Firii madaallii kenname___/8%
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) jaarmiyichaa hubachuun, kabajuun fi ittiin hojjechuu
|
3%
|
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) jaarmiyichaa hubachuun, kabajuun fi ittiin hojjechuun yoo jiraate (3)
| -
Yaada maamilaa galmee fi saanduqa yaadaa irraa argamu
-
Yaada miseensoota koree
-
Kuusaa dhuunfaa hojjetaa
| -
Sakatta’iinsa sanadoota,
-
Marii Hojjeetaan
-
Odeeffannoo qondaala naamusaa
-
Marii maamilaa
|
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) jaarmiyichaa hubachuunii fi kabajuun yoo jiraate (2)
|
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) jaarmiyichaa yoo hubatame (1)
|
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) jaarmiyichaa kan hin hubanne, hin kabajnee fi hojiitti kan hin hiikne (0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
|