Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə110/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   106   107   108   109   110   111   112   113   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
B
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa:
Muuxannoowwan gaggaarii misoomaa fi suphaa daandii adda bahanii qndaa’an

Milkaa’ina: Muuxannoowwan gaggaarii misoomaa fi suphaa daandii babal’atan

  1. Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

Ibsa: Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattotaa guddisuu jechuun uummataa fi qaamolee adda addaa humnoota misoomaa ta’ani fi naannicha keessa jiran hojiilee gama misoomaa fi suphaa daandii irratti haala iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabuun karoorsuu irraa kaasee hanga raawwii madaaluutti akkasumas bu’aa argame irraa gama hundaan fayyadamaa taasisuu dha.

Kana dhugoomsuuf, haala gurmaa’insaa fi hojimaata qaamolee sadarkaa hunda irratti argaman hirmaachisuu danda’u diriirsuu fi hojii irra oolchuudhaan gama guddina daandiitiin eeggamu fiduuf ga’ee guddaa akka taphatan ni taasifama.

Sirna hirmaachisaa, iftoomina, qulqullinaa fi itti gaafatamummaa qabu qaama hawaasa hunda qixa sirrii ta’een hojii daandii keessatti akka hirmaatan hubannoo uumuu fi hojii irra oolchuu akkasumas hordoffii taasisuun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachaa deemuun bu’a qabeessa waan ta’eef xiyyeeffannaan guddaan itti kennamee ni hojjatama.

Bu’aa: Hirmaannaa ummataa fi qooda fudhattoota dabale

Milkaa’ina: Misoomaa fi suphaa daandii hirmaanaa uummataa fi qooda fudhattootaan guddate



  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   106   107   108   109   110   111   112   113   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin