Finfinnee Waxabajjii, 2003


Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə144/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   140   141   142   143   144   145   146   147   ...   156

Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa


Kallattii Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa hordoffii fi deeggarsa guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi Bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale (efficiency) (%n)

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qabeenya qisaasama malee hojiirra oole % n

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa

  1. Qulqullinaa fi yeroo gabaasaa fooyyessuu

Dogoggora gaabaasaa xiqqate %’n

15

12

9

7

5

3

Sagantaa bulchiinsa ragaa






Gabaasaa Odiitii yeroon dhiyaate %’n

50

53

58

64

72

80







  1. Kenniinsaa tajaajilaa odiitii fooyyesuu

Qulqullina kenna tajaajila odiitii fooyya’e (%’n)

51

63

70

78

85

95

Sagantaa fooyya’iinsas JBAH




  1. To'annoo raawwii fi faayinansii (performanc & Financial audit) fooyyessuu

Uwwisa to'annoo dabale %’n

50

52

56

62

68

75




Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeetti fi gahumsa Hordooffii fi Deggarsa odiitii guddisuu

Raawwii hojii dabale (%n)

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama ITguddisuu

Hojjattootaa dandeettin ITtti fayyadamuudanda’n %’n

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa hojii fooyyessuu

Hojjetoota aadaa hojii gaarii horatan (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu


Iskoorkaardii Adeemsa Hojii Deeggarsa Tajaajila Seera

Ergama ATDO


Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinne naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.

Mul’ata ATDO


Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha

Duudhaalee ATDO

  • Ittigaafatamummaa

  • Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa

  • Hirmaachisummaa

  • Qophaa’ina jijjiiramaa

  • Iftoominaan hojjachuu

  • Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu

Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

Misoomaa Daandii(Road Development)

Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale

Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

Ibsa Hojii(purpose statement): Olantumman seeraa kabajame hojiin Mana hojichaa akka raawwatu gochuuf hojii qophii seera Biiroo ilaalu oogganuu fi rawwachuu, dhimmoota gaaffii seera waliin walqabatan irratti gorsa seeraa kennuu , falmii seeraa qaama seera aangoo qabu irratti dhiyeessun falmu ,hordofuu, raawwachuu fi walitti dhufeenya Biiroo qaama sadaffaa waliin raawwatu seera qabeessummaa isaa mirkaneessuun Kaayyoo gahinsa mula’ata mana hojiicha shora ol-aanaa taphata.
      1. Adeemsa Hojii Deeggarsa Tajaajila Seera


        Kallattii Madaallii

        Kaayyoolee Tarsiimo’aa

        Safartuulee

        Ka’umsa

        Mannii

        Tarkaanfiilee













        W1

        W2

        W3

        W4

        W5




        Maamila


        1. Amantaa uummataa guddisuu

        Amantaa uummataa dabale %

        45

        50

        55

        60

        65

        70

        Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




        1. Itti quufinsa tajaajila seeraa guddisuu

        Itti quufinsa dabale (%n)

        43

        50


        55

        59

        66

        70







        1. Fayyadamummaa hojjattootaa guddisuu

        Itti fayyadama dabale (%n)

        30

        35

        40

        45

        50

        60




        Faayinaansii


        1. Gahumsaa fi Bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

        Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale (efficiency) (%n)

        70

        71

        75

        80

        90

        95

        Sagantaa bulchiinsa baajataa




        1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

        Qabeenya qisaasama malee hojiirra oole % n

        15

        12

        10

        8

        7

        5

        Sagantaa to’annoo qabeenya

        Adeemsa Hojii Keessa

        1. Gorsa tajaajila seeraa dabalu

        Hubannoo tajaajila seeraa irratti kenname %’n

        70

        75

        80

        85

        90

        95

        Sagantaa gorsaa seeraa




        1. Kenniinsaa tajaajilaa seeraa fooyyesuu

        Tajaajilaa seeraa akkaataa istaandardii taa’een raawwate %’n

        51

        63

        70

        78

        85

        95

        Sagantaa fooyya’iinsas JBAH






        Qulqullina labsii, danbii fi qajeelfama dabale %’n

        70

        80

        85

        90

        95

        100









        Humna murteessummaa (conviction rate) dabale %’n

        70

        80

        85

        90

        95

        100




        Ijaarsa Dandeettii

        1. Dandeetti fi gahumsa tajaajila seeraa guddisuu

        Raawwii hojii dabale (%n)

        54

        60

        68

        74

        80

        85

        Sagantaa fooyya’insa QHN




        1. Itti fayyadama ITguddisuu

        Hojjattootaa dandeettin ITtti fayyadamuudanda’n %’n

        20

        40

        55

        65

        75

        90

        Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




        1. Aadaa hojii fooyyessuu

        Hojjetoota aadaa hojii gaarii horatan (%n)

        50

        60

        70

        80

        90

        100

        Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu


        I
        Kaaskeedingii SMBKT
        skoorkaardii Adeemsa Hojii Kommunikeeshinii Mootummaa

Ergama ATDO


Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinne naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.

Mul’ata ATDO


Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha

Duudhaalee ATDO

  • Ittigaafatamummaa

  • Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeesssummaa

  • Hirmaachisummaa

  • Qophaa’ina jijjiiramaa

  • Iftoominaan hojjachuu

  • Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu

Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa

Misoomaa Daandii(Road Development)

Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale

Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)

Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

Ibsa Hojii(purpose statement): Quunnamtii odeeffannoo uummataa mana hojii ATDO keessatti karaa qulqullinaa fi gahumsa qabuun raawwachuun hojiiwwan misooma daandii fi geejjibaa, nageenya tiraafikaa fi bulchiinsa gaarii saffisiisuun ilaalcha tajaajilummaan hajjachuu akkasumas, ergama, mul’ataa fi kaayyoo mana hojii miseensootaa fi maamiltoota isaa biratti beeksissuu, raawwachuu fi barbaachussummaa hojii quunnamtii odeeffannoo uummataa yeroo kamiyyuu caala xiyyeffannoo akka argatu hojjachuu fi duub-deebii uummatni mana hojiichaatiif kennu xiinxaluudhaan deebii akka argatuuf ni hojjata.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   140   141   142   143   144   145   146   147   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin