Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə37/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   42
Ida’ama

958

573

385

2846

638

252

2824

679

197

2910

729

232

2934

685

157

Gabatee-23
Karoora Baasii Kiraa Mashinarii fi Konkolaataa Bara 2008-2012, Qr ’000n

Lakk

Gosa

2008

2009

2010

2011

2012

Ida'ama Baasii
(2008-2012)


1

Doozara

191,991.38

140,868.00

95,004.00

91,728.00

36,036.00

555,627.38

2

Gireedara

34,678.01

9,285.00

6,964.00

4,643.00

2,321.00

57,891.01

3

Loodara

15,073.14

12,580.00

5,242.00

4,193.00

-

37,088.14

4

Roolara

10,792.47

6,065.00

2,022.00

3,033.00

-

21,912.47

5

Eksikavaatara

81,969.58

80,309.00

46,238.00

73,008.00

36,504.00

318,028.58

6

Kon. garagalchaa

139,679.95

92,880.00

92,880.00

102,600.00

85,320.00

513,359.95

7

Konkolaataa Xiqqaa

19,202.32

17,280.00

15,120.00

13,392.00

8,208.00

73,202.32

8

Loobedii

2,800.00

2,800.00










5,600.00

9

Bottee Bishaanii

20,893.74

7,076.00

2,022.00

2,022.00

2,022.00

34,035.74

10

Kon. Fe’iinsaa

3,500.00

3,500.00

1,750.00







8,750.00

11

Boottee boba’aa

3,200.00













3,200.00

12

Waagan Diriilii

8,680.20

14,601.00

11,681.00

11,681.00

5,841.00

52,484.20

13

Truck Mixer

1,513.13

2,808.00

2,808.00

1,404.00

1,404.00

9,937.13

14

Pneumatic asphalt roller




1,011.00

1,011.00

1,011.00

1,011.00

4,044.00

15

Asphalt roller, double drum




1,011.00

1,011.00

1,011.00

1,011.00

4,044.00

Ida’ama

535,917.92

392,075.00

283,752.00

309,725.00

179,677.00

1,699,204.92


2.4.7.3 Suphaa fi kunuunsa Ikupmantii ofii
Mashinaroota fi konkolaatoota IIDOn yeroo ammaa harkaa qabus ta’e yeroo yeroon bitaman tajaajila gahuumsa qabu itti fufiinsaan kennuu akka danda’aniif kunnuunsaa fi suphaa isaan barbaachisu taasiisuun sirna eegumsa fi bulchiinsa hamayya’ee diriisuun hojiirra oolchuuf yeroo KGT II kana keessatti haala cimina qabuun itti adeemuuf saganteefameera. Kanaafiis, dandeetti fi gahumsa suphaa WTSIO cimsuuf haaluma armaan olitti caqafameen bittaa meeshaalee gaaraajjii gaggeessuun guutuun fi sagantaa rifoormiin adda addaa hojiirra oolchuun ilaalchaa fi dandeettii ogeessaa cimsuun adeemsa suphaa ikupimeentii hamayyoome diriisuuf bal’iinaan akka irrttai hojjetamuuf karoorfameera.
Kanuma irratti hundaa’uun waggootii shanan dhufan keessaa qulqullinaa fi humna gahuumsa suphaa cimaa ikuupimeentooota ofii wagga waggaan giddugaleessaan %13tiin guddisaa adeemuun gahuumsa ikuupimeentootaa ofii dabaluuf ciminaan hojjechuu fi baasii suphaa gaaraajoota kaampaanii alaatti bahu haala qabatamaa ta’een xiqqeessuun fi baasii kiraa mashinarootaatiif bahu hir’isaa deemuun akka danda’amuuf yaadamee karoorrii gadi fageenyaa haala armaan gadii keessatti mul’atu kun xiinxalamee dhihaateera.

Gabatee-24

Karoora Suphaa Cimaa Ikupmeentootaa Bara 2008-2012, Lakkoofsaan

Lakk

Gosa Maashinarii/Konkolaataa

Karoora Bara Baraan

2008

2009

2010

2011

2012

 1

Maashinarii

64

67

70

73

77

 2

Konkolaataa Gurguddaa

93

97

101

106

111

 3

Konk. Xixiqqaa

52

54

57

59

62

 4

Kan Biroo

23

24

25

27

29

Ida’ama

232

244

257

270

284


Gabatee-25

Karoora Baasii Suphaa Ikupimantootaa bara 2008-2012, Qr ‘000n

Lakk

Gosa Maashinarii/Konkolaataa

Karoora bara baraan

2008

2009

2010

2011

2012

1

Maashinarii

5,433.00

7,062.90

7,769.19

8,546.11

9,400.72

2

Konk. Guguddaa

9,970.00

12,961.00

14,257.10

15,682.81

17,251.09

3

Konk. Xixiqqaa

2,070.00

2,691.00

2,960.10

3,256.11

3,581.72

4

Kan Biroo

110.50

143.65

158.02

173.82

191.20

Ida’ama

17,583.50

22,858.55

25,144.41

27,658.85

30,424.73


Gabatee-26

Karoora Suphaa Ikupmeentootaa Kampanii Alaa Keessatti Raawwatu

Kan Bara 2008-2012

Lakk

Gosa Maashinarii/konkolaataa



Karoora Bara Baraan

2008

2009

2010

2011

2012

1

Maashinarii

26

15

18

20

23

2

Konkolaataa Gurguddaa

21

3

4

5

5

3

Konk. Xixiqqaa

22

4

5

6

6

4

Kan Biroo

-

2

3

3

3

Ida’ama

69

24

30

34

37


Gabatee-27

Karoora Baasii Suphaa Ikupmeentootaa Kampanii Alaa Keessatti Raawwatu

Kan Bara 2008-2012, Qr Miiliyoonaan

Lakk

Gosa Maashinarii/konkolaataa

Karoora Bara Baraan

2008

2009

2010

2011

2012

1

Maashinarii

3.10

4.75

5.21

5.84

6.21

2

Konkolaataa Gurguddaa

0.87

2.42

2.67

3.12

3.56

3

Konk. Xixiqqaa

2.10

0.6

0.62

0.71

0.83

4

Kan Biroo

-

0.15

0.25

0.25

0.25

Ida’ama

4.18

7.92

8.75

9.92

10.85


2.4.7.4 Karoora Maqsuu Maashinarii fi Meeshaalee Biroo

Maashinarootaa fi konkolaatoota yeroo tajaajila isaani fixani bu’aa qabeessumaan isaanii baayyee gadii bu’aa ta’ee argamee fi meeshaalee biroo ( kan akka sibiila cicitaa. Gommaalee moofaa fi meeshaalee istookii tajaajila hin kennine) haala mallaawwan maqsaa qabeenyaa qajeelfama keessatti ibsamaniin dhabamsiisuuf karoorfameera.


Haaluma kanaan, yeroo karoora Guddinaa fi Tiraansfoormeeshinii lamaffaa (GKT II) kana keessatti mashinaroota fi konkolaatoota gabatee armaan gadii keessatti mul’atan dhabamsiisuuf karoorfaman irraa tilmaamni galii maqsuu qarshii Miiliyoona 61.86 ta’u akka argamuu danda’u karoorfameera. Dabalataanis, meeshaalee biroo maqsuuf saganteefame irraas tilmaamni galii gurgurtaa qarshii Miiliyoona 15.54 ta’u akka argamuu danda’u kan karoorfame yammuu ta’u waliigalaan waggootaan shanan dhufan keessaa galiin gurgurtaa maqsuu qarshii Miiliyoona 77.40 ta’u argamuu akka danda’u tilmamameera. Tilmaamni galii gurgurtaa qabeenyaa maqsuu irraa waggootaan shanan keessaatti ni argama jedhamee yaadame kun qorannoon meeshaalee istookii tajaajila hin kenninee yammuu xumuramee dhihaatuutti caalmaan argamuu akka danda’uus ni eegama.
Galii gurgurtaa qabeenyaa tajaajila ala ta’e maqsuu irraa argamuu danda’a jedhamee tilmaamame kana keessaas harki caalaan mashinaroota fi konkolaatoota haaraa bituun bakka buusuuf kan oolu yammuu ta’u muraasni isaa ammoo suphaa mashinaroota/konkolaatoota walfakkaataan fi fooyya’iisa qabaniif fayyadamuun humna oomishitummaa isaanii ol kaasuuf kan ooluudha.
Gabatee-28

Karoora Gosaa fi baayyina Meeshaa Maqfamuu Waggaa Waggaan fi Tilmaama Gurgurtaa Waliigalaan, Qr ’000n


Lakk

Gosa Meeshaa
Maqfamuu


2008

2009

2010

2011

2012

2008-2012

Baa'ina

Tilmaama
Gurgurtaa


Baa'ina

Tilmaama
Gurgurtaa


Baa'ina

Tilmaama
Gurgurtaa


Baa'ina

Tilmaama
Gurgurtaa


Baa'ina

Tilmaama
Gurgurtaa


Baa'ina

Tilmaama
Gatii
Waliigalaa


1

Doozara

5

1,750.00

7

2,450.00

4

1,400.00

4

1,400.00

2

700.00

22

7,700.00

2

Gireedara

6

1,950.00

5

1,800.00

7

2,550.00

6

2,200.00

5

1,800.00

29

10,300.00

3

Loodara

3

750.00

3

750.00

4

1,000.00

1

250.00

0




11

2,750.00

4

Roolara

5

1,000.00

3

600.00

2

400.00

1

200.00

2

-

13

2,200.00

5

Tiraaktara

7

1,400.00

7

3,400.00

8

1,600.00

10

1,600.00

7

1,400.00

39

9,400.00

6

Konkolaataa

Garagalchaa



14

4,070.00

14

4,220.00

14

4,180.00

16

4,880.00

13

4,110.00

71

21,460.00

7

Konkolaataa

Xixiqaa


8

1,025.00

11.00

1,525.00

11

1,425.00

11.00

1,375.00

12

1,475.00

53

6,825.00

8

Konkolaataa

Fe’iinsaa



4

725

1

250

1

250













6

1,225.00

9

Konkolaataa

Bottee Boba’aa



1

 

 

 

 

 

 

 

 




1





Ida’ama

53

12,670

51

14,995

51

12,805

49

11,905

41

9,485

245

61,860.00


Gabatee-29

Meeshaalee Adda Addaa Bara 2008-2012 Maqfamuuf Karoorfaman


Lakk

Gosa Meeshaa

2009

2010

2011

2012

Hundumtaa

Tilmaama
Gurgurtaa

Tilmaama
Gurgurtaa

Tilmaama
Gurgurtaa

Tilmaama
Gurgurtaa

Ida’ama Tilmaama
Gurgurtaa

1

Sibiila ciccitaa

36,000.00

30,000.00

26,000.00

20,000.00

112,000.00

2

Gommaa Moofaa konkolaataa xiqqaa

160,000.00

176,000.00

192,000.00

200,000.00

728,000.00

3

Gommaa Moofaa konkolaataa gurguddaa

2,160,000.00

32,000.00

2,880,000.00

3,120,000.00

8,192,000.00

4

Gommaa Moofaa maashinarii

230,000.00

240,000.00

280,000.00

360,000.00

1,110,000.00

5

Meeshaalee Jijjiirraa Hin Tajajilee

708,859.88

Yeroo Qorannoon Dabalataa itti Gaggeeffamuu fi addaan baasamu

4,687,442.52

5,396,302.40

6

Qorannoo fi Gurgurtaa Meeshaalee istookii hin tajaajile kan biroo

*

*

*

*

*

Ida'ama

3,294,859.88

478,000.00

3,378,000.00

8,387,442.52

15,538,302.40

* Baayyini fi tilmaamni gurgurtaa isaanii bara baajata 2008 keessaa qorannoodhaan addaan bahuun karoora bara baajata 2009tti qinaad’ee akka dhihaatuuf saganteeffameer

2.4.7.5 Omisha Adda Addaa Wiirtuu IIDOn Raawwatu

Garaajii giddugaleessaa keessatti bara bajaata 2008-2012 keessa hojiiwwaan kununsaa fi suphaa konkolaatoota fi maashinariiwwaan IIDOn alatti hojiwwaan omisha adda addaa kanaa gaditti ibsaan dabalataan raawwachuuf karoorfame


Gabtee-30

Omishaalee Adda Addaa WTSIO Keessatti 2008-2012 Keessa Omishamu, Baay’inaan

Lakk

Gosa Omisha

2008

2009

2010

2011

2012

1

Taankara Boottee Bishaanii

 3

5

10

12

15

2

Balbala

8

8

10

12

15

3

Foddaa

12 

10

15

20

25

4

Siree

260 

260

300

340

380

5

Biiringii Riqaa

 400

450

500

550

600

6

Boordii Beeksisaa

 

1

2

3

4

7

Air Conditioning System of Building




1

2

3

5

8

Electrical installation of building




1

3

5

6

9

Mooldii ujjumoo

30

60

80

100

120

10

Paaneelii

 50

50

100

150

200

11

Scafolding

*

*

*

*

*

12

Tessoo

 

150

200

250

300

13

Assembly of Trucks

 

 

2

4

6

14

Assembly of concrete mixers

 

 

2

4

6

15

Assembly of Cargo Body

 

1

2

4

6

*Baay’inni qoratamee kan Murta
Gabtee-31

Omishaalee Adda Addaa WTSIO Keessatti Bara 2008-2012 Omishamu, Qr ‘000n

Lakk

Omisha

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama

1

Taankara Boottee bishaanii

458.00

680.00

1,360.00

1,632.00

2,040.00

6,170

2

Balbala

170.00

8.00

10.00

12.00

15.00

215

3

Foddaa




5.00

7.50

10.00

12.50

35

4

Siree

292.20

540.00

612.00

684.00

684.00

2,812.2

5

Steel Biiringii Riqaa

1,500.00

2,250.00

2,500.00

2,750.00

3,000.00

12,000

6

Elastomeric Bearing




1,400.00

2,100.00

3,150.00

4,725.00

11,375

7

Boordii Beeksisaa




10.00

20.00

30

40.00

100

8

Air Conditioning System of Building




30.00

60.00

90.00

120.00

300

9

Electrical installation of building




30.00

40.00

50.00

60.00

180

10

Mooldii Ujumoo

150.00

240.00

320.00

400.00

480.00

1,590

11

Paaneelii

450.00

50.00

100.00

150.00

200.00

950

12

Teessoo




15.00

20.00

25.00

30.00

90

13

Assembly of Trucks







250.00

5,000.00

9,750.00

15,000

14

Assembly of concrete mixers







360.00

720.00

1,080.00

2,160

15

Scafolding

1,570.00

2,000.00

3,000.00

4,500.00

6,750.00

17,820

16

Assembly Cargo Body




500.00

1,000.00

1,500.00

2,000.00

5,000




Ida'ama

4,590.20

7,758.00

11,759.50

20,703.00

30,986.50

75,797.20



Gabtee-32

Baasii Bittaa Meeshaalee WTSIO Keessatti Omiishamuuf Barbaachisu,Qr’000n


Lakk

Gosa Meeshaa

Bali’na (Size)

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama

1

Angle Iron

4x40x40

91,000.00

91,000.00

105,000.00

119,000.00

133,000.00

539,000

2

RHS

1.5x30x30

135,200.00

104,000.00

120,000.00

136,000.00

152,000.00

647,200

3

RHS

2.5x25x25

7,500.00

65,000.00

75,000.00

85,000.00

95,000.00

327,500

4

Flat Bar

4x30x30

58,500.00

117,000.00

135,000.00

153,000.00

171,000.00

634,500

5

Sheet metal

4x1000x3000

600,000.00

248,000.00

304,000.00

336,000.00

348,000.00

1,836,000

6

Sheet metal

20x1000x2000

110,000.00

360,000.00

438,000.00

492,000.00

516,000.00

1,916,000

7

Sheet metal

15x1000x2000

20,000.00

55,000.00

55,000.00

82,500.00

66,000.00

278,500

8

Sheet metal

6x1000x3000

255,000.00

350,000.00

1,500,000.00

430,000.00

470,000.00

3,005,000

9

Sheet metal

20x1000x2000




180,000.00

270,000.00

324,000.00

378,000.00

1,152,000

10

Sheet metal

30x1000x2000




250,000.00

375,000.00

450,000.00

500,000.00

1,575,000

11

U-Channal

5x4mm

240,000.00

240,000.00

240,000.00

300,000.00

330,000.00

1,350,000

12

Elastomer

 

774,000.00

774,000.00

774,000.00

774,000.00

1,548,000.00

4,644,000

13

pipe

6X50mm

540,000.00

1,350,000.00

675,000.00

675,000.00

810,000.00

4,050,000

14

pipe

5x60mm

350,000.00

272,500.00

293,750.00

310,000.00

350,000.00

1,576,250

15

pipe

10x70mm

420,000.00

315000

378,000.00

168,000.00

126,000.00

1,407,000

16

pipe

5x80mm

260,000.00

156,000.00

161,200.00

198,900.00

236,600.00

1,012,700

17

Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin