Bulchinsa Faayinaansii



Yüklə 0,87 Mb.
səhifə9/9
tarix09.01.2019
ölçüsü0,87 Mb.
#93723
1   2   3   4   5   6   7   8   9



3.10.3. Adeemsa Hojii Bulchiinsa Faayinaansii waajjira olaanaa keessatti hojii haaraa diriree kana galmaan gahuuf hojjatoon deegarsaa kana gaditti tarreefaman ni barbaachiisu

Lakk

Adeemsa hojii

Hojii raawwatu

Gita hojii

Oggummaa

Baayyina

Hojjatoota




Adeemsa Hojii

Bulchiinsa

Faayinaansii


  • Xalayaa adda addaa qopheessun

barreessu,

  • Xalayoota dhufan fudhudaan

galmeessitee qaama dhimmi ilaalutti

ni dabarsiti,



Hojiichaatif barbaachisu baaftee ni

Raabsitii,



  • Ergaa bilbiila futee qaama ilaaltuuf

ni dabarsiti

Barreesituu

Sartafiikeeti

Barreessu fi

muxxannoo

Waggaa 3 Dipilooma

Barreesuu fi muxxannowaggaa BA, AD, CD, TD/10+3

2,6,7,8


Ogummaa

kompiitaraa


1


  • Xalayaa Adeemsaaf ergamee galii

gochuun kuusaa irratti hidhee qaama

dhimmi ilaaltuuf ni dhiyeessa,



  • Xalayaa baasii ta’u baasii gochuun

galmeessee abba dhimmi ilaaltuuf

ni keenna,



  • Kuusaawwan tartiiban kaa’ee ni eega,

  • Sanaadootaa fi xalayoota biiroo keessatti

bakka gahuu qabu ni geessa.


Hojjataa

mana


Galmee

Faayinaa


nsii.









3.11. Garaagarummaa Adeemsa hojii Ammaa fi Haaraa Diriree Jiddu jiru

(Comparison of `AS is & To Be ’ what was VS what will be)


Lakk

Dhimmota garaagarummaa

Adeemsa Hojii Ammaa ( As Is)

Adeemsa Hojii Haaraa ( To Be)

1

Kaffaltiin raawwatamuun dura kutaan baajata karoora keessa jiru mirkaneessuu.

Kaffaltiin raawwatamuuf kutaa kaffaltii keessatti herregni erga qulqullahee booda kutaan baajataa baajatni jiraachuu erga mirkaneessuun mallataahee booda kaffaltiin raawwatamuu qaba waan jedhamuuf dedeebii baayi`ee qaba.

Baajatni interpiraayizii gulantaa herregaa tiin qophaahee faayinaansiif kennamuun qaamni kaffaltii raawwatu qulqulleesse raawwachuun gabaasaan garee karooraa fi baajata waan beeksisuuf yeroo fi dedeebii jiru baayi`ee xiqqeessaa.

2

Dabarsa Maallaqaa piroojektiif taasifamuu.

Dabarsi Maallaqaa piroojektii raawwachuuf dedeebii 9 fi sa’aatii 1680 kan fixuu ta`uun yeroo dheeraa kan fudhatudha.

Dabarsi maallaqaa raawwchuuf daqiiqaa 120 keessatti raawwachuun hojiin haala karoorfameen akka raawwatamuu ni godha.

3

Maallaqa dabarsuuf gabaasa Faaynaansii dhiyeessuu.

Maallaqaa dabarsuuf gabaasa herregaa irratti hundaa’uun hojii irratti miidhaa kan fiduu ta’u.

Dabarsi maallaqaa sagantaa taa’ee keessaatti gabaasaa herreegaa irratti osoo hin hundaa'iin dabarsuun hojiin interpiraayizii galma akka gahuu ni gargaara.

4.

Kaffaltiin harka namoota hedduu keessa darbuu.

Kaffaltiin harka namoota hedduu keessa darbuun bu’aa bahii fi wal eganii akka hojjetamu kan taasisa tureedha.

Kaffaltiin qabaa maallaqaa dabalatee nama lamaan raawwatamuun hojiin bu’aa bahii qabu kan haambiisu, yeroo gabaabaa kessatti raawwachuun itti gaafatamuummaa fi hojjetootaa kan angeessuudha.

5

Herregni akka qulqullahuu namootni adda addaa mallateessuu

Hojiin tokkoo jalqabaa hama dhumaatti kan raawwatamuu osoo hin taa’iin kutaa adda addaa keessatti ciccitee raawwatamaa kan tureedha.

Hojii waliit fiduun jalqabaa hanga dhumaatti nama tokkoon raawwatamuun buu’aa fi maamilaa irratti akka xiyyeefattuu ni taasisa.

6

Kaffaltii Mindaa saanduqaan raawwatamu.

Kaffaltii Mindaa saanduqaa keessaa raawwachuun baasii fi yeroo kan fudhatu fi badiif kan saaxilu ta’u.

kaffaltiin mindaa baankiin raawwachuun hojjetootaaf adaa qusannaa kan umuu fi badii maallaqaaf kan hin saaxillee ta’u.

7

Kaffaltii durgoo ofirraa buusuu

Kaffaltiin durgoo yeroo lama

( fudhachuu fi busuun) kan



raawwatamuu waan ta'eef hojjetaa deddeebiif kan saaxilu ta’u.

Kaffaltiin durgoo karoora hojii irratti hundaa'uun ala tokkoon kaffaltii dhumaatiin raawwachuun hojjetooni akka hin dedeebinee fi herreegni yeroon akka galmaa’uu ni taasiisa.

8

Kaffaltiin geejjibaa

Kaffaltiin geejjibaa nagahe gejjibaa irratti hundaa'ee raawwatamuun hojii dabalataa fi deaddebiif kan saaxilu ta’uu.

Kaffaltiin geejjibaa taariifaa mootummaan baasee irratti hundaa'uun raawwachuun hojiin akka ariifatuu fi herreegni yeroon akka galmaa’uu ni godha.

9

Kaffaltii durgoo olmaa dursaan (Advance) fudhatamu.

Durgoo olmaa dursaan (Advance) fudhatamu ofirraa buusuuf isteepii 10 kan adeemamuuf leejara barbaaduun yeroo dheeraa kan fudhatu ta`uu.

Guyyaan dirreen fudhatu sirriitti xiinxalamuun baasii kallatii tiin waan raawwatamuuf yeroo fi dedeebii dachaan xiqqeessaa.

10

Qabiinsa herreegaa

Qabiinsi galmeessaa herreegaa qulqulleessuuf inkodaraa fi herrega dedeebi`uuf qulquliinaa kan hin qabnee fi yeroo dheeraa kan fudhatuu ta’u.


Galmeessi herreegaa kaffaltiin yeroo raawwatamu koodii waan taasifamuuf yeroo gabaaba fi qulqquuliinaan akka raawwatamuu ni taasiisa.

11

Angoo Ajaja Kaffaltii

Angoo Ajaja Kaffaltii oggannaa mana hojiitiin qoofa raawwatamuun itti gaafatamummaan hojjetootatti akka hin dhaga’amnee kan taasiiuudha.

Ajajaa Kaffaltii sadarkaa sadarkaan qooduun hojiin ariitiin akka raawwatu ni taasisa.

12

Galii interpiraaayizii sassabuu.

Qaamni galii sassabuu adeemsa hojii faayinaansii ala waan ta`eef ragaan galii yeroon koodii ta`ee koompiwutara kan hin galleef Wal harkaa fuudhiinsaan waan hojjetamuuf gabaasa faayinaansii yeroo eeggatee qopheessuu harkisa.

Qaamni galii sassabuu adeemsa hojii faayinaansii jalattii kurfaawuun galiin battalumatti waan galmaahuuf gabaasa faayinaansii yeroon dhiyeessuu fi wal harkaa fuudhiinsa sanadaa ni hanbisa.

13

Gabaasa faayinaansii qophaahuu.

Gabaasa faayinaansii qopheessuu irratti walitti daddabarsii ni bayi`ata. kunis, kan koodii kennuu, kan kompiwutara galchuu, kan herrega qulqulleessuu (proof read) godhuu fi kan gabaasa waliigalaa baasuu nama adda addaa waan ta`eef gabaasni yeroo eeggate hin qophaahu.

Gabaasa faayinaansii qopheessuu irratti walitti daddabarsii ni xiqqaata. sanada kaffaltii biratti koodiin kennameef inkodarii kompiwutara galchuun namnii herrega qulqulleessee (proof read) godhee gabaasa waliigalaa qindeessaa waan ta`eef gabaasni yeroo eeggate qophaaha.

14

Too’anoo maashinarii fi boba’aa laafa ta’u irraa kan ka’ee baasii gudda dhaf akka waajjira saaxila turee.

Too’aanoon baasii (Cost) Hojiimata,fi Standardii irratti hunda’ee adeemaa hin jiru.



Too’aanoon Hojiimata,fi Standardii irratti hunda’ee waan diriiruf baasiin ni hir’ata.

15

Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan hin beekamineef bittaan raawwatamuu.

Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan hin beekamineef bittaan raawwatamuu.

Madaalliin qabeenya istookii piroojektii waan waajjira olaanaan beekamuuf bittaan hin barbaachifne hin raawwatamuu.

16

Gaaffin bittaa yeroo itti dhihatu

Gaaffin bittaa kan gaafatamuu dursaan yeroo isaa eegatee haala sagantaa tiin (Lead time) eegatee kan gaafatamu osoo hin ta’iin wayituma hojiif hanqate qofa.

Gaafiin bittaa kan gaafatamu haala sagantaa hojii tilmaama keessa galchuu fi gaaffi kaasee hanga bitamee galii ta’utti yeroo itti fudhatu (Lead time) tilmaama keessa galchuu dhan.


3.12.1 Caaseeffamaa haaraa Bulchiinsa Faayinaansii Intarpiraayizii Sadarkaa Waajjira olaanaa

(The new process of finance admnistration at head office)


Ogganaa Intarpiraayizii







Gaggeessaa Adeemsa Hojii (Process Owner)





A/H xiqqaa Galii fi Kaffaltii

(Case Team)

A/H xiqqaa To`annoo Baajataa fi Koostii

Baajataa


A/H xiqqaa Herrega Waliigalaa




Raawwattoota Galii,Baajataa fi Kaffaltii

Raawwattoota herrega waliigalaa




Q.Harshameee

Q.Maallaqaa



Raawwattoota Baajataa fi Koostii



3.12.2 Caaseeffamaa haaraa Bulchiinsa Faayinaansii Intarpiraayizii Waajjira Piroojektii Sadarkaa 1ffaa


Ogganaa Waajjira Piroojektii
(The new process of finance admnistration at 1st level project)





Garee Bulchiinsa Faayinaansii






Raawwataa

H. Waliigalaa fi Istookii

H.Waliigalaa


Raawwataa kaffaaltii

Fi To’annoo bajataa



Q.Maallaqaa

Q.Harshamee


3.12.3 Caaseeffamaa haaraa Bulchiinsa Faayinaansii Intarpiraayizii Waajjira Piroojektii Sadarkaa 2ffaa

(The new process of finance admnistration at 2nd level project)


Gaggeessaa Piroojektii







Garee Bulchiinsa Faayinaansii






Raawwattoota

Herregaa



Q.Maallaqaa



3.12.3 Caaseeffamaa haaraa Bulchiinsa Faayinaansii Intarpiraayizii Waajjira Piroojektii Sadarkaa 3ffaa

(The new process of finance admnistration at 3rd level project)


Gaggeessaa Piroojektii








Bulchiinsa Faayinaansii



Raawwataa

Faayinaansii



Q.Maallaqaa




JBAH - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Faayinaansii, bara 2006 Page


Yüklə 0,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin