Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə35/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   67

Maqeeffamaa fi Akaakuu Badhaasaa

  1. Maqeeffamaa Badhaasaa


Moggaafama badhaasaa yommuu jedhamu Intarpiraayizicha haala jajjabeessuu fi hiikaa qabuun kan kennamu ta’ee, kunis kenna tajaajilaa fi raawwii tarsiimootiin bu’aa raawwii caalmaa isaan galmeessisaniif badhaasni kennamu haala qabatama Intarpiraayizichaatiin kan moggaafamu ta’a.
      1. Akaakuu Badhaasaa


Qaama raawwii caalmaa qabaachuun isaanii mirkanaa’e jajjabeessuuf badhaasawwan armaan gadii kennamuu ni danda’u.

  • Geeba Kiristaalaa Haasxaa mootummaa naannoo Oromiyaa of irraa qabu

  • Madaaliyaa

  • Badhaasa maallaqaa

  • Carraa barnootaa fi leenjii

  • Bakkeewwan seenaa qabeessa daawwachiisuu

  • Waraqaa ragaa

  • Badhaasawwan gosaa faayidaalee garaagaraaf oolan (konkolaataa, maashinii footoo koppii, kompiyuutera, laaptooppii, Iskaanerii fi kkf)

  • Miidiyaalee garaa garaatiin uwwisa yeroo qilleensaa fi fuula barreeffamoota gara garaa akka argatan taasisuu

  • Mana jireenyaa fi kkf .

Intarpiraayizichi ragaa koreen madaallii fi badhaasaa xiinxaluun dhiyeesse irratti hundaa’uun gosoota badhaasaa fi baay’ina badhaasaa murteessuun badhaasaa qophaa’e akkaataa sadarkaa badhaafamtootaatti gosa badhaasaa adda baasuun sadarkaa Intarpiraayizichaatti badhaasin kan raawwatamu ta’a.


    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin