Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Baay’inaa daandii sadarkaan fooyyaa’e Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə105/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   101   102   103   104   105   106   107   108   ...   156
Bu’aa: Baay’inaa daandii sadarkaan fooyyaa’e

Milkaa’ina: Walitti dhufeenya hawwaasa dabale

  1. Haguuggii daandii dabaluu

Ibsa (Description): Ergamaa fi mul’ata Abbaa Taayitichaa galmaan gahuuf waliin gahiinsa daandii fedhii fi gaaffi uummataa gidduu galeessa godhate irratti hundaa’uudhan babal’isuun murteessa dha. Daandilee sadarkaa adda addaatti hojjetamuuf yaadaman duraan dursee ulaagaa qorannoo daandii dursa argachuu qabu adeemsisuun dhimma xiyyeeffannoo barbaadu ta’a. Haaluma kanaan, facaatii daandii waliin gahuuf qaamotni akka teeknooloojii caalmaa humna namaa, hirmaannaa uummataa, kontiraaktarootaa fi gorsitoota adda addaa itti fayyadamuu fi hirmaachisuudhaan waliingahinsa facaatii daandii bonaa gannaa Godinaalee, Aanaalee fi giddugaleessa gandootaa keessattii mirkaneessu dha. Akkasumas, muuxannoowwan gaggaarii hojii daandii irratti jiran babal’isuudhaan kanneen haaraas addaan baasuu fi galmeessuun barumsa gara fuula duraaf qindeessuun SWDB galmaan gahuuf ni hojjatamaa.

K


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   101   102   103   104   105   106   107   108   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin