Qaama qunnamtii
|
QaamoleeWalqunnamtiiwallin umamu
|
Dhimmoota walqunnamtii
|
Bu’aa Walquunnamtii
|
Dhimmamtoota
|
Abbaa Taayitaa
| -
Hordoffii hojii gaggeessuu fi DhabbatichaMotummaa Nannoo bakka bu’udhan Hordofu,Qajeelfama Mootumma hojii irraa olchu irraatti.
-
Dambii baasuu fi Raggaasisuu
| -
Qajeelfamoota adeemsa hojichaa fayyadan hojii irra ooluu isaa, Interpiraayizii Qajeelfama mootummaa kayoo hundeeffameen wajjin walsimsiisudhan hojii irraani olcha.
-
Ummatas fayyadama ni taasisa.
|
Dhimmamtoota
|
Boordii
| -
Gamaggama hojii raawwachuu irratti
-
Kallatii haaraa hojii diriirsuu irratti ykn
-
Hogantoota Muudu
-
Waligaltee adda addaa sadarkaa Boordi tiin rawwatamu galu irraatti
| -
Gamagamma hojii gageesudhan kallatti sirii ta’e diriirsu.
-
Hogantoota gahumsa qaban madaludhan muudu.
-
Dhimootaa Murtii ol’aana barbaadan irraatti murtii dabarsudhaf
|
Dhimmamtoota
|
Uummata
|
-
Deeggarsa hawasummaa adda addaa kennu irratti
| -
Hojii abbummaadhaan akka ilaalanii fi mancaatii adda addaa hambisuu irratti shoora isaan irraa eegamu akka baa’aniif
|
Maammiltoota
|
Waajjiraalee Dhuunfaa/Dhaabbilee adda adda
| -
Hojii kennuu fi fudhachuu irratti
-
Deeggarsa oogummaa walii kennuu irratti
-
Muuxannoo waljijjiiru irratti
| -
Hojii bu’a qabeessa ta’e hojjetee kaappitaala isaa akka guddisuuf qaama hojii fi deeggarsa kennuu wajjiin hojjechuun bu’a gaarii ni qaba.
|
Qaamolee qunnamtii waliin uumamu
|
Dhimmoota walqunnamtii
|
Bu’aa walquunnamtii
|
Hogantoota Mana hojii IIHBO
| -
Karoora hojii haala keessa fi ala irratti hunda’e qopheessee
-
Hordoffii fi gamaggana pirojektoota,fi kallatti hojii ka’uu ykn diriirsuu irratti
-
Dhiheesiui adda addaa irraatti
-
Gabaasa hojii dhiheessuu irratti
-
Rammadi fi muudama adda addaa mirkaneessu irraatti
| -
Hojiin kallattii sirrii irra akka deemu ni taasisu
|
Waldaa Hojjetoota
| | -
Hojjetooni mirga fi dirqama isani barudhan Waltii dhufeenya hojjetaaf hojjechiisa giddu jiru cimsu irraatti
|
Hojjetoota
| -
Gahee hojii kennamu irratti ykn dirqamaa fi itti gaafatamuu hoji /naamuusa hojii/ jiru irratti hundaa’ee
| -
Hojji hojjetamu keessaatti abbummaa fudhachudhaf
|
Adeemsaalee Hojii biroo
|
|
|
Adeemsa hojii Bulchiinsaa fi misooma humna namaa
| -
Humna namaa/ogeessaa/ adeemsi hojichaaa barbaadu dhiheessuu fi ga’umsa hojjetoota misoomsuu akkasumas adeemsa hojichaa teekinoliijii wajjin tarkaanfachiisu irratti.
| -
Humna namaa barbaachisu rammadu fi ogummaa isani cimsu irraatti.
|
Adeemsa hojii Bulchiinsa Faayinaansii
| -
Maallaqaa hojiif oolu kaffaluu ykn Maallaqa hoji raawwachiiftu gara pirojekitootatti erguu
-
Kaffaltii hojii funaanu
| -
Galii fi baasii adeemsa hojichaa olaantummaadhaan waan too’achuu fi deeggarsa keennuf
|
Adeemsa hojii Bulchinsaa qabeenya fi lojistikii
| -
Mashinarii fi Meeshaalee hojiif gafataman/barbaachisan dhiheessi, bituu fi bulchuu
| |