Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Adeemsa Komii Itti Dhiyaatuu fi Murtee Argatu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə24/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   67

Adeemsa Komii Itti Dhiyaatuu fi Murtee Argatu


Qaamni kam iyyuu komii dhiyeeffatee erga qaamolee komii dhaggeeffataniin ilaalamee booda murtii kennamutti yoo quufuu baate qaama komii dhaggeeffachuuf sadarkaalee itti aanutti dhaabbateef komii isaa sadarkaa sadarkaan ni dhiyeeffata.; murtiin sadarkaa koree komii Intarpiraayizichaatiin kennamu isa xumuraa ta’a.

Haaluma kanaan:



    1. Madaalamaan sadarkaa sadarkaan jiru madaallii fi badhaasni gaggeeffame sirrii miti jedhee komee yoo isaa guyyaa bu’aa madaalliichaa beeke irraa kaasee guyyoota hojii torba (7) keessatti kan dhiyeeffatu ta’ee, murtiin guyyaa torba (7) keessatti kennamuufii qaba.

    2. Madaalamaan sadarkaa irra jirutti komii dhiheeffateef kan itti hin quufne yoo ta’e komii isaa gara sadarkaa itti aanutti guyyoota hojii kudhan (10) keessatti dhiheeffachuun, murtiin guyyaa torba (7) keessatti kennamuufii qaba.

    3. Dhuma irratti qaamni murtee kennametti hin quufne hogganaa Ol’aanaa Intarpiraayizichaatti guyyaa kudhan (10) keessatti dhiyeeffatee murtiin kennamuuf kan dhumaa ta’ee guyyaa torba (7) keessatti kan beeksifamu ta’a.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin