.




6

Hordofii fi Gamaggamaa Pirojektii













  • ‘Supervision’ yeroo bay’ee kan raawatu jarjaraan fi bay’inaan yoo rakkoon hojii ijaarsa irratti mul’ate qofa ta’u.

  • Ka’umsaa hojiimaata too’anno pirojektitif oluu qopheesu fi hojii irraa olchuu dhabu

  • ‘supervison’yeroo rawwaatu qaamota dhimmi ilaalatu fi hojii dhaf gargaarsa taasisan hirmaachisuu dhabu

Raawwii hojjii pirojektii gamaa saaytitinis ta’e gama birootin gamagamu dhabu .

  • Supervision ‘kan adeemsisamu guyyaa guyyadhan kunnis kan ta’e ooggeessi saayiti irraa waan jiranif.

  • Supervision kan rawwatamu qammoleen saddan

  • Contractor

  • Consultant

  • Client wallin bakka jiranitti .

  • Raawwiin hojii projektii yeroo yeroodhaan ni gamaggamu, sireeffamnis yoo jiraate yeeroodhan ni sireesu

  • Supervisiondhaf xiyyeefaannoo kennuf dhabuu fi yeroo gagaffamus qamolee illalatu hin hirmaachisuu




  • ‘Supervision’ too’anno hojii ijarsaa yeeroo isaa egatee qaamolee isaan illalatu hirmachisuun gaggesuu fi rakoollee hojii ijarsaa waliin jiran furmataa kunu

  • Degaarsaa tekniikaa Itti gaafatama pirojekti tif keenu

  • Gama dhiheessa meeshaa tin xiyyeeffannoon keenamu qaba.

  • Haala sagantaa kaa’ameen hojii hojjechu

  • Hojii ijaarsa guyyaa guyyadhan hojjetamuuf bu’aa fi kissaraa isaa beekkamu qaba.

7

Hojii haaraa barbaadu, Sanada caalbaasii fi Waliigaltee qophesu













  • Haala gabaa nannoo sirriti osso hin qoratiin gatii tilmaamaa guutu fi kisaara fuldurati qunnamuuf Itti gaafatamumaa fudhachuu dhabu.

  • Haala dandetti raawwi waajjirichaa hubbanoo keessa hin galchineen waligaltee galu.




  • Qaama hojji hojjetu osso hin hirmaachiisin caalbaasi gutuu

  • Hojjiiwan Waliigaltee isaani fudhatame haala qabatamaan maal irra akka jiran beeku dhiisu fi ‘chek list’ qophessu dhabu.

  • Jijiraa Hojjii ijaarsa irratti umamuf beekumsa gaha dhabu.yoo jiraatele waajjira haala fayyadun raawwachu dhabu.

  • Kaffaltii jijjirama hojji ijjaarsa irratti umamuuf ,haala yeroo isaa eggatee Kaffalti haaraa( new unit rate) irra deebi’ani akka hojjetamu gochuu dhabu.

  • Hojji ‘Working drawing’ irra jiru fi ‘Document’ keename (BOQ) garaagarumaa qabu sirri ta’u isaa mirkaneesani gara sanadaa kaffaltiiti jijiruu dhabu.




  • Haala walligaltee jirun yeeroo, qulqulinaa fi baasii isaa eegate hojji ijjarsaa xumuramu isaa mirkanesse maamilaaf seera jirun dabarsu dhabu.

  • Gaafi fi kaffaltti qulqulinaan gaafachuu dhabu fi ‘retention’ yeerodhaan hordofanii galii taasisuu dhabu.







  • Haala gabaa amma jirru, gatii meesha, humna namaa fi kkf. Irratti hundaa’udhan gatii kaffaltii (unit rate) ni gutaa.

  • Hojii ibsa barbaadan kan akka ‘tender drawing’ fi Dokkumanti walitti dhufeenyaa caalbasi waliin qaban seeran ni fudhata.

  • Dokumantii walligaltee

(Contract document) gaddi fageenyan xinxalani waajjiricha haala itti fayyadamuun ni mijjessu.

  • Qaamin hojii hojjetu kan caalbaasi gutu dha.

  • Hojjiiwan Waliigaltee isaani fudhate haala qabatamaan maal irra akka jiran ‘chek list’ qophessu dhan ni hordofa.

  • Hojji irratti Ogeesa beekumsa fi muxxanoo gahaa qabu hojjechisaa.

  • Kaffaltii jijjirama hojji ijaarsa irratti umamuuf haala raawii waajjiraa fi dhibbaa naanno irraatti qabu ilaalchaa keessa galchudhaan Kaffalti haaraa ( new unit rate) irra deebi’ani ni hojjetu

  • Hojji ‘Working drawing’ irraa jiru fi ‘Document’ keenname (BOQ) garaagarumaa qabu siri ta’u isaa mirkanesee gara sanadaa kaffaltiiti ni jijiraa.

  • Qaamni hunduu ( 3 C’s) waan jiraniif hojjii ijaarsaa qulqulinaan ,fi basii xiqaan hojjetame yeerodhaan wal harka fudhinsa ni taasisaa.

  • Gaafi kafaltti qulqulinaan hojjetame fi ‘Retention ‘yeroo isaa egatee ni gaafata






  • Haala raawwi waajjira irratti hunda’udhan gatii gutu dhabu

  • Sanadiin waligaltee kan bu’aa IIHBO eege miti.

  • Hordofiin hojiin haala waligaltee tiin hojjetama jira moo hin jiru jedhu laafa ta’u,







  • Hojji haara barbaadu fi qophii sanada caalbasii xiyyeefannon hojjechuuf oggessa gaha fi wantoota barabachisa ta’an(required resources) ’Data system’ haala gaaridhan gurmaa’e, ICT fi kkf/ gutudhaan iccittin isaa kan egatee, itti gaafatamuma fi sadarkaa isaa kan egatee qophessu.

  • Yeroo sanadin waliigalteen (contract agreement) qopha’u sadarkaa adunyaatti (International) kan eggate fi bu’a waajjirichaa kan egsisu ta’e haala biyyaa fi daladala naannoo ttii seera adda adda waliin wal madaalu qaba.

  • Adeemsii hojii haala waligaltee galameen hojjetama jirachu hordofu diriru qaba.





8


Qabinsaa fi Wal jjijiraa Ragaa













  • Formaati tokko (Kan wal fakaatu) fi ifa kan ta’e raga kan ittin dhi’essan jiraachuu dhabu.

  • Gabaasa Sadarkaa hojjii irra jiru yeeroo yeroodhaan wal jijiruu dhabuu.

  • Raawwii pirojjektti guyyaa guyyadhaan gamagamu dhabu.

  • Gabaasa pirojektii yeroo fi haalan erguu dhisu fi yeero tokko tokko guutumaa gututi erguu dhabu.

  • ‘Data base system’ akka waajjirati jiraachu dhabu.

  • Waajjiri raga (data document) kan ittin qabatu ‘Data base system’ itti fayadama.

  • Hojji hojjetame haala fi yeero barbadameen beeksisu fi gabaasa goodhun akka hojji tokkotti illaalamaa.

  • Hojji hojjetamu haala fi yeerodhaan waan gabaasamuf rakkon yoo umame illee yeroodhaan furmaata kan ittin keenamu hojjimanii diriree jira.




  • Hojjetoota hojji irra jiran raga ‘ data’ akka qaban dirqama isaani ta’u beeksisu dhabu fi kanaaf hojii maata akka ‘Data Base’ diriirsu dhabu.




  • Raga hojii guyyaa guyyaa dhan qabamee haala ‘Data base’ tiin qaama hunda biraa akka gahu sistaminni diriru qaba.

9

Karooraa hojii fizikaalaa fi baajata qopheessuu













  • Qophiin karoora fi baajata otoo hojiira hin oliin hanga Hagayya ni tura

  • Haala qophii karoora fi baajata wagga irratti hojiin hubanno oggeessota pirojeektoota irra dhufaaniif ni kennama

  • Karoorii pirojeektoota oggeessa wajjira pirojeektootiin dhufaannii qopha’ee akka Dameen Ijaarsa mirkaanneesse gara Divizhinni Karoora fi Baajata dhufuu ta’aa. Karoorii qindeesse manajimeentiif, Boordiif fi Abba Taayitatiif dhiheessa. Kan mirkana’ee qaama hojjatuuf raabsa

  • Karoorii hanga waxabajjii 30tti qophiin xumuramee Adolessa tokko irra jalqabee hojii irra oluu,

  • Qophiin karoora fi baajata hojjatoota, oggeessa hunda, maamilaa fi dhimmamtoota akka hirmachisuu barbadama,

  • Karoora fi baajata haala qabatama irratti hunda’ee hojiira oluu danda’uu barbaduu,

  • Deeddeebii dame ijaarsa, karoora fi manajiimeetii giddu baayyeen akka hin jirannee barbaduu



  • Karoorii fi Baajatiin hanga Waxabajjii 30tti xamuramu dhaabbu,

  • Karoorii fi Baajatiin wagga qopha’uu hojjatta baldhaa fi maamiltoota hin hirmachiifne,

  • Karoorii fi Baajatiin haala qabatama wajjira irratti hunda’ee hin qophofne humna ol karoorfama ture,

  • Deeddebi otoo hin baayatiin xumuramu dhaabuu,




Karoora hojii fizikaalaa fi baajata otoo barii baajata itti annu hin seeniin hojjataa fi hojjachisaa sadarkaa sadarkaan jiru hirmachisuun qulqullinaan qopheessuu

10

Hordoffii fi gamaaggama













  • Hojiin hojjatamu baayyee waan ta’eef qabeenya heddu gaggeessa ture,

  • Gabaasni wajjira pirojeektoota, damee, divizhinni fi kutaan qopha’ee hanga divizhini karoora fi baajata gahee, qinda’ee dhihatitti yeroon itti dhihaatuu hin egamu turee,

  • Ragaa guutuun waan qaama hojii raawwatu irra hin dhihaanneef gabaasa yaada furmaata qubsa dhiheessuu irratti hanqina turee

  • Qabeenya qusannodhaan fayadamu,

  • Gabaasa of-ibsuu fi qulqullina qabuu yeroo isaa egate akka dhihaatu,

  • Gabaasa guutuu wajjira ibsuu,

  • Gabaasa rakko fi raawwii xinxalee yaada furmaata waliin dhihaatee barbaduu,

  • Deeddebi tokko malee akka dhihaatu,

  • Sirna hordoffii diriiree hojii irra olee barbadu

  • Hordoffii irratti hunda’ee tarkanffiin sirreeffama akka fudhatamu barbaduu

  • Manca’insii bal’inaan mul’ata,

  • Gabaasa qulqullina fi yeroo isaa egatee furmaata waliin hin dhihaatu,

  • Gabaasni kurmaana fi wagga Baasii (faayinaansii) waliin waan hin dhihaanneef guutuu hin ture, kanaafuu gabaasa wajjira yeroo isaan keessatti ibsuu hin dandeenye dhihaata,

  • Tarkaanfiin sirreeffama qabeenya badu, gabaasa dhihaatu, karoora fi to’annoo waliin wal-qabate kennama ture hojii irra olchutti lafa ture

  • Hojiin to’annoo Damee fi Divizhinni adda addaa keessatti gaggeefama ture kan wal-hinsimnee fi faca’aa ture

Hordofii fi gamaagamaa hojii hojjatamee yeroo karoorfame keessatti oggeessota adda addaa faayadamuun gaggeessu fi tarkanfii sirreeffama madaalawwa ta’e fudhaachun sirreessuu

11

To’annoo Sodaa













  • To’annoo sodaa irratti hojjataanii fi hojjachisaan akka qabataan tasifama turee jira

  • Damee fi Divizhiin dhimmi waan isaan ilaalatuuf akka karoora keessa galuu tasifame jira

  • sodaa hanqina mallaqaa qunnamu dursame akka beekamu fi furmaata akka argatuu

  • Karoorii hojii fizikaala ijaarsa fi baajata fulduraatti waan isaan qunnamu addaan baasani akka karooran

  • To’annoo sodaa gaggeessuf karoorii dhimma kan irratti hojjatame dhihaatee qubsamiti

  • Hanqina mallaqaa fi naamusa oggeessota muldhatuu ta’ochuu dhaabuu

Soda hojiin waliin walqabate jiru keessattu faayinaansii fi ijaarsa jiru durasaani itti qopha’udhaan otoo midhaa hin qaqqabsiin to’achuu



Yüklə 1,2 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   4   5   6   7   8   9   10   11   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin