Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Karoora Bittaa Dandeettii Cimsuu 2008-2012 (Gosaa fi Baayyinaan)



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə34/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   42
Karoora Bittaa Dandeettii Cimsuu 2008-2012 (Gosaa fi Baayyinaan)

Lakk

Gosa Meeshaa

2008

2009

2010

2011

2012

Ida'ama

1

Doozara

5

10

10

10

5

40

2

Gireedara

5

5

3

5

5

23

3

Loodara

10

6

4

7

6

33

4

Roolara

10

5

5

7

7

34

5

Foorki liiftii




1










1

6

Waagan Diriilii

1













1

7

Eksikavaatara




3

2

8

3

16

8

Tiraaktara harkifama waliin




7

3

5




15

 

Ida’ama__31__37__27__42'>Ida’ama

31

37

27

42

26

163

1

Konkolaataa garagalchaa

20

10

15

10

5

60

2

Konkolaataa Xiqqaa

5

5

10

5

5

30

3

Loobedii










2




2

4

Konkolaataa Bottee Bishaanii

7

5

5

3




20

5

Konkolaataa Fe’iinsaa




2

4

2




8

6

Konkolaataa Boottee boba’aa

3

2

5







10

7

“Truck Mixer”

1




1







2

 

Ida’ama

36

24

40

22

10

132

1

Meeshaalee Asfaaltii Gosa Adda Addaa

13













13

2

Bittaa Meeshaalee Dhaabbataa Gaaraajii

Add addaa
















3

Investimantii adda addaa


















4

Bittaa Meeshaalee dhaabbataa Biiroo Keessaa


















5

Meeshaalee Ijaarsaa Kan biroo


















6

Meeshaalee Qiyyaasaa


















7

Meeshaalee kaampii





















Ida’ama Waliigalaa

80

61

67

64

36

308


Gabatee-21

Karoora Bittaa Dandeetii Cimsuu 2008-2012, Qr 000n

Lak.

Gosa Meeshaa

2008

2009

2010

2011

2012

(2008-2012)

IIDO

MNO

IIDO

MNO

IIDO

MNO

IIDO

MNO

IIDO

MNO

IIDO

MNO

1

Bittaa Mashinarii fi Konkolaataa

50,000

189,966

83,289

162,000

114,545

162,000

146,004

162,000

178,301

-

572,139

675,966

1.1

Maashinarii

29,000

66,423

83,289

100,000

66,697

100,000

104,141

140,000

152,601




435,771

406,423

1.2

Konkoolaatoota Gosa Addaa Addaa

21,000

62,000




62,000

47,848

62,000

41,863

22,000

25,700




136,368

208,000

1.3

Meeshaalee Asfaaltii Gosa Adda Addaa




61,543




























61,543

2

Bittaa Meeshaalee Dhaabbataa Gaaraajii

26,462




























26,462

-

3

Investimantii adda addaa

67,500




























67,500

-

4

Bittaa Meeshaalee dhaabbataa Biiroo

5,578




























5,578

-

5

Meeshaalee Ijaarsaa

3,830




893






















4,723

-

6

Meeshaalee Qiyyaasaa

1,838




























1,838

-

7

Meeshaalee kaampii

3,415




375






















3,790

-




Ida'ama (2-7)

108,623.00




1,268.00






















109,891

-

Ida’ama Waliigalaa

158,623.00

189,966.00

84,557.00

162,000.00

114,545.00

162,000.00

146,004.00

162,000.00

178,301.00

0.00

682,030.00

675,966.00

Ibsa:-

MNO: Mootummaa Naannoo Oromiyaa

IIDO: Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiy

2.4.7 Bulchiinsa Qabeenyaa

2.4.7.1 Hojiiwwan Gurguddaa Raawwachuuf Karoorfaman.

  • Gahumsa itti fayyadama ikuupimentootaa (Efficiency) hojii irra oolaa jiru cimsuun itti fayadama maashinarii/konkolaatootaa waggaa waggaan %5 dabalaa deemuun bara 2012titti % 64 irra gahuu.

  • Gabaasa itti Fayyadama Yeroo, raawwii hojii Maashinarii fi Konkolaatota fi Baasii waliin qabatamee jiru Xinaxaluu fi Qindeesuun, Gabaasa Dhiyeesuu

  • Sababoota maashinarii fi konkolaatootiin humna gadii hoojatanii yookan hojii ala ta’an qorachun tarkaaffi sirreefama fudhachu.

  • Maashinarii baay’ina 73, konkolaatoota gurguddaa fi xixiqqaa baay’ina 160 fi Meeshaalee garagara kan tajaajila ala ta’an addaa baasuun akka maqsamaniif raagaa guutuu ta’e qindeessun.

  • Meeshaalee dulluminaan moofaa’anii tajaajila ala ta’uun iddoo qabatanii jiran (kan akka gommaa, barmeela zayita, baatrii, Siree Sibiilaa fi Mukaa, Haftee Sibiila armaataa deebi’ee tajaajiluu hin dandeenye, fi kkf) iddoo giddugaleessa ta’uu danda’utti walitti qabuun gurgurtaa caal-baasiitiin dhabamsiissuu,

  • Qabeenyaan balaa ibdaan tasa akka hin mancaaneef fi eegumsi wal-irraa hin cine taasifamuuf hojjetoota bulchiinsa qabeenyaa irratti boba’anii leenjiin dhimma kana ilaalchisee ogeessaan ni kennama, sababa humnaa oliin balaa ibiddaa ka’uun rakkoon akka hin uumamneef of-eegannoof meeshaaleen ittisa balaa ibiddaa jiraniif haaromsi (Chemical Re-fill) ni taasifama, pirojeektii hin qabneef haaraan bitamee akka galuuf ni taasifama.


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin