Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Ulaagaalee Dorgommii Badhaasaa (Award criteria)



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə31/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   27   28   29   30   31   32   33   34   ...   67

Ulaagaalee Dorgommii Badhaasaa (Award criteria)


Ulaagaaleen dorgommii badhaasa Caaseffama Intarpiraayizichaa keessatti akka waliigalaatti sadarkaa sadarkaadhaan bu’aa raawwii hojii Sirna Madaallii Qindaa’aa (integrated) tiin madaaluudhaan bu’aa ol’aanaa kan galmeessiisaniif onnachiiftuun kan itti kennamuu fi kan raawwii gad-aanaa galmeessisan immoo deeggarsi barbaachisu kan itti kennamuuf, akkasumas sirni isaan itti gaafataman kan hojii irra itti oolu dha.
    1. Yeroo Badhaasni Itti Gaggeeffamu


Qaamni caaseffama Intarpiraayizichaa keessatti argamu Waggaa keessatti yeroo lama bu’aa raawwii isaanii akka madaalan manuwaalii sirna madaallii keessatti ibsamee jira. Bu’aa madaallii gaggeeffame irratti hundaa’ee kanneen raawwii caalmaa qabu galmeessisan badhaasuuf sirni badhaasaa kan gaggeeffamu waggaatti yeroo tokko ta’ee, badhaasni kan raawwatu Sadarkaa caaseffama Intarpiraayizichaa keessatti hanga Fulbaana 30 tti ta’uu qaba.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   27   28   29   30   31   32   33   34   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin