Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Daandii baay’inaan ijaaramee Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə67/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   63   64   65   66   67   68   69   70   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Bu’aa: Daandii baay’inaan ijaaramee

Milkaa’ina: Walitti dhufeenya hawwaasa dabale

  1. Dhiheessa Tekinoloojii fi Galteewwan Misooma Daandii Guddisuu

Ibsa: Tekinoloojiiwwan ammayyaa bu’a-qabeessa ta’aniif galteewwan misooma daandii keessatti bu’uura ta’an dhiyeessuun misooma daandii irraa uummanni haala fedhii isaatiin fayyadamaa akka ta’u gochuun barbaachisaa dha.

Tekinoloojii haaraa madaqsuu fi babal’isuudhaan uummata biraan ga’uu, qaamolee daandii ijaaranii fi tekinooloojii dhiheessan waliin ta’uun misooma daandii babal’isuu irratti xiyyeeffatamee ni hojjetama.

Dabalataanis hojiilee muuxannoo gaggaarii babal’isuun hawaasni tekinooloojiiwwan bu’a-qabeessummaan isaanii mirkanaahee fi gatii gad aanaa ta’an argatee akka itti fayyadamu gochuudha. Galteewwan misooma daandii kan akka TCHN fi kan akka maashineerota ijaarsa fi kkf.qorachuun dhiyeessuu irratti xiyyeeffatamee kan hojjetamu ta’a.

Bu’aa: Dhiyeessa tekinooloojii fi galteewwan misooma daandii dabale.

Milkaa’ina: Misooma daandii babal’ate


  1. Q


    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   63   64   65   66   67   68   69   70   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin