|
Yaada Adeemsa Haaraa Maddisiisuu
|
səhifə | 19/45 | tarix | 07.01.2022 | ölçüsü | 0,6 Mb. | | #89668 |
|
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii kallaatti hundaan dhugoomsuu kessatti projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii qopheessuu, projektootnnii qaamolee adda addaa irraa qiyyeefamanii dhiyaatan haalli itti mirkanaa’aa ture bifa bititinaa’aa fi ba’a qabeessummaa mana hojicha kan hin mirkaneessineefi maamiltootas kan hin gammachiisnee waan ta’eef adeemsa haaraa “ Adeemsa Hojii Deggersa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii” jedhuun Garee Dhimmaa 2’n akka ijaaramuu taasifameera. Isaanis sadarkaa Biirootti Garee Dhimmaa Qophii Projeektootaa Misooma Dubartootaa Fi Daa’immanii fi Garee Dhimmaa Mirkaneessa Projektoota Misooma Dubartoota ta’uun;, sadarkaa godinaa, magaalotaatti fi annaatti immoo Garee Dhimmaa 2’n (Garee Dhimmaa Qophii Fi Mirkaneessa Projeektootaa Misooma Dubartootaa Fi Daa’immanii) gurmaa’ee itti waamamni isaa sadarkaan itti gaafatamtuu mana hojiif akka ta’u taasisfameera.
3.4. Maappiingii Adeemsa Haaraa
Sakata’iinsa rakkkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutaminii
Proojeektii dubartootaa fi daa’imman fayyadu qopheessuu
Projeektoota hojiirra oolchuu,Hordofuu
Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii mirkanaa’ee
Waliigaltee projeektii mallatteessisuu
Prpoozaala projeektii Dhaabbilee M.M. fuudhuu
Dokimeentii Dhaabbilee M.M. xiinxaluu
Qindoomina arjoomtootaa/deeggartoota cimsuu
Propoozaala fandii maddisiisanii qopheessuu
Fedhii fandii adeemsaalee adda baasuu
Dostları ilə paylaş: |
|
|