Lakk
|
Rakkoo
|
Seerota ykn ka’umsa rakkoo
|
Yaadamoota moofaa
|
Yaadamoota kan sobsiisu
|
Yaadama Haaraa
|
3
|
Fedhiin teeknooloojii/rakkoo yeroon dhiyaachuu dhabuu
| -
Fedhiin teeknooloojii guuruun yeroo dheeraa fudhata jechuu
|
Fedhiin teeknooloojii dhiyeessuun yeroo dheeraa akka fudhatu ni beekama jechuun yeroo ittii kennuu.
|
Xiyyeeffannoo fi ittiigafatamummaan yoo jiraatee fedhii teeknooloojii yeroon dhiyeessuu ni danda’ama
| -
Karoora fi sagantaa hojii fedhii fi ragaa sassaabamu qopheessuu
-
Tooftaalee fi maloota ragaa, fedhii fi rakkoon ittin sassaabamu qopheessuu irratti marii’achuu fi ifaattii kaa’uu
|
-
Qonnaan bulaan ragaa fedhii isaa gahaa ta’e hin kennuu
|
Qonnaan bulaa ragaa gahaa waan hin kennineef oggeessii fedhii isaa waan tilmaamuf offif dabarsuu ni danda’ama jechuu.
|
Qonnaan bulaa kan hubachiisan yoo ta’e rakkoo fi fedhii isaa waan beekuf ibsuu ni danada’a
|
Qonnaan bulaa kakaasuu fi ijaaruudhan hubannoo akka argatu gochuun fedhii isaa akkaa ibsu taasisuu
|
4
|
Teeknooloojii fooya;aa dhiyeessuu fi babal’isuu dadhabuu
| -
Qonnaan bulaan keenya teeknooloojiin hara’aa dafee hin fudhatu
|
Teeknooloojii tokkoo barsiisuu fi babal’isuuf yeroo dheeraa waan fudhatuuf yeruma isaa eegee ni bababalata jedhaanii eeguu
|
Yeroo ammaa kana qonnaan bulaan barate fi akkasumas teeknooloojii hara’aa fudhachuuf fedhii kan agarsiisan waan jiraniif isaan biratti yaaluu ni danda’ama
|
Wirtii leenjii qonnan bulaa irratti yaalii gageesuudhan
|
Hojiiwwan qorannoo qonnan hojjetamani bu’a qabeessaa ta’an fi muuxannoo gagarrii dowwachiisuun babal’isuu ni danda’ma
|
-
Teeknooloojii hara’aa tokoo qonnaan bulaa birattii yoo kufe fudhatama nuu dhabsiissa
|
Teeknoojiin babal’isuuf bulaan lafa qarshii fi humna isaa waan nuu hin kennineef hojjechuu hin dand’amu kan jedhanii yaaduu
|
Yeroo ammaa qonnaan bulaa tokkoo tokkoo kaka’umsa isaatin deegersa tokkoo malee yaalii hojjechaa jira
|
|
3
|
Omishnii fi omishtummaan misooma jallisii baay’inaa fi qulqullin gadi bu’aa ta’uu
|
-
Ilaalchii, hubannoon fi xiyyeeffanoon jallisiif kennamu gadi bu’aa ta’uu
| -
Hojii jalllisii kan yeroo rakkooti jechuun yaaduu
-
Misooma roobaa gannaa irrattii qofa xiyyeeffachuu
-
Bu’aan jallisii irraa argamu xiqqeessanii ilaaluu
-
Jallisiin humnaa fi hordoffii yeroo yeroon waan barbaaduuf ni dadh’abbi qaba jechanii yaaduu
| -
Jallisiin dhan waggattii al lamaa fi isaa oli omishuun bu’aa guddaa argachuu ni danda’ama
-
Hojiin misooma jallsii bifa ’control’ ta’een waan hojjetamuuf Omishtummaan argamu amansiisaa dha.
| -
Qaamaa rawwachisuu fi rawwatuuf hubannoo kennuu
-
Do’ii fi muuxannoo ggaggarii fayyadamtoota jallisiitiif argisuun illalcha jiru jijjiruu
-
Hojii hirmannaa uummataa guddisuun
|
-
Calaa guddistuu foyya’aa kan akkaa sanyii filatamaa, xaa’oo haalaa gaha ta’een fayyadamuu dhiisuu
| -
Lafti jalliliisii uumamaan gabbataa waan ta’eef xaa’oo hin barbaachisu jechuu
-
Mudurrii fi kudurrii xaa’oo hin barbaachisu jedhanii yaaduu
| -
Lafti biyyaa keenyaa yeroo dheeraf omisha waan ooleef gabbummaa isaa dhabee jira
-
Mudurrii fi kudurrii xaa’oo baay’inaan barbaaduu (higher feeder)
| -
Gabbina biyyee eeguu fi calloomina dabaluuf xaa’oo fayyadamuun murteessaa dha
-
Calloomina kuduraa fi muduraa dabaluuf xaa’oo madaalaaa fi hanga eeguudhan fayyadamuun barbaachisaa dha
|
-
’Agronomic practice’ midhaan jallisitif godhamu xiqqaa ta’uu (not improvrd Practice)
| -
Humna gahaa hin qabu jechuun, utuun kunuunsuu baadhus omisha argachuu ni danda’ama jechuu kunuunsuu dhiisuu
|
Midhaan jallisiin misoomuu sirrittii yoo kunuunsame malee aramaa fi dhibeef saaxil ni ba’a, akkasumas bishaan bifa barbaaduun fayyadamuu ni rakkisa
|
Haalaa paakejii qopha’een ‘Agronomic practice misooma jallisii hojii irraa oolchuun calloominni midhaan sun kennuu danda’uu argachuu ni danda’ama
|
-
Eegumsa midhaani Ilbiisaa addaa addaa irraa godhamu laafaa ta’uu
|
Ilbiisonnii addaa addaa durumanuu akka jiranii fi midha’aan isaan geessisaniif hagana guddaa akka hin taanetti ilaaluu fi ittiisuu dhiisuu
|
Ilbiisonnii adddaa addaa misooma jallisii irrattii baay’inaan miidh’aan qababsiisaa akka jiruu fi midha’an kunis yeroo tokko tokkoo hanga 50% fi isaa oli gahaa jiraachuu isaa
|
‘Integrated pest management’ (IPM) hojii irraa oolchuun haalaa naannoo fi nama irraattii miidha’aa hin geesisneen ilbiisota addaa addaa to’achuun barbaachisaa dha,
|
-
Kunuunsi omisha boodaa midhaanii jallisiif godhamu xiyyeeffannoo argachuu dhabuu
| -
Omishni sababa kunuunsa omisha boodaa dhabuu irraa hira’atu xiqqeessanii ilaaluu
-
Miidh’an miidhama omisha boodaa irraa gahee gabaa irrattii ni gurgurama jedhanii yaaduu
| -
Midhaan jallisiin misooman yeroo dheeraf turuu waan hin dandeenyef hir’ina guddaa agarsiisaa jiru(post harvest losses)
|
Hir’ina sababa hanqina kunuunsa omisha boodaatiin mul’atu kana hir’isuuf hubannoo gudaa ni barbaachisa
Teeknooloojii omisha boodaa adda addaa hojii irraa oolchuun badiinsaa kana gadii buusuun ni barbaachisa.
|
4
|
Grma’iinsii uummataa laafa ta’uu
|
Barumsaa fi hubannoo bu’aa fi fayiidaa Gurma’iinsaa Dhabuu
|
-
Hojiin misooma jallisii haala dur barameen ni hojjetamaa jeedhaanii yaaduu
-
Gurma’uun fayidaa hin qabuu jeedhaanii ilaaluu
| -
Hojii dur barameen oomishii barbadamuu dhufuu hin dandeenyee
-
Gurma’anii waliin hojeechuu irra muxaannoo garii argacuu fi walii irra barachuuf ni gargara.
|
Uummataa fayidaa gurma’urra fayidda argatu barsiisuu fi hubannoo keennuun barbachiisadha
|
5
|
Ummanii WIBJ tiin gurma’uuf feedhii dhbuu
|
Ilalchaa fi Hubannoo dhabuu
| -
WIBJn yoo gurmoofnee Qabeenyii keenyaa ni samaama jeedhanii yaduu.
-
Waaldaan gurma’uun basii nama basiisa jeedhaanii yaaduu.
-
Bishaan haala adaatiin bulchuun ni danda’ama jeedhanii yaaduu.
|
-
Kaappitaala gaha ta’e horachuuf tajaajila dhiyeesii galteewwanii fi suphaa fi “opration” gaggesuuf busiin barbachiisaha.
-
Bishaan haala adaatiin bulchuun seera ittin bulmataa waan hin qabneef itti fayyadama bishaan jallisii irratti walitti bu’iinsaa hanbisuu hin dandeenyee
|
Itti fyaadamtoonni Bishaan jallisii hundii Waldaa itti fayyadamtootaa Bishaan Jallisii tiin gurma’uu qabuu.
Miseensoonni WIBJ Seera ittiin bulmataa kawwataaniin buluu fi hojiirra olchuu qabu.
|
6
|
Odeeffannoo gabaa oomisha jallisii sirrii fi qulqillina qabu dhabuu
|
Omishtootni odeeffannoo gabaa gahaa ta’e dhabuu
Dalaallonnii faayidaa ofiitif jechuuf gatii gabaa murteessuu
| -
Gabaan akka baratii, baratuu kasa baratuu kufisaa jeedhaanii yaaduu
-
Dalaalaa malee omisha koo gurguruu hin danda’uu jedhanii yaaduu
| -
Oomishaa gabaa irratti barbadamuu omishuu
-
Qulquuliinaa isaa eganii oomishuu
-
Gurma’anii gabaa barbaadachuun gurguruu ni danda’ama
|
Qonnan bulaan odeeffannoo gabba qubsaa fi yerroo isaa eeggate argachuu qaba
Qonnaan bulaan kan gabaan barbaaduu omishuu qaba
|