Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə93/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   89   90   91   92   93   94   95   96   ...   156
Ibsa (Description): Teeknooloojii adda addaa bu’aa qabeessa ta’an fayyadamuun hojii suphaa daandii fooyyeessu, sadarka mana abbaa taayitichaa keessattii ITtiin qabinsa ragaa hammayyaa hundeessuudhaan odeeffannoo fi walqunnamtii sirrii fi saffisaa babal’isuun itti fayyadama IT dabaluun hojii saffisiisuu fi beekumsa hubannoo teeknooloojii fooyyessuu. Kana malees, teeknooloojii jiranii fi dabalataan barbaachisan addaan baasuun beekumsaa fi gahumsa fayyadama teeknooloojii guddisuun akkaataa bu’aa qabeessa ta’een kan hojirra oolu ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   89   90   91   92   93   94   95   96   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin