Komishinii Siviil Sarviisii Oromiyaa



Yüklə 1 Mb.
səhifə10/10
tarix07.04.2018
ölçüsü1 Mb.
#46989
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10

Yaadachiisa:

Gabaasni kun itti gaafatamummaadhaan kan nama gaafachiisuu waan ta’eef akkaatuma qajeelfamichaatiin of eeggannoodhaan guutamuu qaba. Gabaasichi waraabbii lamaan qophaawee waraabbiin tokko Adeemsa Hojii BHN, Waraabbiin inni lammaffaan ammo Adeemsa hojichaa keessa akka taa’uu ni taasifama.




  1. Akkaataa armaan olitti orneelicha irratti ibsametti bu’aan madaallii raawwii karooraa herregamee argame saanduqa itti aanu keesatti akkaataa walta’uun mallattoo ‘X” gochuudhaan sadarkaan bu’aa madaallii addaan foyama.


Daran ol’aanaa 95 – 100

Ol’aanaa 75 – 94
Quubsaa 50-74


Gad-aanaa 25-49




  1. Raawwannaa Karooraa itti gaafatamaa hojii /hojjataa foyyessuudhaaf leenjiin kan isa barbaachisu yoo ta’e gosti leenjichaa yaa ibsamu. ________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________

  2. Gageesaan/Qindeesaan hojii hojjataan hojii isaa yoyyeessuu sagantaan shaakala addaa qophaa’uutiin kan barbaachisu ta’ee yoo argame gosti sagantaa fi halli kennisaa yaa ibsamu. ________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________

Maqaa Hojjataa I/G Hojii I/G Hojii Dhiyoo _____________________________________________________________________

Waamama gita hojii _________________________________________________

Mallattoo __________________________

Guyyaa fi bara _____________________


  1. Yaada Abbaa Bu’ichaa

Hojjataan/Gageesan hojii bu’aa karoorichaa raawwate saanduqotaa armaan gaditti

taa’an keessaa iddoo barbaachisutti mallattoo ‘X” teessisuudhaan yaada isaa kenname.




  1. Bu’aa raawwannaa karooraa kennametti

Itti Waliigala Itti walii hin galuu


  1. Hojjataan bu’aa Raawwannaa Karoora kennametti kan itti walii hin gallee yoo ta’ee sababa tarreeffamaan ibsuun itti jira. ______________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________

Maqaa hojjataa _____________________________

Waamama gita hojii _________________________

Mallattoo ____________________________________

Guyyaa fi bara _______________________________


  1. Itti gaafatamaa ol’aanaa itti gaafatamaa hojii dhiyyoo raggaasise

Maqaa I/G ol’aanaa I/Gaafatmaa hojii dhiyoo __________________

Waamama gita hojii ____________________________________________

Mallattoo ___________________

Guyyaa _____________________



  1. Gabaasichi guutamee yeroodhaan dhiyaachuu isaa maqaa

hojjatootaatiin nan mirkaneessa.

Maqaa gageessaa ________________

Waamama gita hojii _____________

Mallattoo ________________________

Guyyaa fi bara ___________________


Foormiin Bu’aan Madaallii Raawwii Karooraa Itti Guutamu

Adoolessa ------ hanga Mudee --------

Lakk.


Karoora Hojii Ijoo, Gurguddoo fi Xixiqqaa


Gosa Hojii


Ulfina qaphxii

25 keessaa



Safartuu waliigalaa

Safartuu madaallii Bu’aa Raawwannaa Hojii

Ida’a

Qaphxi Giddu Galeessa

Bu’aa Raawwii

Ibsa

Quubsaa

Ol-aanaa

Daran

ol-aanaa











Baayina






















Qulqullina







Yeroo







Baasii






Hubachiisa:- Foormiin kun qajeelfamicha keessatti keeyyata 10 jalatti keeyyata xiqqaa 3 hanga 8 fi keeyyata 11 irratti haala ibsameen kan



guutamu ta’a.





Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin