|
Iskoorkaardii Sadarkaa Mana Hojii (Tier-1)
|
səhifə | 132/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Iskoorkaardii Sadarkaa Mana Hojii (Tier-1) Ergama ATDO
Qaama hirmaachuu qabu hunda hirmaachisuun misooma daandii baay’inaan babal’isuu, bulchuu fi to'achuun facaatii fi neetworkii daandii gahaa ta’ee fi qulqullina qabu diriirsuudhaan tajaajila wal irra hin cinnee naanniicha keessatti mirkanaa’ee jiruu fi jireenyi uummataa akka fooyya’u gochuu.
Mul’ata ATDO
Bara 2012tti facaatii daandii sadarkaa isaa eeggate bakka hunda walgahee gobbinni daandii biyyoota galii jiddu-galeessaa biraan gahuun uummata naannichaa fayyadamaa taasisuu dha
Duudhaalee ATDO
-
Ittigaafatamummaa
-
Tajaajila gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa
-
Hirmaachisummaa
-
Qophaa’ina jijjiiramaa
-
Iftoominaan hojjachuu
-
Malaanmaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu
Dostları ilə paylaş: |
|
|