Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Shawaa Bahaatti Karoora Waggaa Bara 2010 Caamsa 2010 Adaamaa Seensa


Gabatee 8. Karoora Raawwii Baasii idilee bara 2009



Yüklə 0,86 Mb.
səhifə12/13
tarix27.12.2018
ölçüsü0,86 Mb.
#86821
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13


Gabatee 8. Karoora Raawwii Baasii idilee bara 2009 (000 birr)



Mata duree Baasii

Karoora

Waggaa


Karoora kur. 1ffaa

Karoora kur. 2ffaa

Karoora kur. 3ffaa




Karoora kur. 4ffaa

Adol

Hag

Ful

Ida’ama

Onk

Sad

Mud

Ida’ama

Amaj

Bit

Gur

Ida’ama

Ebl

Cam

Wax

Ida’ama

6211

1.Mindaa Hojjatoota



1,683,480

140,290

140,290

140,290

420,870

140,290

140,290

140,290

420,870

140,290

140,290

140,290

420,870

140,290

140,290

140,290

420,870

6112

  1. Durgoo hojj.

Dhaabbi

5,400

450

450

450

1350

450

450

450

1350

450

450

450

1350

450

450

450

450

6211

3.Uffata dambii



10,000

-

-

-

-

-

5000

-

-

-

-

-

-

-

-

5000

5000

6212

4.Meesha dhuma biroo keessa



50560

-

-

-

-

-

25,280

-

-

-

-

-

-

-

-

25,280

25,280

6213

5.Maxxansa barrefamaf adda addaf



40,000

-

-

-

-

-

20,000



















-

-

20,000

20,000

6217

6.Boba’aafi dibata



50,000

-

-

12500

-

-

12500

-

-

12,5000

-

-

12500

-

-

12500

12500

6218 meeshaale wajjira.

70,000

-

-

-

-

-

35,000

35,000

-

-

-

-

-

-




35,000

35,000

Mata duree Baasii

Karoora

Waggaa


Karoora kur. 1ffaa

Karoora kur. 2ffaa

Karoora kur. 3ffaa




Karoora kur. 4ffaa

Adol

Hag

Ful

Ida’ama

Onk

Sad

Mud

Ida’ama

Amaj

Bit

Gur

Ida’am

Ebl

Cam

Wax

Ida’ama

6231

8.Durgo olmaaf



192,304

16,025

16,025

16,025

48075

16,025

16,025

16,025

48075

16,025

16,025

16,025

48075

16,025

16,025

16,025

48075

6232

9.Kaffalitti gatti geejiba



50,000

-

-

12,500

12,500

-

12,500

-

12,500

12,500

-

12,500

12,500

-

-

12,500

12,500

6233

10.Keessumeesuuf



20,000

1000

1000

1000

3000

2000

2000

3000

7000

1000

1000

1000

3000

2000

2000

3000

7000

6241

11.Suphakonkolaat



25,000

-

-

-

-

-

12,500

12,500

-

-

-

-

-

-

-

12500

12500

6243

12.Haromsa Supha mashin



10,000

1000

1000

1000

3000

1000

1000

1000

3000

1000

1000

1000

3000

1000

-

-

1000

6244

13.Haromsa suphaa gamooti



15,000

-

3000

2000

5000

1000

1000

1000

3000

-

2000

2000

4000

1000

1000

1000

3000



Mata duree Baasii

Karoora

waggaa


Karoora kur. 1ffaa

Karoora kur. 2ffaa

Karoora kur. 3ffaa




Karoora kur. 4ffaa

Adol

Hag

Ful

Ida’ama

Onk

Sad

Mud

Ida’ama

Amaj

Bit

Gur

Ida’am

Ebl

Cam

Wax

Ida’ama

6253

15.Beeksisaaf



15,000

416

416

416

1250

416

416

416

1250

416

416

416

1250

416

416

416

1250

6255

16.Fee’insaaf



1200

100

100

100

300

100

100

100

300

100

100

100

300

100

100

100

300

6256

17.Kafalitti tajaajila



3000

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

6257

18.Kafalitti taj. Ibsaa



3000

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

6258

19. Kafalitti taj.bilbilaa



12,000

1000

1000

1000

3000

1000

1000

1000

3000

1000

1000

1000

3000

1000

1000

1000

3000

6259

20.Bishan,

Poosta,Taj.biroof


3000

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

250

250

250

750

6271

21. Leenjii biyya keessa



10,000

833

833

833

2499

833

833

833

2499

833

833

833

2499

833

833

833

2499

6313

22, Bitaa meesha dhabbii



110,830

7569

7569

7569

22707

7569

7569

7569

22707

7569

7569

7569

22707

7569

7569

7569

22707



14. Deeggartootaa fi hirmaattota karoorichaa

1. Dhaabbilee Mit-mootummaa fi NGO

2.Dhaabillee Mootummaa gurguddoo

3.Dhaabilee Barnoota Ol’aanaa godinichaa keessaa jiran

4. Abbootti Gadaa fi Maanguddoota

5.Beekitoota Beekamoo Godinichaa keessaa jiiran

6.Artistoota Beekamoo

7.Qaamolee Hawwasa adda addaa ( dargagoota, Dubartoota,Daldaltoota K.K.f karoorichaaratti akka hirmaatanni fi deeggaran gochuu)



8.Seektaroota Qindoomina waliin hojjenuu (w/r Fayyaa, Daandii, Nageenya, Dhimma dubartootaa, WLQO,Invastimantii,Daldala,geejiba fi kkf

16.Tooftaalee Raawwii Hojii Bara 2009

Qorannoo

  • Adeemsa qormaata irratti qorattoota Aanalee waliin hanqina fi cimina bara 2008 gamaggamuun kallattii bara 2009 waliif kennu.

  • Qorannoowwan qorataman adda addaa hawaasa biraan gahu. Duub deebii fudhachaan hanqinaa fi cimina ilaala deemuu.

  • Dhaabbilee barnoota ol’aanoo, Mit- mootummaa fi abbootii qabeenya adda addaa waliin walitti hidhamuun hojachuu.

  • Gumii abbootii Gadaa, manguddoota fi hayyoota waliin hojjachuu.

  • Hojiilee Aanaalee fi B/M gadi bu’uun kurmaanaan deeggarsa gochuu.

Misooma fi Kunuunsa.

  • Waltajiwwan, konfaransiiwwan adda addaa Sad. Godinaa fi Aanaaleettii qindominni akka uumamu gochuun haala misoomaa fi kunuunsaa irratti hubannoo caalmatti guddisuu.

  • Dhaabbilee mit-mootummaa, abbootii qabeenyaa fi seektaroota mootumma dhimmi ilaalu waliin qindominaan hojjachuu (W/ra Bul. Lafaa fi Eegumsa Naannoo Godinaa fi IMX)

  • Dhaabbilee A/T Godinicha keessatti argaman gara garaa waliin qindoominaan hojjachuu.

  • Projectoota akka godinaatti qabaman koree projectii godina beeksisuudhan akka hordooffaman gochuu.

  • Aanaalee fi B/M tiif hojii misoomaa fi kunuunsa irrattii kurmaanaan deegarsa gochuun hordofuu.

  • Carraan hojii gama seektara aadaa fi turizimii uumamuu danda’u irratti aanotaa fi B.M deeggaruudhaan hoji dhabdoota hojitti galchuu (waldaalee haaraa ijaaruu fi kan jiran cimsuu)

  • Gumiilee yeroo yeroodhaan deeggarsa akkaataa argachuu danda’aniin aanotiin akka deeggaran) hordofuu.

Beeksiisaa

  • Miidiyaalee adda addaa fi dhaabilee beeksisaa adda addaa waliin hojachuu.

  • Bareefamoota adda addaatiif Q.A.T. Godinichaa akka beeksifaman gochuu.

  • Ogeesoota Aanaalee fi B/Mtii hojii piroomoshinnii irrattii hubannoo kurmaanaan kennu.

  • Gumiiwwan dagaagina aadaa fi afaan, akkasumas gumii abbootii gadaa waliin qindominaan hojachuu.

Yüklə 0,86 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   13




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin