Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Gahee Hojii fi Aangoo Qaama Komee Dhaggeeffatuu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə25/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   21   22   23   24   25   26   27   28   ...   67

Gahee Hojii fi Aangoo Qaama Komee Dhaggeeffatuu

    1. Sadarkaa waajjira ol’aanaa

          1. Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Waajjira ol’aanaairraa dhihaatuu fi Damee irraa ol’iyyannoon dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.

          2. Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa koree madaallii fi badhaasaa koree daka jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa.

          3. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.

          4. Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa.


    2. Sadarkaa Dameeleeti

  1. Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Damee irraa dhihaatuu fi Qonnaalee irraa ol’iyyannoon dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.

  2. Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa koree madaallii fi badhaasaa koree daka jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa.

  3. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.

  4. Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa.

    1. Sadarkaa Qonnaaleetti

                1. Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Qonnaalee irraa dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.

                2. Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa.

                3. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.

                4. Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   21   22   23   24   25   26   27   28   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin