Bulchinsa Faayinaansii


Hojiiwwan hojjataman, Ittigafatamummaa, Gurmaa’iinsa fi



Yüklə 0,87 Mb.
səhifə8/9
tarix09.01.2019
ölçüsü0,87 Mb.
#93723
1   2   3   4   5   6   7   8   9

3.10.2. Hojiiwwan hojjataman, Ittigafatamummaa, Gurmaa’iinsa fi

Caaseeffama Humna Namaa (Sadarkaa waajjira olaanaa)


  1. Karoora adeemsa hojiichaa qoopheessu

  2. Hojii adeemsa hojichaa gurmeessuu,qindeessuu fi raawwii hojii gamaaggamuu

  3. Maallaqa baankii fi saanduqa ol’antummaan bulchuu

  4. Ajaja baasii baankii mirkanneessee dabarsuu

  5. Hojii adeemsichaa tuuta miseensotaatiin raawwatamuu qabu murteessee raawwatoota bakka buusu

  6. Waliigaltee faayinaansii ilaalatu qaama adda addaa waliin ni mallatteessa

  7. Komii adeemsaa qulqulleessuu fi furmaata kennuu

  8. Humna nama meeshaa fi dhimmoota adeemsicha hojiicha barbaachiisu qindeessu.

  9. Rakkoo adeemsicha qunnamuu manajimantiif dhiyeessuun furmaata kennisiisuu.




Lakk.


Hojiilee gurgguddoo Hojjataman

Bakka itti Hojjatamu

Haala ittiin

Hojjetamu

Sadarkaa Baru., Muuxannoo fi Dandeettii addaa barbaachisu


Gahee Hojii

Fi sadarkaa


Baayi`ina Raaww.

I

Abbaa Adeemsa hojii Bul. Faayinaansii

(Process Owner)

  • Hojii adeemsa hojichaa gurmeessuu,qindeessuu fi raawwii hojii gamaaggamuu.

  • Maallaqa baankii fi saanduqa ol’antummaan bulchuu.

  • Waliigaltee faayinaansii ilaalatu qaama adda addaa waliin ni mallatteessa.

  • Komii adeemsaa qulqulleessuu fi furmaata kennuu.

  • Rakkoo adeemsicha qunnamuu manajimantii furmaata kennisiisuu.

A/H/ Faayinaansii



Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun





Akkawunting

PHd, MA,BA

Muuxxanoo hojii

6,7,9




S – 16

1


II

Yaa’iinsa Hojii Galii fi Kaffaltii

  • Adeemsa kaffaltii gurmeessuu, qindeessuu,karoorsuu fi raawwii hojii gamaaggamuu.

  • Maallaqa baankii fi saanduqa ol’antummaan bulchuu

  • Ajaja baasii baankii, cheekii fi pv daangaa eeyyamameefi mallateessuu.

  • Gabaasa A/H xiqqaa galii, baajataa fi kaffaltii yeroon qindeessuun dhiyeessuu.

  • Kaffalamaawwan qaama 3ffaa yeroon kaffalamuu duukaa bu’uun akka kaffalamuu taasisuu.

  • To’annoo baajataa gaggeessuu.

  • Galii intarpiraayizii olaantummaan to’achuu.

  • Madaalli hojjettoota A/H xiqqaa kaffaltii jala jiranii gaggeessuu.

  • Gahee hojii hojjettootaaf kennuu.

  • Hojii dabalataan kennamuuf hojjechuu.

A/H/X Galii, baajataa fi Kaffaltii



Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun





Akkawunting

PHd, MA,BA

Muuxxanoo hojii

4,5,7




S - 14



1

1

  • Gaaffii kaffaltii adda addaa dhufu fi herrega bu`uu fuuchuun qulqulleessuun qopheessuu.

  • Kaffaltiif tajaajila adda addaa tiif durgoo dhaaf /pv/cpv/ fi ucheekii qopheessuu,

  • Kaffaltii bittaa meeshaa adda addaa tiif sanada qopheessuu.

    • Leejara dhuunfaa hojjettootaaf banuu.

    • Bakka buusa maallaqa qabduu maallaqaa (cash repilinishment) qopheesse mallateessuun ni dhiyeessaa.

    • Gaaffii dabarsa maallaqaa dhiiyaatu baajatni hayyamamee fi karoora maallaqa callaa irratti hundaa’uun qulqulleessuu, mirkaneessuu fi shallaguun ajaja dabarsa maallaqaa /TT/mallattoof qopheessuu.

    • Herrega sanduuqaa qabduu maallaqaa guyyaa guyyaan araarsuu fi lakkoofisa maallaqa callaa gaggeessuu.

    • Lakk Heerreega Baankii banuu fi to’achuu,

    • Gabaasa dabarsa maallaqaa fi kaffalamaawwanii adeemsa hojii xiqqaa kaffaltii tiif qindeessuun dhiyeessuu.

    • Hojiilee dabalataa kennamuuf raawwachuu.

A/H galii,

baajataa fi kaffaltii



Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun



Akkawunting

PHd, MA,BA

Muuxxanoo hojii

2,3,5


Ogummaa kompiitaraa



Raawwattoota kaffaltii fi dabarsaa

S - 12

3

2

    • Ragaalee baankii hunda qindeessuun madaala araarsa herrega baankiiwwanii hojjechuu.

    • Qabiinsa cheekii fi galmee maallaqa callaa qabduuwwan maallaqaa duukaa bu’uu.

    • Ragaalee baankii fi dhimma baankii faana quunnamtii qaban hundaa of eeggannoon qabuu.

    • Gabaasa araarsa herrega baankii qindeessuun garee herrega waliigalaa tiif dabarsuu.

    • Sirruumaa cheekota maallaqnii ittiin bahee fi cheekota hojjetamuun otoo maallaqnii hin fudhatamiin jiruu hordofuu.

    • Hojii dabalataa A/H xiqqaa kaffaltii irraa kennamuuf raawwachuu.



Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

Akkawunting

PHd, MA,BA

Muuxxanoo hojii

2,3,5
Ogummaa kompiitaraa




Raawwataa Herrega baankii

S – 12

1


3

    • Ragaalee araarsa herrega baankiif gargaaran walitti qabuu.

    • Cheekkota dhaabbata adda addaa tiif hojjetaman gara CPO tti jijjiirsisuu.

    • Dabarsaa maallaqaa gara piroojektota adda addaatti karaa baankii raawwataman baankiin gahuu fi qaama ergameef lakk. ittiin ergame beeksisuu.

    • Hojii dabalataa kennameef dabalataan hojjechuu.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Akkawunting

AD,CD,TD,10+2/10+1 fi

Muuxxannoo

2,4,6,7


  • Ogummaa kompiitaraa

Raawwataa dhimma baankii

S – 7

1

4

    • Baajata hayyamamee fi karoora maallaqa callaa irratti hundaa’uun dabarsa maallaqaa piroojektotaa mallateessuun nama faayinaansii waliin mallateessuutti dabarsuu.

    • Sanada kaffaltiin ittiin raawwatamee koodii taasisuu.

    • Bakka buusa maallaqa qabduu maallaqaa (cash repilinishment) qophaahee dhiyaate ragaasisuu.

    • Kaffaltiiwwan adda addaa pv dhaan raawwataman qulqulleessuu fi ajaja cheekii daangeffamee cpv fi cheekii mallateessuu.

    • Qaamootni faayinaansii sochoosan yeroo jijjiiraman odiitara waliin ta`uun maallaqa baankii, cheekii ittiin sochoosaniif sanadoota ittiin hojjetamu cufiinsa (cut off) taasisuu.

    • Gabaasa kaffaltii adda addaa gaafataman qindeessuun adeemsa hojii xiqqaa kaffaltii tiif dhiyeessuu fi hojiilee faayinaansii dabalataan kennamaniif raawwachuu.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun










5

    • Kaffaltii raawwatamu irraa kaffalamaawwaniif /Payables/ walitti qabamaawwan waajjiraa hordofuun kaffaltii qulqulluu qaama sadaffaa (3rd party claim) kan akka sooramaa, vaatii /VAT/, gibira galii hojjettoota irraa kutamee fi idaa adda addaa waajjira irraa jiru hordofuun akka kaffalamu taasisuu.

    • Hojii dabalataa A/H xiqqaa kaffaltii irraa kennamuuf ni raawwata.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Akkawunting

MA, BA, fi

Muuxxannoo

2,4


  • Ogummaa kompiitaraa



Raawwataa herrega hirdhifama, gibiraa fi taaksii

S - 11

1

6

    • Kaffaltii adda addaa cheekiin raawwatamaniif cheekii qopheessuu.

    • Cheekii qopheesse faayinaansii fi qaama faayinaansii waliin mallatteessuuf aangoo qabu mallateessisuun abbaa dhimmaa tiif mallateessissuun kennuu.

    • Cheekii ittiin hin hojjetamine of eeggannoon qabuu.

    • Baasiilee cheekiin raawwataman kompiwutaraan galmeessuu.

    • Hojii dabalataa kennamuuf hojjechuu.

A/Hojii Xiqqaa galii fi kaffaltii

Harkaa fi Kompiwutara fayyadamuun

  • Akkawunting

BA,AD,CD,TD/10+3 fi

Muuxxannoo

0,4,6,7


Raawwataa cheekii

S - 8

2

7

  • Sartafikeetii ragaasifame /approved certificate/ bulchiinsa ijaarsaa irraa fuchuu.

  • Sassabaan maallaqaa bakka adeemuun galii sassabuu sagantaa baasuun erguu.

  • Walitti qabamaan (receivable) galmeessuun imaanaa qabameef (retention) galmee qabachuu.

  • Galii sassabame piroojektiin adda baasuun galmeessuun tuuta herrega waliigalaatti dabarsuu.

  • Gabaasa galii interpiraayizii piroojektii piroojektiin adda baasuun torban torbaniin, ji’aa ji’aa , kurmaanaa fi kan waggaa ni dhiyeessaa.

  • Walitti qabamaawwan duukaa bu`uu.

  • Galii intarpiraayizii ilaalchisee hojii dabalataa kennamuuf hundaa ni raawwata.




Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Akkawuntingmgt, econ

PHd,MA, BA fi

Muuxxannoo

2,3,5


  • Ogummaa kompiitaraa



Raawwataa sassabbii galii

(Revenue collection expert)7



S -12

1

8

  • Nagahee galii /RV/ qabachuun maamila bira adeemuun cheekii fuchuu.

  • Cheekii fuudhamee chaappaa taasisuun baankitti galchuun nagahee ragaa baankii ’deposite slip’ fuuchuu.

  • Galii gurgurtaa cirrachaa baankitti maallaqni murteeffamee galii taasifamuun ragaan baankii ’credit advaice’ dhiyaateef nagahee galii /RV/ kennuu.

  • Nagahee galii herrega waliigalaatti koodii taasifamee deebi`ee of eeggannoon qabuun qabduu harshameetti dabarsuu.

  • Hojii dabalataa galii sassabuu ilaalchiisee kennamuuf ni raawwata.




Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Akkawunting,

Manajimantii fi kan wal fakkatu

AD,CD,TD,10+2/10+1 fi

Muuxxannoo

2,4,6,7



Sassabduu galii

S - 7


1

9

  • Baajata sirraa’ee galmeessuu,

Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi

waggaa qopheessuu(Monthly and

annual cash flow plan) qopheessuu.


  • Karoora Maallaqaa callaa

waliigalaa (cash position) qopheessuu.

  • Baajata hayyamame galmeessuu,

  • Jijjiirraa baajataa raawwatameef

Sirreeffama baajataa (budgetAdjustment) taasisuun baajata sirraa`ee galmeessuu.

  • Baajata qoodameef to`achuu.

  • Kaffaltii yeroo raawwatamu baajata irraa hir’isuu,

  • To`annaa baajataa taasisuu.

  • Itti fayyadama baajata kutaalee adda addaa gamaagamuun gabaasa ni dhiyeessaa.

  • Bu’aa fi kisaaraa piroojektotaa madaaluun xinxala gaggeessuu fi itti fayyadama baajata waajjira olaanaa xiinxaluun gabaasa dhiyeessuu.

  • Dirree adeemuun haalli itti fayyadama baajataa ni ilaala.

A/H xiqqaa Koostii fi baajataa

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Economiksii, manajimantii fi Akkawunting

PHd, MA, BA fi

Muuxxannoo

2,3,5


  • Ogummaa kompiitaraa



Raawwataa baajataa

Olaanaa

(Senior Budget expert)

S – 12


1

10

  • Baajata sirraa’ee galmeessuu,

  • Baajata interpiraayizii boordiin mirkanaahee fudhachuu.

  • Galii argame irratti hundaawuun

Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi

waggaa qopheessuu(Monthly and

annual cash flow plan) qopheessuu.


  • Karoora Maallaqaa callaa

waliigalaa (cash position) qopheessuu.

  • Baajata hayyamame galmeessuu,

  • Jijjiirraa baajataa raawwatameef

Sirreeffama baajataa (budget Adjustment) taasisuun baajata sirraa`ee galmeessuu.

  • Baajata akka to`atu qoodameef

to`achuu.

  • Kaffaltii yeroo raawwatamu baajata irraa hir’isuu,

  • To`annaa bajataa taasisuu.

  • Gabaasa itti fayyadama baajataa fi ibsa ittii fayyadamaa /financial analysis/ ni qophahaa.

  • Itti fayyadama baajata kutaalee adda addaa gamaagamuun gabaasa ni dhiyeessaa.

  • Dirree adeemuun haalli itti fayyadama baajataa ni ilaala.




Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun

  • Economiksii, manajimantii fi Akkawunting

MA,BA,AD fi

Muuxxannoo

2,4,8


  • Ogummaa kompiitaraa



Raawwataa baajataa

(Budget expert)



S – 11

1

11

  • Nagahee galii qopheessuun galii ni fuudhaa.

  • Maallaqa callaa saanduuqaa ni qaba,

  • Kaffaltii adda addaa eeyyamameef ragaa kaffaltii qopheessuun koodii taasisee kaffaltii ni raawwata,

  • Kaffaltiin mindaa bakka baankiin hin raawwatamnetti ni raawwata,

  • Galmee maallaqa callaa (Cash book) ni galmeesa,

  • Sanada Kaffaltiin itti raawwatame addaan baasuun galmeessuun tuuta herreegaatiif ni dabarsa,

  • Hojii dabalataa kennamuuf ni raawwata.

A/H xiqqaa galii, baajataa fi kaffaltii


Harkaan fayyadamuun

Akkawunting

BA,AD,CD,TD

Muuxxannoo 0,4,6,7


Qabaa/duu Maallaqaa

S – 8


2

III

A.H.Xiqaa Herrega Waliigalaa
















1

  • Hojii herrega waliigalaa qindeessuu,karoorsuu fi to’achuu.

  • Gabaasnii faayinaansii yeroo isaa eeggate qulqulluu fi amansiisaa ta’ee dhiyaachuu hordofuun A/H faayinaansii tiif dhiyeessuu.

  • Gabaasnii faayinaansii piroojektotaa yeroon dhiyaachuu hordofuu.

  • Hojjettoota garee H/waliigalaa madaaluu fi deeggarsa ogummaa kennuu.

  • Gabaasa faayinaansii odiitaroota keessaa fi alaa xiinxalchiisuu.

  • Gabaasa odiitii qaamota barbaadan hundaaf dhiyeessuu.

  • Hojii dabalataa A/H faayinaansii irraa kennamuuf raawwachuu.

A.H.X herrega waliigalaa

koompiwutara fayyadamuun

  • Akkawunting

PHd,MA, BA fi Muuxxannoo 4,5,7

  • Ogummaa kompiitaraa



S – 14

1

2

  • Gabaasa faayinaansii piroojektii hard koppii fi sooft koppii fuuchuun xiinxaluu, kan sirreeffamuu danda`uu sirreessuun

kompiwutara keessa galchuu fi kan sirreeffamuu hin dandeenye piroojektitti deebisuu.

  • Ragaa waajjira olaanaa kompiwutara galee xiinxaluu.

  • Madaala herrega baankii (bank reconcliation) fudhachuun gabaasa faayinaansii keessaa galchuu.

  • Gabaasa istookii dhiyaateef xiinxaluun sirreeffama barbaachiisaa gochuun gabaasa keessaa galchuu.

  • Hojii herregaa dabalataa itti gaafatamtootaan kennamuuf raawwachuu.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun


  • Akkawunting

PHd, MA, BA, fi

Muuxxannoo

3,4,6


  • Ogummaa kompiitaraa



Hojjetaa herregaa

olaanaa


(Senior Accountant)

S - 13

1

3

  • Haala lakkoofsa meeshaa tiin galmee lakkoofsa meeshaa (stock account) sirreessuu.

  • Leejara baasuun madaala istookii fi waajjira olaanaa fi piroojektii ilaaluu.

  • Madaala istookii waajjira olaanaa fi piroojektii irratti sirreeffama (Adjustment) barbaachiisaa adeemsisuu.

  • Gatii hiri`ifama duluma meeshaa dhaabbataa (depreciation) shallaguun koodii gochuun galmeeffama herregaa raawwachuu.

  • Leejaroota baasuun gamaagamuu(proof read) sirreeffama herregaa barbaachiisaa (adjustment) taasisuu.

  • Ragaa waajjira olaanaa xiinxaluun galmeeffama herregaa keessaa galchuu.

  • Harshameewwaan faayinaansii lakkoofsa kennuun qabduu harshameetti dabarsuu.

  • Hojjettoota haarawaa qaxaramaniif lakkoofsa addaa (Account ID) banuu.

  • Hojii herregaa dabalataa itti gaafatamtootaan kennamuuf raawwachuu.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun



  • Akkawunting

PHd, MA, BA, fi

Muuxxannoo

2,3,5


  • Ogummaa kompiitaraa



Hojjetaa Herregaa

Olaanaa


(Senior Accountant)

S – 12

2

4

  • Baasii waajjira olaanaa piroojektotaaf qooduun galmeeffama herregaa raawwachuun cufiinsa duraa madaalsisa herregaa (Pre closing Trial balance) baasuu.

  • Herrega galii fi baasii (revenue & expense account) cufuu.

  • Gabaasa bu`aa fi kisaaraa (profit loss statement) qopheessuu.

  • Gabaasa qabeenyaaf idaa (Balance sheet) qopheessuu.

  • Gabaasa odiitaroota alaatiin xiinxalchiisuu.

  • Deeggarsa ogummaa gabaasa qopheessuu irratti piroojektotaaf kennuu.

Harkaa fi koompiwutara fayyadamuun










5

Qabaa/duu Harshammee



















  • Sanada kaffaltiin itti raawwatamee mallatteessee ni fudha,

  • Sanada kaffaltiin itti raawwatamee gosaa fi baraan addaan baasuun tarreessuun,galmeessuun ni qaba,

  • Harshamee hojiidhaaf barbaadamuu qaama barbaadeef mallatteesissee ni kenna,

Garee herrega waliigalaa

Harkaan fayyadamuun

  • Akkawunting

BA,AD,CD,TD/10+3 fi

Muuxxannoo

0,4,6,7


  • Ogummaa kompiitaraa

Hojjetaa Herregaa

Olaanaa
S – 8



1

IV

A/H xiqqaa To’annoo Baajataa fi koostii
















1

  • Fedhii meeshaa baay’ina barbaadamuun,gatii madalawaa ta’een bakka senterii hojiichatti haala argamuu danda’uun karoorsuu fi akka guutamu taasisuu,

  • Haala meeshan koodii kenamuuf,ittin gurmaa’u,fi qabiinssa isaa qajaalfama ni baasa,

  • Analysisii meeshaa istooratti argamuu qabu(Maximum level), minimum level, re-order level xinxaaluu dhan meeshaan hedduminaan istoora keessa qarshii hidhee akka hin teenye ykn dhabinssa meeshaa tiin hojiin akka hin gufannee madalli sirrii ta’e ni gabaasa,

  • Meeshaan bittaan isaa gaafatamee hanga bittamee galii ta’utti yeroo itti fudhatu (Lead time),tilmaama keessa galchuu dhaan bittaan yeroo isaa eggatee akka bittamu ni ibsa.

  • Galmeen qabeenya waajiraa akka jiratuu fi kaapitaalli waajjiraa qabeenyarra jiru ni gabaasa akkasumas hiri’ina dulluma meeshaa dhaabata shalaguun ni gabaasa.

  • Gabaasa madalli meeshaa ji’an, kurmanaan,ji’a jahan akkasumsa kan waggaa ni gabaasa.

  • “Soft ware” galmee qabeenyaf ooluun gargaaramuun maadda kanaraa odeefannoo barbachisu Adeemsii Faayinaansii fi adeemsii Bittaa battalatti akka argatu taasisuu.

Karoorsuu,

qindeesuu,

Ogganuu,

deegarsa kenuu, gabaasa

hojii qopheesuu.


Karoorsu,

Qindeesuu,

itti fayadama kompitaraa


Materials management

Akkawuntingii

(PHd,MA/ BA)

4,5,7



A.H.X

S-14


1

Oggummaa “Data base” fi ittafayyadama kompiitaraa.net working



Raawwataa Analistii Istookii Senior Expert

Materials management

Akkawuntingii

(PHd,MA/ BA)

2,3,5



S12


1

2

  • Istook kaardii gosa meeshaa fi koost sentarii jiruun banachuu dhaan meeshaa dhumaatii bay;ina isaa ,gatii isaa,kan galii ta'e ,kan baasii ta'e fi madallii harkarra jiru madalli isaatorbaniin galmeesee ni qabata

  • Siistama qabinsa koostii meeshaa waajjiraa haala qinda'ee fi qabinsaaf akka tolutti "Moving Average" dhaan herregu dhaan gatiin meeshaa galii fi baasii ta'u haala kanaan akka qabamun ni taasisa

  • Qabeenyi dhaabbataa galmee dhaabbataa gubbatti haala Koost senterii isaa tiin guyyaa itti bitamee,dhaaba irraa bitame Lakk.addumaa(ID) meeshichaa ibsaa meeshichaa,gosa(Class) meeshichaa konkolataa yoo ta'e Lakk.gabatee isaa,chaansi isaa,Mashinarii yoo ta'e-(Serial number) isaa tiin,gatiin ittin bittame ,Departmeentii itti argamuun galmeesee ni qabata

Koodii kenuu, meeshaa gosa isaatiin qindeesuu,

(Classification),gatii fi baay’ina meeshaa tiin galmeesuu, madalli gatii haaraa fi baay’inni meeshaa irra jiru baasuu, koost sentarii isatiin galmeesuu, sadarkka meeshichi bittaan bakka bu’uu qabu herreguun hubachisuu (Maximum stock level) ibsuu



Raawwataa Anaalistii Giddu galeessa Istookii


Materials management

Akkawuntingii

(MA/ BA)

2,4


S-11




1


Raawwataa Analistii Kosti

Senior Expert



Materials management

Akkawuntingii

(PHd,MA/ BA)

2,3,5



S12


1

Yüklə 0,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin