Daangaa fi Hojii Adeemsichaa Dangaa 3



Yüklə 182,59 Kb.
tarix07.01.2019
ölçüsü182,59 Kb.
#90839



BAAFATAA


1.Seensa 3

2.Daangaa fi Hojii Adeemsichaa 3

2.1.Dangaa 3

2.2.Hojii Adeemsicha 3

2.3.Bakka Hojii 4

2.4. Kayyoo Maanuwwalii 4

2.5. Pirinsiipilii Hordofamuu (governing principle) 4

2.6.Piriinsipiloota Waliigalaa 5

2.7. Tarsimoo Fooyya’insa 5

2.8. Qorannoo Gaggeessuu 5

2.9. Maamiltoota Adeemsichaa 6

2.9.1.Maamila Alaa 6

2.9.2. Maamila Keessaa 6

3.Yaa’nsa Hojii Adeemsichaa 6

3.1.Yaa’insa Hojii Karooraa fi Gabaasa 6

3.2.Yaa’insa Hojii Daagagina Bizinasii 8

4.Walitti Dhufeenya (Interface) 9

5.Hojimaata Adeemsichaa 10

6.Barbaachisummaa 11

7.Haal-dureewwan hojii kana galmaan gahuuf guuttamu qaban 11

8.Adeemsa Haaraa Gurmeessuu 13

8.1.‘Istaandardii’ Raawwii (Place and Standard Performance) 13

Ademsa Hojii Karooraa fi Daagaagina Bizinasii 13

9.Gurmaa’insa Humna Namaa 17

9.1.Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii 17

10.Gahee Hojii (Job Description) 19

11.Waliigala Gita hojii, Ulaagaalee fi Muxannoo Barbaachisan 26

12.Waliqunnamitti fi Hordooffi Hojii 26

13.Seeraa fi Meeshalee Hojiif Barbaachisan 27

13.1.Dambii fi Waliigaltee Hojii (contract agreement) 27

13.2.Meeshalee Hojiif Barbaachisan 27




  1. Seensa

Tajaajila qulqullina qabu fi saffisaa ta’e kennuun maamila gammachisu irra darbee misooma keessatti hirmaanaa barbaachisu gochuuf Jijjirama Bu’uura Adeemsa Hojii (JBAH) qoratameera.

Qorannoo gaggefamee haala Salphaa fi ifa ta’een hojii irraa olchuuf dhimmoota qorannoon hammate hundaaf qajeelfama hojimaataa qopheessuun barbaachisaa ta’ee argameera.

Haaluma kanaan hojii Adeemsa Hojii karooraa fi Dagaagina Biizinasii raawwatu hundaaf akkamitti, enyuun hojjetama, sadarkaa hojii (work standard), sababa hojiitin qaama walqunnamu,unkaalee adda addaa, gurmaa’ina humna namaa, fi kan kana fakaatan haala ofi keessatti qabatuun qajaalfamich qophaa’eera.


  1. Daangaa fi Hojii Adeemsichaa

    1. Dangaa


Qajeelifamni kun kan fayyadu qaama fi hojjetoota intarpiraayiiziichaa hojiiwwan karoorfatanu fi gabaasa qopheessan hundaaf.
    1. Hojii Adeemsicha


Karooraa hojii waajjiraa adeemsalee adda addaa irraa dhufu bakka tokkotti qindeessun qopheessuun ala karoora biyyatiin qabdu waliin adeemsisuuf hojii interpiraayizichaa karoora mootummaa walin akka deemu haala ni mijeessa. Akkasumas bizinasii waajiraaf bu’aa buussan qorachuun firii qorannoo ni dhiyeessuun mirkaneessisee hojii irra akka oolu

yaada dhiyeessuun ni hordofa. Karooraa fi raawwii hojii gamagammuun cimnaa fi hanqina jiruu adda baasee yaada furmaataa kaa’uun karoora isaa fooyyeessa.



Hojiilee Gurgudoo Adeemsicha

  • Karoora waajjira qindeessuu fi mirkaneessisuu

  • Hordooffii fi gamaggama hojii gaggeessuu

  • Rakkoolee hojii irratti mudatan adda baasuu fi yaada furmaata dhiyeessu

  • Gabaasa qindeessuun raawwii gamaggamuu

  • Gabaasa raawwii hojii qopheessuu

  • Qorannoo bizinasii haara gaggeessuu

  • Raagga waajjira haala databasiitti qabuu


    1. Bakka Hojii


Hojiiwwan armaan olitti ibsaman sadarkaale adda adda keessatti hojjetamu. Kunis sadarkaa

pirojeektii, wajjira olaanaa fi sadarkaa bordiittii.

Hojiin qophii karooraa fi gabaasa sagantaa waajjira ol’aanattii yoo rawwatuu,

mirkanneessisuun immoo sadarkaa boordittii rawwatama.


    1. Kayyoo Maanuwwalii


  • Kayyoon maanuwaaliichaa haala hojimaata karooraa, gabaasa fi dagaagina biziinasii itti rawwatamu ibsuuf;

  • Qaama adda addaa hojii haala walfakkatuu fi hojimaata walfakkatuun akka rawwatuf

  • Sadarkaa adda adda addaatti karoora fi gabaasa qulqullina qabu qopheessuuf;

  • Walqunnamtii qaama rawwatuu addaa addaa ademsichaaf kallattii hojii ka’uf;
    1. Pirinsiipilii Hordofamuu (governing principle)


Hojiwwan adeemsicha, karooraa qopheessuu, gabaasa rawwii hojii fi qorannoo biziinasii

qulqullina qabu fi yeroo yaada keessa galchuudhaan sadarkaa barbaadameen hojjetame

dhiyaachu qaba.

    1. Piriinsipiloota Waliigalaa


  • Karoorrii fi gabaasni qulqullina fi yeroon dhiyaachuu qaba.

  • Karoorri humna wajjiraa yaadaa keessaa galchuun qopheeffame hojiitti hiikkamu kan danda’u ta’u qaba.

  • Gabaasin sadarkaa adda addatti qopha’u sadarkaa hojiin irra jiru, rakkin hojii irratti mudatee, furmata kenname ykn yaada furmaata dhiyaate hammachuu qaba.

  • Qorannoon biziinasii gaggeefamu bu’a qabeessumman isaa kan mirkanna’ee fi humna wajjiraa yaada keessa kan galchu ta’u qaba.

  • Qorannoon gaggeeffamuu kammiyyuu qabatamaa fi hojjitti hiikamu kan danda’uu ta’u qaba

  • Hojiin hojjetame osoo qaama biraatiif hin gabaasin qabatamaan hojjetamu isaa mirkanneffachuu qaba.
    1. Tarsimoo Fooyya’insa

    2. Qorannoo Gaggeessuu


  • Adeemsi hojii qorannoo bizinasii akka tarsimootti qorannoo fedhii (need assessment ) wal irraa hin ciine gaggeessudhaan jijjirrama jiru wajjin deemu fi rakkina uumamu hiikudhan gaba keessatti turuf,

  • Qorrannon fedhii (need assessment) Adeemsa Hojii kan biroo wajjin qindoominaan gaggeefamuu qaba

  • Hojii gaggeessaa Ol’aanaan fedhii fi rakkina adeemsicha yeroo yeroon qorachuun fala ka’a deemu qaba.
    1. Maamiltoota Adeemsichaa

      1. Maamila Alaa


Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misoomaa Oromiyaa
      1. Maamila Keessaa


  • Boordii IIDO

  • Hojii Gaggeessaa Olaanaa fi Adeemsaalee Hojii

  • Hojjettoota waajjira


  1. Yaa’nsa Hojii Adeemsichaa

    1. Yaa’insa Hojii Karooraa fi Gabaasa


  1. Ragaa funaanun karoora kutaa qopheessuu

  2. Karoora adeemsaleen adda addaa irra fudhachuu

  3. Karoora waliigalaa qindeessuun qopheessuu

  4. Karoora sadarkaa manajimentitti irratti mari’achuu

  5. Karoora Boordii IIDO’n mirkaneessisu

  6. Karoora mirkanaa’e hojirra akka oolu qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu

  7. Gabaasa fi ragaa funaanu

  8. Raawwii hojii gamaggamuu

  9. Firii gamaggama raawwii hojiif dub-deebii kennuu

  10. Gabaasa walii galaa qopheessuun dhiyeessuu


Maappii Ol’aanaa Yaa’insa Hojii Karooraa fi Gabaasa


Karoora waliigalaa

qindeessuun qopheessu



Karoora

mirkaneessisu


Gabaasa walii

galaa qopheessuu






    1. Yaa’insa Hojii Daagagina Bizinasii


  1. Karoora qorannoo bizinasii qopheessuu

  2. “TOR” qopheessuu

  3. “TOR” Mirkanneesisisuu

  4. Ragaa funaanuu

  5. Ragaa funaaname qindeessuun xinxaluu

  6. Dookimentii qorannoo qopheessuu

  7. Qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun mirkaneessisu

  8. Bizinasii mirkanaa’e qaama hojirra olchutti dabarsuu



Maappii Ol’aanaa Yaa’insa Hojii Daagagina Bizinasii



Qorannoo gaggeessuu





Firii qorannoo

Mirkaneessisuu







  1. Walitti Dhufeenya (Interface)

Hojii hojjatamu keessatti qaama keessaa fi alaa waliin qunnamtii jiru adda baasuun dhiibbaa fi gumaacha/fedhii isaani hubachuuf gargaara. Haaluma kanaan walitti dhufeenya isaanii fi sababbii walitti dhufaniif haala armaan ibsameeraa.



Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizzinasii

Lakk

Qaama Walitti Dhufamuun

(Interface)




Sababa Walitti Dhufeenyaa

1

Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabbilee Misooma Mootummaa Oromiyaa

-Karoora fi gabaasa kennuu

-To’annoo fi hordoffii hojii taasisuu




2

Bordii IIDO

-Karoora Dhiyeessuu mirkaneessisu

- Gabaasa Dhiyeessuu

-To’annoo fi hordoffii hojii taasisuu

-Qorannoo dhiyaatu mirkaneessuu



3

Hojii Gaggeessaa Ol’aanaa IIDO

-Karoora fi gabaasa mirkaneessu

-To’annoo fi hordoffii hojii taasisuu

-Qorannoo dhiyaatu mirkaneessuu fi akka hojii irra ooluu haala mijeessuu


4

Adeemsalee Hojii adda addaa


-Karooraa fi gabaasa dhiyeessuu

-Qorannoo qoratamuuf ragaa fi yaada kennuu



5

Hojjattota Wajjira

Karrora fi gabasaa qopha’u irratti hirmachuuf

6

Dhaabbile adda addaa

-Ragaa qorannoof barbaachisuu funaanuf


  1. Hojimaata Adeemsichaa


Hojimaatin adeemsa hojichaa hojii haala salphaa fi ifa ta’een raawwachuuf akka gargaarugadi-fageenyaan akka armaan gadiitii ibsamera.
  1. Barbaachisummaa


Barbaachisummaan isaa karooraa fi gabaasa raawwii hojii akkasumas qorannoo dagaagina biziinasii wajjirichaa hojjechuu dha. Adeemsichi wajjiirri dorgomaa ciimaa ta’e gaba keessa akka turu, qorannoo biziinasii sirri ta’e gaggeessuudhaan akkan hojii irra oluu gochu dha..



  1. Karoora Adeemsichaa Qopheessuuf

      1. Ragaa funaanu

      1. Ragaa qindeessuu fi xinxaluu

      1. Dookimentii karooraa qopheessuu




  1. Karoora Waliigalaa Qopheessuu

      1. Karoora adeemsalee irraa funaanuu

      1. Karoora qindeessuun

      1. Karoora qindaa’ee xinxaluu

      1. Dokumentii karoora Qopheessuu

      1. Karoora sadarkaa waajjira irratti mar’achuu fi mirkaneessu

      1. Karoora sadarkaa Bordiitti mirkaneessuu




  1. Gabaasa Waliigalaa Qopheessuuf




      1. Gabaasa adeemsalee iraa funaanuu fi qindeessuu

      1. Gabaasa qopheessuuu

      1. Gabaasa qophaa’ee xinxaluu

      1. Gabaasa sadarkaa waajjiratti irratti mar’achuu fi mirkaneessu

      1. Gabaasa Bordiif dhiyeessuu


  1. Qorannoo Bizinasii Haaraa

      1. ’TOR’ qopheeffachuu

      1. ’TOR’ mirkaneessuu

      1. Ragaa funaanuu

      1. Ragaa qindeessuu

      1. Ragaa xinxaluu

      1. Dookimentii qorannoo qopheessuu

      1. Dookimentii qorannoo mirkaneessuu

      1. Qaama raawwatutti dabarsuu



  1. Haal-dureewwan hojii kana galmaan gahuuf guuttamu qaban

Adeemsa Hojii karooraa fi Dagaagina Biizinasii hojii irra oolchuu fi bu’aa eegamuu akkaataa yaaddameen argamsiisuuf haal dureewwan armaan gadii guuttamuu qaba:



  1. Humna namaa Hojii raawwachiisuuf dandeessisu akkaataa caasaa qophaa’etiin ramaduu;

  2. Baajataa fi meeshaalee hojiif barbaachisan qixa hojichi barbaadun dhiyeessuu

  3. Ogeessotaa fii hojii raawwachiistota sadarkaa sadarkaan jiraniif humna raawwachiisummaa guddisuu fii leejiiwwan adda addaa kennuudhan dandeetti cimsuu;

  4. Jijjiirama amalaa Adeemsi hojii kunni gaafatu (Attitudinal and Behavioral Change) fiduuf sirna bulchiinsaa humina hojii jajjabeessuu fii dandeettii murteessuu hojjetootaa mirkaneessuu diriirsuu;


  1. Ogeessota Garee Hojii hojii raawwataniif haalaa fii iddoo hojiif mijaa'aa ta'ee fii meeshaa qunnamtii odeeffannoo (Information and Communication Technology) gahaa ta'e akka argatanii fii qabaatan gochuu;




  1. Hojii waliigalaa Adeemsa hojii haaraa kanaan raawwatamu haala itti fufiinsa qabuun raawwachuuf piroojaktootaa irraa kaasee hanga waajjirra ol’anaa qaamolee wal-qunnamtii qaban waliin qindoominaa fi wal-deggeruun hojii irra oolchu fi hojii irra oolmaa isaa sadarkaa sadarkaan hordoffii gahaa ta’e gochuu;


  1. Sirna mala wal-qunnamtii odeeffannoo saffinaan argamsiisu diriirsuu


  1. Adeemsa Haaraa Gurmeessuu

    1. ‘Istaandardii’ Raawwii (Place and Standard Performance)

Ademsa Hojii Karooraa fi Daagaagina Bizinasii





Yaa’insa hojii

Qaama raawwatu

Yoom akka raawwatu

Sadarkaa raawwii

Kaayyoo hiixataa

Baasii

Qulqullina (100%)

Yero

(sa’aatiin)

Sadarkaa/step/

1.Karoora Adeemsichaa Qopheessuuf






















1.1.Ragaa funaanu

Ekspartii Karoora fi gamaggama II

Osoo barri baajata haaraa hin jalqabin




100%

8:00

2

Ragaa karoora qulqullina qabu qopheessuuf funaname

1.2 Ragaa qindeessuu fi xinxaluu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III






100%

11:00

2

Ragaa qulqullinnan qindaa’ee xinxalame

1.3.Dookimentii karooraa qopheessuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III






95-100%

8:00

2

Dookimentii karooraa sadarkaa isaa eggate qopheessu

2.Karoora Waliigalaa Qopheessuu






















2.1.Karoora adeemsalee irraa funaanuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama II

Osoo barri baajata haaraa hin jalqabin







2:00

2

Ragaa karoora yeroon qopheessuuf funaname

2.2.Karoora qindeessuun qopheessuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III

Osoo barri baajata haaraa hin jalqabin




95-100%

16:00

2

Ragaa qulqullinnan qindaa’ee xinxalame

2.3.Karoora qindaa’ee xinxaluu

Abbaa Adeemsaa

Osoo barri baajata haaraa hin jalqabin







8:00

2




2.4. Karoora sadarkaa waajjira irratti mar’achuu fi mirkaneessu

Manajimeentii

Jalqaba bara baajataa




95-100%

14:00

4

Karoora qulqullina qabu qopheessuudhaan hordoffii fi gamaggamaaf haala mijeessuu

2.5.Karoora sadarkaa Bordiitti mirkaneessississuu

Abbaa Adeemsaa

Jalqaba bara baajataa




100%

2:00

5

Karoora qulqullina qabu qopheessuudhaan hordoffii fi gamaggamaaf haala mijeessuu

3.Gabaasa Waliigalaa Qopheessuuf






















3.1.Gabaasa adeemsalee iraa funaanuu fi qindeessuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama II

Erga hojiin hojjetamee booda







2:00

2

Ragaa gabaasa yeroon qopheessuuf funaname

3.2. Gabaasa xinxaluun qopheessuuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III

Erga gabaasnii qindaa’ee booda




96-100%

16:00

3

Ragaa gabaasaa qulqullinnan qindaa’ee xinxalame

3.2. Gabaasa qophaa’ee sadarkaa adeemsaatti mirkanneessuu

Abbaa Adeemsaa

Erga gabaasnii qophaa’ee booda




98-100%

10:45

2




3.3. Gabaasa sadarkaa waajjira irratti mar’achuu fi mirkaneessissu

Abbaa Adeemsaa

Erga gabaasnii xinxalame booda




98-100%

12:30

4

Gabaasa qulqullina qabu qopheessuudhaan hordoffii fi gamaggamaaf haala mijeessuu

3.4.Gabaasa Bordiif dhiyeessuu

Abbaa Adeemsaa

Erga manejimantiin mirkanneessee booda




98-100%

2:30

5

Gabaasa qulqullina qabu qopheessuudhaan hordoffii fi gamaggamaaf haala mijeessuu

4.Qorannoo Bizinasii Haaraa






















4.1.’TOR’ qopheeffachuu

Abbaa Adeemsaa

Erga karoorri waligalaa mirkanaa’e booda




95-100%

16:00

2

Qorannoo sirrii ta’e gaggeessuu

4.2.’TOR’ mirkaneessuu

Hojii Gaggessaa Ol’aanaa

Erga TOR qophaa’e booda




95-100%




2




4.3.Ragaa funaanuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III

Erga TOR mirkanna’ee booda




90-100%

80:00

-

Ragaa qorannoo qulqullina qabu qopheessuuf funaname

4.4.Ragaa qindeessuu

Ekspartii Karoora fi gamaggama III

Erga ragaan funaaname booda




100%

17:30

-

Ragaa qindaa’ee xinxalamuuf qophaa’e

4.5.Xinxaluu

Abbaa Adeemsaa

Erga ragaan qindaa’ee booda




90-100%

13:25

1

Yaada qorannoo sirrii ta’e qopheessuu



4.6.Dookimentii qorannoo qopheessuu

Abbaa Adeemsaa

Erga ragaan xinxalame booda




95-100%

19:00

1




4.7.Dookimentii qorannoo mirkaneessuu

Hojii Gaggessaa Ol’aanaa

Erga dokumantii qophaa.ee booda




97-100%

8:00

2

Biizinasii gabaa irratti fudhatama qabu uumuu

4.8. Qaama raawwatutti dabarsuu

Abbaa Adeemsaa

Erga dokumantii mirkanna’ee booda




95-100%

0:10

3

Bizinasii qoratamee hojii irra oole
  1. Gurmaa’insa Humna Namaa

    1. Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii




1 Gurmaa’insa Humna Namaa Adeemsa Hojii Deeggarsaa Karooraa fi Dagaagiina Bizinasii


Lakk

Gita Hojii

Sadarkaa

Sadarkaa Baruumsaa

Muuxannoo

Baay’ina

1

Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Biizinasii

18

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii

7/9

1

2

Dursaa xiinxala Karoora, Gabaasa Hordoffiifi Gamaaggama

15

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii

3/5

1

3

Ogeessa Ol’aanaa (Qophii karooraa pirojaktootaa, qophii gabaasa waajjira ol’aanaa, xiinxala, hordoffii, deeggarsa fi gamaaggama)

14

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii.

2/4

1

4

Ogeessa Ol’aanaa (Qophii karooraa Waajjira Ol’aanaa, qophii gabaasa Pirojaktootaa fi xiinxala ragaalee, hordoffi, deeggarsa fi gamaaggama)

14

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii.

2/4

1

5

Mahaandiisa Ijaarsaa

14

MA/BSc Mahaandiisa Siiviilvii/ Bulchiinsa Ijaarsaa

0/2

1

Garee Dagaagina Biziinasii (Business Development Plan)

6

Dursaa Garee ‘Business Development Officer’

16

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii

5/7

1

7

Ogeessa Ol’aanaa Qorannoo Pirojaktii fi Bu’aa qabeesummaa (CBA Analyst)

15

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii

3/5

1

8

Ogeessa Qorannoo Gabaa

14

MA/BA Ikoonomksii / Bizinas manajimentii / Istaatiksii.

2/4

1

Garee IT fi Bulchiinsa Ragaalee

9

Dursaa Garee IT fi Bulchinsa Ragaalee

16

MSc/BSc Computer Science, Information Technology, Statistics

4/6

1

10

Ogeessa IT, Bulchinsa Ragaalee, suphaa softwarii fi hard weerii

14

MSc/BSc Computer Science, Information Technology

3/5

1

11

Ogeessa bulchiinsa sisteemaa IT (system Administration) fi babal’iina teeknolojii (net work administration)

13

MSc/BSc Computer Science, Information Technology

2/4

1

12

Ogeessa mana kiitaabaa

11

BSc/CD Library scince (Saayinsii mana kitaabaa), MIS (Bulchiinsa siistama Odeefannoo)

0/4

1


  1. Gahee Hojii (Job Description)



Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Odeeffannoo Waliigalaa

Gita hojii: Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Qaama itti waamamu: Hojii Gaggeessaa Ol’aanaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa:-


  • Beekumsa gahaa raawwii hojii hordofuu,gamaggamuu kan qabu

  • Dandeettii qorannoo carraa bizinasii haaraa qopheessuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa:-

Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

Muuxannoo: 7/9

Leenjii: ‘Soft ware, MS Project, SPSS‘
Gahee Hojii:-


  • Karoora hojii adeemsichaa akka qopha’uu gochuu

  • Karoora waajjira qindeessississuun fi xinxaluu mirkaneessisuu

  • Karoora waajjira mirkaneessisuu

  • Hordooffii fi gamaggama gaggeessuu

  • Rakkoolee hojii irratti mudatan adda baasuun furmaata kennuu ykn yaada furmaataa dhiyyeessuu

  • Gabaasa raawwii hojii Bordiitiif dhiyaatu qopheessuu

  • Karoora mirkanaa’e hojirra akka oolu hordofuu

  • Firii gamaggama raawwii hojiif dub-deebii kennuu

  • Ragaa funaaname qindaa’ee xinxaluu

  • ’TOR’ qorannoo biiziinasii mirkaneessississuu

  • Dookimentii qorannoo xinxalu

  • Dookimentii qorannoo qaama dhimmi ilaaluun mirkaneessississu

  • Intarpiraayiziin bu’a qabeessaa wanta godhu filimata adda addaa xinxaalun yaada dhiyeessuu

  • Ragaa fi dokumentii adda addaa qindeessun qabachuu

  • Hojjetoota jala jiran deggaruu fi hordofuu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biro rawwachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii
Odeeffannoo Waliigalaa

Gita hojii: Dursaa xiinxala Karoora, Gabaasa Hordoffiifi Gamaaggama

Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa Hojii Deeggarsaa Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa:-

  • Beekumsa gahaa karooraa qindeessuu xinxaluu fi barreessu kan qabu

  • Beekumsa gahaa raawwii hojii hordofuu, gamaggamuu kan qabu

  • Dandeettii qorannoo carraa bizinasii haaraa qopheessuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa:-

Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

Muuxannoo: MA waggaa sadii (3) BA waggaa Shan (5)

Leenjii: ‘Soft ware, MS Project, SPSS‘
Gahee Hojii :-


  • Ragaa funaanun karoora kutaa qopheessuu

  • Karoora waliigalaa xiinxaluun qindeessuun qopheessuu

  • Raawwii hojii hordoffii fi gamaggamuun yaada furmaata dhiyeessuu

  • Gabaasa walii galaa qopheessuu

  • Qophii karoora hojii intarpiraayizii yeroo dheeraa irratti ni hirmaata

  • Karoora hojii pirojektootaa fi idilee kan waggaa (Ji’a, ji’aan qoodame) ni qindeessa, ni hordofa,

  • Itti fayyadama qabeenyaa fiizikaalaa fi maalaqaa irratti haala baasii xiqqaatiin hojiin hojjatamauu (efficiency and cost effective method) ilaalchisee yaada ni kenna

  • To’annoo fi hordoffi pirojektootaa ni qindeessa, irratti ni hirmaata

  • Ragaa fi dokumantii qindeessun qabachuu

  • Hojjetaa haraa hojii irratti deggaruu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biro rawwachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Odeeffannoo Waliigalaa

Gita hojii: Ogeessa Ol’aanaa (Qophii karooraa pirojaktootaa, qophii gabaasa waajjira ol’aanaa, xiinxala, hordoffii, deeggarsa fi gamaaggama)Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii



Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa:-

  • Beekumsa gahaa karooraa qindeessuu xinxaluu fi barreessu kan qabu

  • Beekumsa gahaa raawwii hojii hordofuu, gamaggamuu kan qabu

  • Dandeettii qorannoo carraa bizinasii haaraa qopheessuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa:-

Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

Muuxannoo: MA waggaa lama (2) BA waggaa afur (4)

Leenjii: ‘Soft ware, MS Project, SPSS‘

Gahee Hojii :-


  • Karoora qopheessuu Ogeessa Ol’aanaa (Qophii karooraa pirojaktootaa, qophii gabaasa waajjira ol’aanaa, xiinxala, hordoffii, deeggarsa fi gamaaggama)

  • Karoora adeemsaleen adda addaa irra fudhachuu

  • Gabaasa fi ragaa funaanu

  • Ragaa funaaname qindeessuu

  • Ragaa fi dokumantii qabachuu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biro rawwachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Odeeffannoo Waliigalaa
Gita hojii: Eksipartii Qorannoo III

Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa:-

  • Beekumsa gahaa karooraa qopheessuu fi barreessu kan qabu

  • Beekumsa gahaa raawwii hojii hordofuu fi gamaggamuu kan qabu

  • Dandeettii qorannoo carraa bizinasii haaraa qorachhuu fi qopheessuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu


Ulaaagaa:-

Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

Muuxannoo: MA waggaa sadii (3) BA waggaa Shan (5)

Leenjii: ‘Soft ware, MS Project, SPSS‘

Gahee Hojii:-


  • Ragaa funaanun karoora kutaa qopheessuu

  • ’TOR’ qopheessuu

  • Ragaa qindeessuu

  • Ragaa xinxaluu

  • Dookimentii qorannoo qopheessuu

  • Qaama raawwatutti dabarsuu

  • Ragaa fi dokumantii qindeessun qabachuu

  • Hojjetaa haraa hojii irratti deggaruu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biro rawwachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Odeeffannoo Waliigalaa

Gita hojii: Eksipartii Qorannoo II

Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa:-


  • Beekumsa gahaa ragaa funanuu fi qindessuu kan qabu

  • Dandeettii qorannoo carraa bizinasii haaraa qorachuu kan qabu

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa:-

Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

Muuxannoo: MA waggaa tokkoo (1) BA waggaa sadii (3)



Leenjii: ‘Soft ware, MS Project, SPSS‘

Gahee Hojii:-


  • Ragaa karooraaf fayyaduu funaanuu fi qindessuu

  • Raga qorannoo bakka adda addaa irra fudhachuu

  • Ragaa funaaname qindeessuu

  • Ragaa fi dokumantii qabachuu

  • Ragaa ’TOR’ ‘if gargaaruu funaanuu fi qindeessuu

  • Dookimentii qorannoo qopheessuu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biro rawwachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii

Odeeffannoo Waliigalaa
Gita hojii: ‘IT and Data Management’

Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii



Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa ragaa funanuu fi qindessuu kan qabu

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Iciitii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

  • Bekumsa gahaa xinxaluu fi rakko hiikuu kan qabu

  • Bekumsa gahaa ‘hard ware, software fi netwok’ kan qabu.


Ulaaagaa
Sadarkaa baruumsaa: MA/BA

Gosa Baruumsa: Computer Science, Information Technology, Mathematics or kkf


Muuxannoo: MA waggaa tokkoo (1) BA waggaa sadii (3)

Leenjii: ‘Software, MS Project, SPSS, Web-based software, kkf‘



Gahee Hojii


  • Ragaa itti fayyaduu funaanuu fi qindessuu

  • Ragaa adda adda funaaname garaa databaziitti galchuu fi ka’uu

  • ‘Soft ware’ haarawwaa fayyadamuun kompitarota wajjira foyyeessuu

  • Suphaa ittisa kopitaraa fi meeshaa elektroniksii biraaf gochu

  • Dhimma ‘software’ kopitaraa deggarsa gochu

  • Pirasantashiinii gurguddaa qopheessuu

  • ‘Web site’ qopheessuu fi foyyeessuu

  • Deggarsa addaa addaa kan akka ‘backup, updating, downloading, upload latest antivirus, spy ware software, recovery and reorganization of databases’ gochu.

  • Gabaasa dhiyeessuu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan biroo


  1. Waliigala Gita hojii, Ulaagaalee fi Muxannoo Barbaachisan






Lakk.


Gita Hojii

Ulaagalee

Sadarkaa barumsaa

Muxannoo

1

Abbaa Adeemsa Hojii

MA/BA Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

5/7

2


Eksipartii Karooraa fi Gamaaggama III

MA/BA Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

3/5

3


Eksipartii Karooraa fi Gamaaggama II

MA/BA Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

1/3

4


Eksipartii Qorannoo III

MA/BA Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

3/5

5


Eksipartii Qorannoo II

MA/BA Ikoonomksii ykn Bizinas manajimentii ykn Istaatiksii ykn Marketingi

1/3

6

IT and Data Managment

MA/BA Computer Science, Information Technology, Mathematics or other related feild

1/3
  1. Waliqunnamitti fi Hordooffi Hojii


Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasii adeemsalee biroo waliin haala karooraatiin raawwin taasifamaa jiraachuu isaa akkasumas cimnaa fi hanqina jiruu adda baasuun furmaata kaa’a deemuuf waliqunnamtii yeroo yeroon taasisuun hordoffin cimee akka itti fufu taasisuu dha. Kana malees qorannowwan wajjiraaf bu’aa buusan qorachuun carraan hojii uumuuf deeggarsii fi kaka’umsi akka jiraatuuf kutaalee adda addaa irraa yaada walihiruun barbaachisaa dha.

  1. Seeraa fi Meeshalee Hojiif Barbaachisan

    1. Dambii fi Waliigaltee Hojii (contract agreement)


  • Dambii lakk. 116/2000 Interpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa dhaabuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaatin bahee hojii irra olee.
    1. Meeshalee Hojiif Barbaachisan


Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaagina Bizinasiif meeshaaleen barbaachisuu

Gabatee armaan gadii keessatti tokko tokkoon ibsamaniru.



Lakk.

Gosa Meeshaalee

Baay’na

1

Minjaala Abbaa Adeemsa

1

2

Teessoo Abbaa Adeemsa (managerial chair)

1

3

Teessoo keessumootaa

4

4

Laptopii

1

5

Bilbiala (Fixed line )

1

6

Korojoo (bag)

1

7

Shaalii balfaa (waste pit)

1

8

Tajaajila intarnetii



9

Meeshaa Barreessaa(Stationary)

1

10

Shelf

1




Raawwatoota




1

Desktooppii Kompiutaraa

2

2

Laptopii

3

3

Printara

1

4

Minjaala

5

5

Teessoo

5

6

Teessoo Keessummaa

4

7

Bilbilaa

1

8

Shelf

2

9

Meeshaa Barreessaa(Stationary)

AB

10

Korojoo (bag)

4

11

Tajaajila intarnetii



12

Shaalii balfaa (waste pit)

2




Yüklə 182,59 Kb.

Dostları ilə paylaş:




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin