Galata /Acknowledgement/ Seensa


Ulfaattina Kallattii Madaallii



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə12/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   20

Ulfaattina Kallattii Madaallii, Kaayyoolee Fi Safartuulee Tarsiima’aa Waliigala Mana Hojii



Kalattii madaallii

Ulfaatina kallattiilee

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina kaayyolee tarsiima’aa

Safartuulee/Measurments

Ulfaatina safartuulee

Yaada

Lammii/maamila

20

1, Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu


10

1.Amantaa dabale (%n)

10




2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


10




Faayinaansii

15

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

10

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

5




4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

5




4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu


5

5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

5




Adeemsa Hojiikeessaa

45

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

1

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

0.5




7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

0.5




6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu

1

8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (%)n

0.5




9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

0.5







  1. Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

1.5

  1. Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

0.5




  1. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

0.5




  1. Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

0.5




8. Gahumsa Dubartootaa dabaluu



8

  1. Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

0.5




  1. .Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

1




  1. Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

1




  1. Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

1




  1. .Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn

0.5




  1. Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

0.5




  1. Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)

0.5




  1. Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

1




  1. Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

1




  1. Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)




0.5







  1.   Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Mil.) (Lakkn.)

0.5







9. Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


7

  1. Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

0.5




  1. Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

0.5




  1. Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. fi daa'immanii irratti hirmaatan(Lakk)

0.5




  1. Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

0.5







  1. Brmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)

1




  1. Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)

0.5




  1. Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa'imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

0.5







  1. Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)

0.5




  1. Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

0.5




  1. Baayyina daa'imman galmee kabajaa irratti galmaa'aanii(%n)

0.5




  1. Miidhaa daa'immanii hir'ate (%n)

0.5




  1. Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

0.5










  1. Yeroo qilleensaa ('air time") hojiirra oolee ( Sa’aatii)

0.5










10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu


12

  1. ,Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

0.5





  1. Baayyina Namoota kunuunsa daa'immanii hawaasa bu'uureffate irratti hubannoo argatan (Lakk)

0.5




  1. Daa'imman deeggarsa hawaasa bu'uureffate argatan(Lakk)

1




  1. Baayyina qabeenya deeggarsaa fi kunuunsaaf walitti qabamee(Lakk)

1




  1. Maatii hayyamamaa qophaa'ee,(Lakk)

0.5




  1. Daa'imman deeggarsa maatii imaanaa ("foster family") argatanii(Lakk)

0.5




  1. Daa'imman guddifachaa biyya keessaa argatan(Lakk)

1




  1. Dh.M.M. hayyamni hojii kennameef fi haaromsame(Lakk)

0.5




  1. Daa'imman maatii isaanitti deebi'anii makaman(Lakk)

1




  1. Dhaabbilee guddisa daa'immanii sakatta'amanii(Lakk)

0.5




  1. Daa'imman guddifacha biyyaa alaa kennaman hir'ate(Lakk)

1




  1. Manneen sirreesaa haalli deegarsii daa'imaanii mijateef(Lakk)

0.5




  1. Deeggarsa daa'imman daandii irra jiraataniif mijateef(Lakk)

0.5







  1. Daa’imman balaa tasaaf (emergency ) saaxilamanii deggaraman (Lakk)

1




  1. Baay’ina daa’imman dhaabbata keessatti kununsa hunda galeessa argatnii dabale (Lakk)

0.5




  1. Piroojektota deeggarsa dubartootaafi daa’immaniif qophaa’e (lakk. dokimentii)

0.5




  1. Maallaqa maddisiifame (Qarsh.)

0.5




  1. Piroojektota misooma dubartootaafi daa’immanii mirkanaa’e (lakk. Dok)

0.5






11, Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu




5

  1. Baay'ina jaarmiyaalee dubartootaa deeggaramani dabale (Lakkn

0.5




  1. Baay'ina dubartoota ijaarama irratti hubannoo argatan(lakk)n

1




  1. Daa'imman ijaarama isaaniitiin hubannoo argatanii dabale (lakk.)

1




  1. Jaaramoota mirga daa'immanii kabachiisaan manneen barnootaa fi magaalota keessatti hundeeffaman (lakk.)

0.5




  1. Baayina Miseensota paarlaamaa daa'immanii dandeettiin isaanii cime Lakk

1




  1. Baayina dubartoota miseensa RMDD tiin ijaaramanii dabalee (lakk.)

1




12,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu

2

  1. Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Birootti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

0.5




  1. Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

0.5




  1. Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

0.5




  1. Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

0.5




  1. Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu

1

  1. Baayyina dhimmoota seektaroota hundaa ulaagaa kennameen mana hojii keenyaa keessatti idilaa’anii (Lakk.)

1







14. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

6.5

  1. Karoora seektarootaa keessatti dhimmi dubartoota fi daa’immanii galuu mirkaneesuu(sektaroota lakkn)

1




  1. Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa dubartootaa fi daa’immanii hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

1




  1. Fooramii mariifi gamaaggama see ktaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

1




  1. Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa dubartootaa .fi daa’immaniin qopheesuu (dokimentii)

1




  1. Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

1




  1. Baayyinna seektaroota " Gender Audit" geggeessee

0.5







  1. Baayyina daa'imman deggarsa baajata Idilee "HIV" %1 dabale (Lakk)

1







20

15, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu


6

  1. Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

2





Ijaarsa dandeettii

  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

2




  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

2




16, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

4

  1. Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

2




  1. MIS mana hojii kessatti diriire (%n.)

2








17. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

10

78,.Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2




79,Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

4




80,Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2




81,Deggarsa fi hordoffii raawwattootaaf taasifame dabale (yeroo)

2




Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin