Finfinnee Waxabajjii, 2003


Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə141/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   137   138   139   140   141   142   143   144   ...   156
Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

Misoomaa Daandii(Road Development)

Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale

Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

Ibsa Hojii(purpose statement): Adeemsa hojii deeggarsaa bulchiinsa faayinaansii fi bittaa tarsiimoo ATDO galmaan akka gahamuu sirna fi qajeelfama bulchiinsa faayyinaasii, bittaa fi qabeenyaa irratti hunda’uudhaan bu’aa-qabeesummaa itti fayyadama baajataa fi qabeenyaa akka mirkana’uu hojjechuu,akkasumas qabiyyee herregaa haala ammayyaa ta’een qabachuu ,bittaan yeroodhaan akka gaggeeffamu taasiisuu, kaffaltiin qulqullinaan qopha’ee yeroodhaan akka raawwatu gochuu, herrega yeroodhaan buusuu fi buusisuun hojjechuu, karoora faayinaasii fi qabeenyaa qulqullinaan qohpeesuu, gaafii yeroodhaan dhiyeesuun raawwii isaa hordofuun raawwachiisuu, gabaasa raawwii bulchiinsa faayinaasii fi bittaa akkasumas, qabeenyaa qulqullinaa fi yeroodhaan dhiyeesuudha.

      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   137   138   139   140   141   142   143   144   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin