|
|
səhifə | 40/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| Sanadoota,
Dawwannaan,
Marii maamilan
Marii dhimmamaan
Qophii fi raawwii karoora, deggarsaa fi gamaaggamaa irratti tajaailamaa fi qooda fudhattoota darbee darbee yoo hirmaachise.(1)
|
Qophii fi raawwii karoora, deggarsaa fi gamaaggamaa irratti maamila fi qooda fudhattoota kan hin hirmaachisne yoo ta’e. (0)
|
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
Firii madaallii kenname___/2%
|
Tajaajila kennamu irratti hawaasaa fi qooda fudhattoonni ragaa fi odeeffannoo ga’aa argachuu akka danda’aniif haalli dandeessisu jiraachuu isaa
|
2%
|
Tajaajila kennamu irratti hawaasaa fi qooda fudhattoonni ragaa fi odeeffannoo ga’aa argachuu akka danda’aniif haalli dandeessisuyoo jiraate(2)
| -
Sanadoota sakatta’iinsa maamilaa
-
Saandiqa yaadaa
-
Galmee yaadaa
-
Chaartarii Lammiilee
-
Deeskii odeefannoo
-
Dhimmoota kominikeeshinii
| |
Dostları ilə paylaş: |
|
|