Galata /Acknowledgement/ Seensa


Hojii caccabsuu (cascading) Adeemsoota Hojii Ijoo



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə16/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20



    1. Hojii caccabsuu (cascading) Adeemsoota Hojii Ijoo

      1. Scorecard”ii Adeemsa Hojii Ijoo Gahoomina Dubartootaa

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Godina Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012ti Godina Lixa Shawaa walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hoggenu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessummaa

G. Qophaa’ina jijjiiramaa

H. Aantummaan daa’immaniif

Toora Xiyyeeffannoo:- Hirmaannaa fi Fayyadamummaa Dubartootaa mirkanneessuu.

Maappii tarsimaa’aa:-

Adeemsa Hojii Ijoo :- Gahoomina Dubartootaa


Amantaa dubartootni mootummaa irratti qabanu guddisuu
Bu’aa Tarsimmaa’aa Dubartootaa gama hawaasummaa,dinagdee fi siyaasaan gahoomanii wal qixummaa koorniyaa mirkanaa’e .

Lammii

/maamila


Ittiquufiinsa dubartootaa dabaluu


Fayina

ansii



Gahumsa fi bu’a qabeessummaa baajataa fooyyeessuu

Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu



Adeemsa Hojii

Keessaa

Gurmaa’ina mirgoota diimookraasii dubartootaa babal’isan guddisuu




Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu



Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu

Kunuunsa fi deggarsa dubartootaa guddisuu



S/K/H/D/T/G fooyyeessuu

Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu

Gahumsa Dubartootaa dabaluu



Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo dubartootaa fooyyeessuu



S/K/H/D/T/G fooyyeessuu


Ijaarsa Dandeettii



Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu

Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu

Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu


Safartuulee Raawwii Tarsiimo’aa Adeemsa Hojii Ijoo Gahoomina Dubartootaa (Strategic Performance Measures)

5.1. Safartuu raawwii fi maniilee (Performance measure and targets at corporet level of the strategic objectives) akkaataa kaayyoo tarsimaa’aa Adeemsa Gahoomina Dubartootaattiin gabatee armaan gadii keessatti tarreffamaniiru.



Kalattii madaallii

Ulfaatina Kallattiilee

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina Kaayyoolee Tarsimawaa

Safartuulee/Measurments

Ulfaatina safartuulee

Ka’umsa

/Base line/

(2007)

Manii/Targets




2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012

Tarkaanfilee Tarsimaa’aa

Lammii/maamila

20

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1.Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


10

75

90

77


80

83

86

90

Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa

Faayinaansii

15

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

10

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

5

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

5


75

90

77


80

83

86

90

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu


5

5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

5

15

5

13

11

9

7

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa

Adeemsa Hojiikeessaa

45

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

2


6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

1

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

  • Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu




7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

1

80

95

83

86

89

92

95

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu

2

8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (%)n

1

50

80

56

64

70

75

80

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (%n)

1

75

85

77.5

79.5

81

83.5

85

7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

3

10.Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

1

85

90

86

87

88

89

90

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

SPM

11. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

1

50

80

56

64

70

75

80

12.Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

1

50

80

56

64

70

75

80

8. Gahumsa Dubartootaa dabaluu


15

13.Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

1

5,948


1189

189

1189

1189

1189

5948

PMJD)/ PMDNHB)

Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii



14.Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

1

468

93

94

93

93

93

468

15.Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

2

  1. 54500

  1. 152,210




  1. 30442

  1. 60884

  1. 91326

  1. 121768

  1. 152210

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

16.Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

1

  1. 1467



  1. 14,264



  1. 2852

  1. 5705

  1. 8557

  1. 11409

  1. 14264

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

17.Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn

1

  1. 1467

  1. 18,446




  1. 3689

  1. 7378

  1. 11067

  1. 14067

  1. 18446




  • PMJD)/ PMDNHB

\




18.Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

1

  1. 15

  1. 50




  1. 16

  1. 32

  1. 48

  1. 64

  1. 80

  • PMJD)/ PMDNHB







19.Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)

1

  1. 6,085

  1. 122,977




  1. 24595

  1. 49190

  1. 73785

  1. 98380

  1. 122977

  • PMJD)/ PMDNHB




20.Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

2

15,519

273,691


54738

109476

164214

218952

273691

  • PMJD)/ PMDNHB




21.Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

1

12,090

171,135


34227

68454

102681

136908

171135

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

22.Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)


2

592

342,103


68420

136841

143683

212103

342103

  • PMJD)/ PMDNHB




23.  Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Mil.) (Lakkn.)

1

6,295

231,688


46337

92675

139052

185389

231688

  • PMJD)/ PMDNHB







9. Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


10

24.Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

1

12880

1,394


278

557

835

1113

1394

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Imammata Dubartootaa

  • Waliigaltee CDWO

-Heeraa fi Seera biyyattii

TarsiimooBMG




25.Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

1

0

24,595


4919

9838

14757

19676

24595

  • PMJD)/ PMDNHB

Imammata Dubartootaa

26.Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. irratti hirmaatan(Lakk)

1

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Imammata Dubartootaa

  • Waliigaltee CDWO

  • Heeraa fi Seera biyyattii

  • TarsiimooBMG




27.Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

1

0

10,330

1,653

3,512

5,682

7,954

10,330

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Imammata Dubartootaa




28.Brmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)

1

35

5

25

20

15

10

5




29.Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)

1

5

60

30

35

45

55

60

  • Tarsiimoo BMG

  • Koree Gorsitootaa

Heeraa fi Seeraa adaba yakkaa

30. Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

2

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949

  • Tarsiimoo BMG

  • Koree Gorsitootaa

  • Heeraa fi Seeraa adaba yakkaa

31.Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

1

3900

418,122


83624

167248

250872

334496

745405

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Imammata Dubartootaa

  • Waliigaltee CDWO

  • Heeraa fi Seera biyyattii

  • TarsiimooBMG




32.Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

1

1

1

1

1

1

1

1

  • Taatee farra kittaannaa




10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu

1

33,Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

1


69

330

66

132

198

264

330

  • PMJD)/ PMDNHB

  • TarsiimooBMG






11, Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu




7

34. Baay'ina jaarmiyaalee dubartootaa deeggaramani dabale (Lakkn

2

2

5

5

5

5

5

5

  • PMJD)/ PMDNHB




35.Baay'ina dubartoota ijaarama irratti hubannoo argatan(lakk)n

3



31,736

262,082


52416

104832

157248

209664

262082

  • PMJD)/ PMDNHB






36.Baayina dubartoota miseensa RMDD tiin ijaaramanii dabalee (lakk.)

2

368,966


30,709


6141

12283

18425

24567

30709

  • PMJD)/ PMDNHB




12,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


4

37.Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Adeemsa Gahoominaatti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

1

1

4

1

2

3

3

4

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC




38.Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

1

1

4

1

2

2

3

4

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC




39.Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

1

226

33,333

5557

11509

18,461

25745

33,333

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC




40.Baayyina sakatta'iinsa Adeemsa hojii dabalee (lakk.)


1

1

6

2

3

4

5

6

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC







13. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

1




41.Fooramii mariifi gamaaggama see ktaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

1

2

2

2

2

2

2

2

  • PMDNHB

  • Imammata Dubartootaa

  • Waliigaltee CDWO

  • Heeraa fi Seera biyyattii

  • TarsiimooBMG







20

14, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu


6

42. Raawwii ogeessotaa dabale(%)n

2

80

90

82

84

86

88

90

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Sagantaa ijaarsa Dandeettii





Ijaarsa dandeettii

43.Baayyina hoggantoota fi Ogeesotaa leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

2

600

1,262

706

825

964

1,109

1,262

  • Sagantaa ijaarsa Dandeettii




44.Baayyina hoggantoota fi Ogeesotaa barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

2

13

38

18

23

28

33

38

  • Sagantaa ijaarsa Dandeettii




15, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

4

45.Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

  • Sagantaa Babalina Teeknolojii


16. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

10

46..Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2

82

90

84

85

86

88

90

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC




47.Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

4

1

2

1

2

2

2

2

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakeejii Sagantaa Riiformii Guutuu Hojii Irra Oole




48.Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2

65

90

70

75

80

85

90

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakeejii Sagantaa Riiformii Guutuu Hojii Irra Oole




49.Deggarsa fi hordoffii Ogeesotaaf taasifame dabale (yeroo)

2

2

4

4

4

4

4

4

  • Sagantaa.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa

Ida’ama


100 %




100 %




100%

























Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin