Ido karoora bara 2006 fi 2007



Yüklə 1,08 Mb.
səhifə1/15
tarix22.01.2019
ölçüsü1,08 Mb.
#101588
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




f:\18.jpg


Baafata

1Seensa 2

2Sakata’iinsa Naannoo (Environmental Scanning) 4

2.1Kayyoo Karooraa 4

2.1.1Kaayyo Waliigala(gooroo) 4

2.1.2 Kaayyo Suduudaa 4

2.2Aangoo fi Gahee Intarpiraayzii Diriilingii Oromiya (IDO) 5

2.3Mul’ata, Ergama fi Duudhaalee Mana Hojiichaa (IDO) 6

2.3.1Mula’ta (Vision) 6

2.3.2Ergama (Mission) 7

2.3.3Duudhaalee(Value) 7

2.4Sakkata'iinsa Mana Hojii (Intarpiraayzii Diriilingii Oromiya) 7

2.4.1Xiinxala Haala Keessaa fi Alaa (SWOT Analysis) 7

2.4.2Xiinxala Haala keessaa (ciminaa fi dadhabina) 8

2.4.3Xiinxala Haala Alaa, Carraa fi Sodaa (External Environmental Analysis, opportunities and threats) 13

2.5Dandeessitoota/haala mijaa’aa fi hudhaalee (Enablers and Pains) 15

3Gamagama Raawwii Karoora hojii barreen darbanii (2006-2007) 18

3.1Karoora fi Raawwii Baroota lamaan Darbanii (2006 fi 2007) 19

3.1.1.Raawwii Karoora Hojii Qootiinsa Boollaa kan bara (2006-2007) 19

Gabatee : Raawwii Karoora Hojii Qootiinsa Boollaa kan bara (2006-2007) 19

3.1.2.Hojiiwwan Yaalii Paampii Haaromsa Boollaa fi Hojiiwwan EM. 19

Gabatee : Hojiiwwan Yaalii Paampii Haaromsa Boollaa fi Hojiiwwan EM. (2006-2007) 20

3.1.3.Div. Bul. Kontiraataa fi Hordoffii Pirojektii 21

3.1.3.2Karooraa fi raawwii kafaltii sasaabuu 22

Gabatee : Karooraa fi raawwii kafaltii sasaabuu 23

3.1.3.3 Buulchiinsa Kontiraataa fi Haala Pirojektoota 23

3.1.3.4 Qunnaantii Qaamolee Adda addaa wajjin ture Ilaalchisee 24

3.1.4Raawwii Div. Suphaa fi Bul. Maashinarii 24

3.1.5Raawwii hojii Bulchinsa Faayinaasii kan bara 2006 fi 2007 26

3.1.6Bittaa fi Bulchinsa Qabeenyaa 27

3.1.7Hojiiwwan Ijaarsa danddeetti fi Bul. Humna namaa 27

3.2Rakkoolee Ilaalchaa,Dandeettii fi Dhiyeessii bara 2006 fi 2007 keessatti nu qunnaman 32

1.1.1.Rakkoo Keessaa 32

1.1.2.Rakkoolee Alaa 37

1.2.Tarsiimoo Rakkoolee kana ittiin maqsinu 38

1.3.Kallattii karoora Hojiiwwan keenya bara 2008-2012 38

2.Karoora Tarsiimoo hojii Waggoota shanii (2008-2012) IDO 41

2.1.KA”UUMSA KAROORICHAA 41

2.1.1.MUL”ATA BIYYOOLESSAA 41

2.1.2.Imaamataa fi Tarsiimoo Sektara Bishaanii. 41

4.1.2.1 Imaamata (Policy Issue) 41

4.1.2.2 Istraatejiiwwan sektara bishaanii. 42

2.1.3.KAROORAA fi RAAWWII IDO KAN WAGGAA LAMAA(2006-2007) 43

2.1.4.Kallattiiwwan BMNO, ATTDhMMO tiin kaawwaman fudhachuudhaan akka galtee tokkootti fayyadamuudhaan. 43

2.1.5.Karoora tarsiima’aa marsaa 2 ffaa BBAIO baafate akka ka’uumsa tokkootti. 43

3.Kaayyoo, Maniiwwanii Fi Tooftaalee Raawwii Karoora Waggaa Shanii (2008 - 2012) 43

4.Toora Xiyyeeffannoo karoora waggaa shanii ( 2008 -2012) 51

5.Hojiwwan Gurguddoo Karoora Tarsiima’aa Keessatti Hojjataman 52

5.1.Hojiwwan Gurguddoo Sagantaa Idileetiin Hojjataman 52

5.1.1.Hojii Opireeshinii (Qotiinsa Boollaa, Yaalii Paampii fi kkf) 52

5.1.2.Hojiilee gurguddoo Bul. Kontiraataa fi Hordoffii Pirojektii keessatti hojjataman 56

5.1.3.Hojiilee Bul. Maashiinarii fi Suphaa 56

5.1.4.Hojiiwwan Gurguddaa Bulchiinsa human namaa fi Ijaarsa Danddeettii. 58

5.1.4.1.Hojii Ilaalchaa fi dandeettii gaggeessitootaa fi hojjattotaa Geeddaruu. 58

5.1.4.2.Humna Namaa gaumsaa fi dandeettii qabu Dhaabbatichaaf dhiheessuu 58

5.1.5.Hojiiwwan Gurguddaa Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenyaa. 63

4.1.6Hojiiwwan seektara hedduu (Cross-cutting issues) 67

4.1.7Karoora Faayinaansii KGT II (2008 -2012) 70

5Sirna Hordoffii fi Gamaaggamaa 72

Gabatee : Sirna Hordoffii fi Gamaaggamaa 74

Miiltoo / ANNEXES 75






Gabateewwan




1Seensa

Mootummaan Naannoo Oromiyaa waggoottan darban keessatti guddina dinagdee ariifachiisaa ittifufiinsa qabuu fi haqa qabeessa, akkasumas; bulchiinsa gaarii mirkaneesuuf sagantaalee riifoormii addaa addaa hojiirra oolchuudhaan bu’aawwan jajjabeessaa ta’an naannicha keessatti galmeessisee jira. Yeroo ammaa kanas, karoora guddinaa fi Tiraanisfoormeeshinii marsaa 1ffa keessatti hojiiwwan karooraan raawwataman gamaagamuudhaan, bu’aawwan argamanii fi rakkoowwan raawwii keessatti mul’atan addaan baasudhaan Karoora Marsaa 2ffaa(2008-2012) hojiirra oolchudhaaf sochii guddaa taasisaa jira.

Karoora kana keessatti hojiin misooma qabeenya bishaanii isa tokko fi xiyyeefannaa guddaan kan kennameef, Bishaan bu’ura jirenyaa lubbu-qabeeyii hundaa waan ta'eef. Bishaan faayida mana keessaa irra darbee guddina biyya tokkootiifis murteessaa fi isa hangafaa ta’uun isaa wal hin mormisiisu. Kessumayyuu biyya guddinni diinagdee ishee qonnaan durfamu kan akka Biyya keenyaa guddina saffisaa mul’ataa jiru kana itti fufsiisuuf qabeenya bishaniitti fayyadamuun filannoo sirrii ta'uun isaa beekamaadha. Hojiin misooma qabeenya bishaanii ammoo wanti dursa kennamuufiif waan bu'ura jireenya lubbuqabeeyyii hundaa ta'eef qofa otoo hintaane,hiyyummaa hir’isuu fi guddinna haawas-diinagdee mirkaneessuu keessatti gumaachi qabu ol’aanaa waan ta'eefi.
Akka naannoo keenyattis guddinna saffisaa galmaahaa jiru fi baayina ummataa yeroo gara yerootti dabalaa deemaa jiruuf bishaan lagaa fi burqaa qofti faayidaa bishaan irraa barbaadamu uwwisuu waan hindandeenyeef bishaan lafa keessaa (Groundwater) fayyadamuun dirqama ta'ee jira. Fedhii kana guutuuf sadarkaa naannootti hojiin Qotiinsa Boollaa Xiyyeeffannaa itti kennuudhaan IDOn of dandahee akka hundeeffamu erga tahee bara dheeraa tahuu baatullee karoora tarsiima’aa Waggaa lamaa (2006 fi 2007)qopheeffachuudhaan hojii raawwachaa tureera.
Bu'uruma kanaan hojiilee Qotiinsa Boolla Bishaanii, hojiiwwan gabbisuu fi haaromsuu Boollota Bishaan, hojii yaalii paampii , Hojii Paampii dhiyeessanii dhaabuu fi Hojii Paampii dhaabuu walduraa duubaan karooraan raawwachaa tureera. Hojiiwwan kanas irra caalaa pirojektoota BBAIO argaman irraa hojjatamaa kan ture yoo tahu akkuma barbaachisummaa isaatti dhaabbilee kan biroo wajjin waliigaltee seenudhaanis hojjatamaa tureera.

Karooraa tarsiima`a waggaa shan(2008-2012) kana yoo qopheessinu karoora tarsiima’aa bara lama(2006 fi 2007) kan IDO fi Gamagaamaa raawwii karoora kanaa, Kallattiiwwan ATTDhMMNO,BMNO fi Dokumentiiwwan KGT II ffaa seektaraa Bishaani kan akka BBAIO,ATMJ Oromiyaa tiin qophaa’e akka ka`umsaati fi galteetti itti fayyadamun ilaalamee jiraa.

Karoora waggaa shanii qophaa’e kana keessaatt Xiinxalli haala keessaa fi alaa (SWOT), cuunfaa raawwii karoora bara lamaan darbanii ( 2006 fi 2007) tarsiimoo rakkoon kun ittiin hiikkatu, mul`ata, ergama, fi duudhaalee; Galmaa fi kaayyoo karooricha mana hojjii, hojiilee ijo fi gurguddoo adda bahan,hudhaalee hojii keessatti nu quunamaa turanii fi kallatti raawwii karoora waggaa shanii, Dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan, Maniiwwan fi tooftaalee raawwii isaanii, karoora tarsiima’aa hojiiwwan opereshiinii fi deeggarsaa, akkasumas sirna hordoffii fi deeggarsaa of keessaa qabaata.


Yüklə 1,08 Mb.

Dostları ilə paylaş:
  1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin