Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə66/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   67
Firii madaallii kenname___/2%







Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana hojichaa sirriitti hubachuu, hubachiisuu fi hojii hojjetu kallatti kanaan raawwachuu

2

Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana hojichaa sirriitti hubachuu, hubachiisuu fi hojii hojjetu kallatti kanaan raawwachuun yoo jiraate(2)

  • Sanadoota rifoormii

  • Raawwii karooraa

  • Xinxaala ragaalee

  • Marii hojjetaa

Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana hojichaa sirriitti hubachuun jiraatee garuu immoo miseensota koree isaa hubachiisuu irratti hanqinni yoo jiraate(1)

Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana hojichaa kan hin hubannee fi hojiitti kan hin hiikne yoo ta’e(0)

Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin