Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə51/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   47   48   49   50   51   52   53   54   ...   67
3)______________________________ _________________________

4)______________________________ _________________________

5)______________________________ _________________________

ii) Guyyaa sakatta’iinsi itti gaggeeffame _________________________

  1. Ulaagaalee fi unka firiin Madaallii Miseensotni Garee Kennan

Ulaagaa madaallii

Qabxii madaallii (20%)

Tarreeffama ulaagaalee madaalliitii fi qabxii qabatan

Ragaalee koreen madaallii fi badhaasaa ilaaluu qabu

Tooftaa ragaaleen ittin mirkanaa’an

Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuun kaayyolee garichaa keesssatti adda durummaan gumaacha olaanaa taasisuu fi miseensoota koree kanneen biroof muuxannoo fi beekumsa qooduu

4%

Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuun kaayyolee garichaa galmaan gahuu eessatti adda durummaan gumaacha taasisuu fi miseensoota koree kanneen biroof muuxannoo fi beekumsa yoo qoode argame (4)



  • Sakatta’iinsa sanadoota,

  • Marii Hojjeetaan,

Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuun miira koreetiin hojjechuun kaayyolee garichaaf gumaachi yoo taasifamee (3)

Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuun kaayyolee garichaa galmaan gahuuf miirri koreen hojjechuu yoo jiraate (1.5)

Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuu dhabuun miira koreen hojjechuu fi gumaacha kan hin qabne (0)

Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   47   48   49   50   51   52   53   54   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin