Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Daandii baay’inaan ijaaramee Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə107/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   103   104   105   106   107   108   109   110   ...   156
Bu’aa: Daandii baay’inaan ijaaramee

Milkaa’ina: Walitti dhufeenya hawwaasa dabale

  1. Dhiheessa Tekinoloojii fi Galteewwan Daandii Guddisuu

Ibsa: Tekinoloojiiwwan ammayyaa bu’a-qabeessa ta’aniif galteewwan daandii keessatti bu’uura ta’an dhiyeessuun guddina daandii irraa uummanni haala fedhii isaatiin fayyadamaa akka ta’u gochuun barbaachisaa dha.

Tekinoloojii haaraa madaqsuu fi babal’isuudhaan uummata biraan ga’uu, qaamolee daandii ijaaranii fi tekinooloojii dhiheessan waliin ta’uun daandii babal’isuu irratti xiyyeeffatamee ni hojjetama.

Dabalataanis hojiilee muuxannoo gaggaarii babal’isuun hawaasni tekinooloojiiwwan bu’a-qabeessummaan isaanii mirkanaahee fi gatii gad aanaa ta’an argatee akka itti fayyadamu gochuudha. Galteewwan misooma daandii fi geejjibaa kan akka TCHN, kan akka maashineerota ijaarsa fi meeshaalee tiraafikaa hammayya’oo fi kkf.qorachuun dhiyeessuu irratti xiyyeeffatamee kan hojjetamu ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   103   104   105   106   107   108   109   110   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin