Maappii Ol’aanaa Adeemsa moofaa (Higher level map of the old process)
Deeggarsa, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii Hojii Dhaabbolee
Karoora tarsiimaa’aa fi waggaa akka qophaa’u gochuu
Figure maappii ol’aanaa Adeemsa Hojii Qorannoo, Gamaggama, Hordoffii fi To’annoo Raawwii Karooraa Dhaabbolee Misoomaa
Cheklistiin raawwii karoora ji’aa akka ergamu xalayaadhaan gaaffiin Dhaabbolee Misoomaaf ni dhiyaata
-
Qabiyyee Galamwwan Waligalaa (Check List) Qopheesuun dhaabboleef ni ergama
-
Karoora Dhaabbolee misoomaa irraa dhiyaate xiinxaluu
-
Karoora dhiyaate mirkaneessuun duub deebbii kennuu
Cheklistiin dhiyaatee ni qindaa’ee irratti marii’atama
Karooricha Mirkaneesuun dhaabbilee misoomaatiif deebisuu
Xiinxala karooraa
Xiinxala gabaasaa ni gaggeeffama
Bu’aa xiinxala karooraatiin Dhaabbolee misoomaawajjin marii gaggeesuu
-
Gabaasa Dh/M (ji’a, kurmaan, waggaa)
-
Dirree deemuun hojii dirreerratti qaamaan ilaaluu
-
Waltajjii gamaggamaa uumuun rawwii karooraa yeroo yeroon gamaggama gaggeessuu
Akka sirreeffamuu dhaabboleedhaaf ni ergama
Yoo sirrii hintanee
Duub-deebiin raawwii karooraa barreeffamaan deebi’e Dh/M tiif ni ergama
Sirreeffamee Guutuu yoo ta’ee
Adeemsa Hojii Qorannoo,karoora, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii hojii Dhaabbolee Misoomaa
Table Yaa’insa hojii Karoora, Hordoffii fi Gamaaggama Raawwii Hojii Dhaabbolee Misoomaa
Lak
|
Hojii raawwatamu
|
Yeroo fudhatu
|
Isteeppii
|
Bu'aa kan
|
qabu
|
Hin qabne
|
1.0
|
Qophii Karoora Dhaabbolee Misoomaa
|
|
|
|
|
1.1
|
Qabiyye karoora (chek list qopheessuu fi Dhaabbolee misoomaatiif erguu
|
Guyyaa 3
|
4
|
2
|
2
|
1.2
|
Karoora dhaabbolee misoomaa qophaa’ee adeemsa Q/K/H/G/Raawwii hojii Dh/M tiif dhiyaata
|
Guyyaa 7
|
4
|
2
|
2
|
1.3
|
Karoorichi ogeessaan ni xiinxalama
|
Guyyaa 7
|
1
|
1
|
|
1.4
|
Karoorri ogeessaan xiinxalamee maanajimatiif dhiyaatee irratti marii’atama
|
Guyyaa 1
|
1
|
1
|
|
1.5
|
Mariin dhaabbolee Misoomaa waliin ni gaggeeffama, ni gamagamama.
|
Guyyaa 6
|
1
|
1
|
|
1.6
|
Karoorri dhiyaate mirkanaa’ee ni deebi’a
|
Guyyaa 2
|
3
|
2
|
1
|
1.7
|
Galmawwan ijoo karoora Dh/M kan of keessaatti hammate karoorri ATTDhMMNO ni qophaa’a
|
|
0
|
0
|
|
1.7.1
|
Adeemsoleenii fi kutaawwan mana hojiichaa karoora mataa mataa isaanii qopheessanii ni dhiyeessu
|
Guyyaa 7
|
4
|
2
|
2
|
1.7.2
|
Karoorri mana hojichaa qophaa’ee koree maanajimantiif dhiyaatee mariin irratti ni gaggeeffama
|
Guyyaa 4
|
2
|
1
|
1
|
1.8
|
Karoorri mana hojichaa guutuun mootummaaf ni ergama
|
Guyyaa 2
|
3
|
3
|
|
|
Ida’ama
|
39
|
23
|
15
|
8
|
Lak
|
Hojii Raawwatamu
|
Yeroo Fudhatu
|
Isteeppii
|
Bu'aa Kan
|
qabu
|
hin qabne
|
2.0
|
Hordoffii fi Gamaggama Raawwii Karoora Dh/M
|
|
|
|
|
2.1
|
Cheklistiin raawwii karoora ji’aa akka ergamu xalayaadhaan gaaffiin Dhaabbolee Misoomaaf ni dhiyaata
|
Guyyaa 1
|
4
|
2
|
2
|
2.2
|
Chekilstiin qophaa’ee dhaabbolee misoomaa irraa ni dhiyaata
|
Guyyaa 5
|
4
|
2
|
2
|
2.3
|
Cheklistiin dhiyaatee ni qindaa’ee irratti marii’atama
|
Guyyaa 2
|
2
|
2
|
|
2.4
|
Cheklistiin qophaa’ee mootummaaf ergama
|
Guyyaa 1
|
4
|
3
|
1
|
2.5
|
Gabaasni raawwii karooraa dhaabbolee misoomaa dhiyaatee ogeessaan ni xiinxalama
|
Guyyaa 5
|
4
|
2
|
2
|
2.6
|
Raawwiin karooraa Dh/misoomaa dirree irratti ilaaluun qabatamaa ta’uun isaa ni mirkaneeffama
|
Guyyaa 7
|
7
|
4
|
3
|
2.7
|
Xiinxala bu’aa gabaasaa fi hubannoo gamaggama dirree iraatti manajimatiin ni marii’ata
|
Guyyaa 1
|
1
|
1
|
|
2.8
|
Xiinxala bu’aa gabaasaa irratti manajimatiin Dh.M waliin mariin ni gaggeeffama
|
Guyyaa 2
|
1
|
1
|
|
2.9
|
Gabaasni Dh/M mariidhan fooyya’e fi kan ATTDhMMNO qindaa’e WPMNO fi BMMDOtiif ni dhiyaata
|
Guyyaa 2
|
3
|
3
|
|
2.10
|
Gabaasni “power point” dhaan qophaa’ee WPMNOtti ni dhiyaata
|
Guyyaa 3
|
2
|
2
|
|
2.11
|
Duub-deebiin raawwii karooraa barreeffamaan deebi’e Dh/M tiif ni ergama
|
Guyyaa 2
|
7
|
3
|
4
|
|
Ida’ama
|
31
|
39
|
25
|
14
|
|
Waliigala (1+2)
|
71
|
62
|
40
|
22
|
Figure Maappii Ol’aanaa Adeemsa hojii ijoo Qo’annoo fi Ijaarsa Dandeetti Dhaabbolee Misoomaa
Leenjiin ni kennama
Fedhiin dhiyaate ni xiinxalamaa , akkaataa ariifachiisummaa isaatiin adda ni baha
Hanqinaalee humna raawwachiisummaa dhaabboleen misoomaa qaban adda baasanii akka dhiyeeffatan ni gaafatama
Leenjii humna raawwachiisummaa ni kennama
Fedhiin adda bahee irratti mariin ni gaggeeffama, kallattiin ni kennama
Qaama Leenjii kennu adda baasudhaan
Riifoormii gaggeessuu
Qaama leenjii kennuuf filatame waliin waliigaltee uumuu
Leenjiin hubannoo riifoormii ni kennama
Riifoormiin ATTDhMMNO fi Dhaabbolee misoomaa hunda keessatti nin gaggeeffama
Bu’aa raawwii riifoormii fi leenjii kenname irratti hordoffi fi gamaggamni ni gaggeeffama
Gabaasni gamaggama bu’aa riifoormii fi leenjii qindaa’ee ni dhiyaata, ni xiinxalama, jijjiiramni mul’ate ni ilaalama.
Table yaa’insa hojii Ijaarsa Dandeettii
Lakk
|
Hojii Raawwatamu
|
Yeroo Fudhatu
|
Isteeppii
|
Bu’aa Kan
|
qabu
|
hin qabne
|
1
|
Hanqinaalee humna raawwachiisummaa dhaabboleen misoomaa qaban adda baasanii akka dhiyeeffatan ni gaafatama
|
Guyyaa 1
|
4
|
2
|
2
|
2
|
Fedhiin dhiyaate ni xiinxalama , akkaataa ariifachiisummaa isaatiin adda ni baha
|
Guyyaa 5
|
4
|
2
|
2
|
3
|
Fedhii adda bahe irratti mariin ni gaggeeffama, kallattiin ni kennama
|
Guyyaa 1
|
2
|
1
|
1
|
3.1
|
Riifoormii gaggeessuu
|
|
0
|
0
|
0
|
3.1.1
|
Riifoormii irratti hubannoo umuu
|
|
13
|
9
|
4
|
3.1.2
|
Riifoormiin ATTDhMMNO fi Dhaabbolee misoomaa hunda keessatti ni gaggeeffama
|
|
2
|
2
|
0
|
3.2
|
Leenjiin humna raawwachiisummaa ni kennama
|
|
0
|
0
|
0
|
3.2.1
|
Qaama Leenjii kennu adda baasuu
|
Guyyaa 20
|
12
|
7
|
5
|
3.2.2
|
Qaama leenjii kennuuf filatame waliin waliigaltee uumuu
|
Guyyaa 7
|
4
|
4
|
0
|
3.2.3
|
Leenjiin ni kennama
|
|
6
|
3
|
3
|
4
|
Bu’aa raawwii riifoormii fi leenjii kenname irratti hordoffi fi gamaggamni ni gaggeeffama
|
|
4
|
4
|
0
|
5
|
Gabaasni gamaggama bu’aa riifoormii fi leenjii qindaa’ee ni dhiyaata, ni xiinxalama, jijjiiramni mul’ate ni ilaalama.
|
|
4
|
4
|
0
|
|
Ida’ama
|
34
|
55
|
38
|
17
|
Sakata’insa Haala waligala Raawwii Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa gaggeesuu
Figure . Yaa’insa Hojii Odiitii fi Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa
Hojmaataa adda bahan irratti karoora qopheesuu
Xiinxala gaggeesuu
-
Haala galamee fi qabiinsa qabeenyaa
-
Haala raawwii faayinaansii
-
Haala raawwii Odiitii keessaa
-
Haala gabaasaa Odiitara ala
Filannoo Odiitara alaa mirkaneesuu
Qajeelfamoota faayinaansii baasuu
Xiinxala gabaasa Odiitra alaa
Hordoffii, To’annoo fi gamaagama raawwii hojii faayinaansii, dubi deebbii fi gabaasaa faayinaansii
Table . Yaa’insa Hojii Odiitii fi Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa
Lakk
|
Hojii Raawwatamu
|
Yeroo
Fudhatu
|
Isteeppii
|
Bu’aa Kan
|
qabu
|
hin qabne
|
1
|
Sakata’insa Haala waligala Raawwii Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa gaggeesuu
|
7
|
8
|
|
|
2
|
Hojmaataa adda bahan irratti karoora qopheesuu
|
3
|
3
|
|
|
3
|
Xiinxala gaggeesuu
-
Haala galamee fi qabiinsa qabeenyaa
-
Haala raawwii faayinaansii
-
Haala raawwii Odiitii keessaa
-
Raawwii Bittaa
|
|
15
|
|
|
4
|
Qajeelfamoota faayinaansii baasuu
|
90
|
9
|
|
|
5
|
Filannoo Odiitara alaa mirkaneesuu
|
12
|
7
|
|
|
6
|
Xiinxala gabaasa Odiitra alaa
|
18
|
7
|
|
|
7
|
Hordoffii, To’annoo fi gamaagama raawwii hojii faayinaansii, dubi deebbii fi
|
|
7
|
|
|
8
|
Gabaasaa faayinaansii
|
6
|
|
|
|
Dostları ilə paylaş: |