Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun ni sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa
Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
Haala qophii projeektii, proopoozaalaa fandii maddisiisuufi dhimmoota projektii waliin walqabatan irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna
Proojektootaa dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf motummaan qiyyeeffaman seektaroota birootiin hojiira oolaaa jiran seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa proojeektiitiin adda baasuun ragaa ni qabata, hordoffii ni taasisa, deegeersa ni kenna,
Gabaasa raawwii projeektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii fi hojira oolamaa fandii addaa yeroo isaa eegate ni qopheessa, qaama dhimmi ilaalatuuf ni dhiyeesa

Raawwataa/ttu Qophii fi Qorannoo projeektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii
PS-8/
PS-7
PS-6
3
Digrii Jalqabaa fi isaa ol
Economics, Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo
Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an ni qopheessaa, ni fooyyesa, hojiirra oolmaa isaanii ni hordofa,
Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii projeektootnnii itiin xalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa
Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’anii fi ittiin mirkanaa’aanii fi ragaaleen/proofaayilii projeektoota dhaabbilee miti mootummaa itiin qindaa’aan ni qopheesa, ni fooyyeesa, hojiirra akka oolan ni hordofa
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan haala ulaagaa taa’eefi hojiimaata mana hojii waliin kan walitti hin buunee ta’uu isaan ni xiinxala, ni sakatta’aa,
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa fi qaamolee biro irraa dhiyaataan xiinxalamanii irratti ibsa kennuun Hoggantuu Biiroo waliin dubbachuudhaan ii waligaltee proojeektii akka mallatteessamu ni taasisa,
Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo proojektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaalatu akka beekan ni taasisuu
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,
Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa godinaalee fi magaalaalee akkasumas aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
Haala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee godinaa, magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna
6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu
Hojimaata fi ulaagaalee projektootnii misooma dubartootaa fi daa’immanii ittiin qophaa’anii fi itiin xiinxalamanii mirkanaa’an maamiltootaa fi dhimmatootaa hubannoo kennuun akka beekan ni taasisa
Foormaatii rakooleen hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii akkasumas fedhiin hin guutamiin ittiin adaan bahanii hojiirra akka oolan ni hordofa
Rakkoo/Fedhi dubartootaa fi daa’immanii (Magaalota 2ffaa B, aanaa,ganda) addaan ni baasa, sadrkeessuun (prioratize) ni kaa’aa, ,
Dokiimeentii rakkoo ykn fedhii dubartootaa fi daa’immanii qopheessuun kalaqa projeektii misooma dubartootaa fi daa’immaniitiif, qorattootaa fi qaama barbaaduuf qophii ni godha
Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutiniif karoora waggaa irraa ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii ni qopheessa, yemuu eeyyamamuufis qorannoo projektii ni gaggeessa
Dokiimeentii Propoozaala projektii rakoolee hawaas diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuu dandeessisan ni qopheessa, arjomtoota/ deeggartootaf eerguun haala fandiin projeektii ittiin argamu ni mijeessa, hordofii ni taasisa, yemmuu fandiin argamu hojiirraa ni oolachaa
Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo projektiichi hoiirraa ooluu fi qaamolee biro dhimmi ilaallatu akka beekan ni taasisuu
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf ) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,
Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sassaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaallatuuf ni kenna,
Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
Raawwii projeektootaa dhaabbilee miti mootummaa aanaalee fi magaalaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
Proopposaala mirkaneessaa,hordoffii deeggersa projeektootaadhaabbilee miti mootummaa irratti deeggersa oggummaa fi teeknikaa, ijaarsa dandeettii caasaalee magaalaa fi aanaaleef yeroo yeeroon ni kenna
8) Proopoozaalota fandii liqii,leenjii,hubannoo, kabaja ayyaanota mirgaa fi nageenya daa’immanii fi dubartootaa kabachisuuf qophaa’aanii, dandeettii raawwachiisummaa caasaa cimsuuf, dubartootaa teeknooloojii humnaa fi yeroo qusatu irratti hirmaachisuuf,hojiimaataa man hojiichaa dhimmammtootaa fi maamiltootaa beeksiisuuf sagantaalee qophaa’aniif fi kkf karoora waggaa irraa sasaabuunii ni qopheessa, hojiirraa oolamaa isaa ni hodofa .qaamaa deeggersaa taasiseef gabaasa ni taasisa,
Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii foormaatii waaltaa’aa qopheessuun sasaaba, ni qindeessaa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaalee ni qoheessa, qaamollee raga barbaadaniif qophii ni taasisa
Hojii hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii mana hojii fi seektarootaan qiyyeeffamanii hojiira oolaa jiran qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
Projektoota misooma dubartootaa fi daa’immanii irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,
Raawwii projeektootaa misoomaa dubartootaa fi daa’imman magaalaa sadk. 2ffaa B fi aanaalee xiinxaluun duub deebii ni kenna
3)Waliigaltee projeektii mallatta’ee abbaan dhimmaa, caasaalee dhimmaa dubartootaa fi daa’immanii iddoo projektiichi hoiirraa oolluu fi qaamolee biro dhimmi ilaalatu akka beekan ni taasisuu
4)Projektoota dhaabbilee miti mootummaa waliigalteen raawwate halaa waliigaltee isaanitiin(yeroo fi fayyadamtootaa bira hagahaamuu malu, kaayyoo proojektichaa fi kkf) hojiitti galuu isaanii ni hordofa, deeggersa ni kenna, iddoo rakkoon quunname qorachuun qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu ni taasisa,
5)Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran(terminated projects) hordofuun qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu ni godha,
6) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojiirra jiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
7) Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa hojii xumuraniiranii foormaatii waaltawaa qophaa’een yeroon yeroon ni sasaabaa, ni qindeessa, ni xiinxala, dokiimeentii ragaa ni qopheessa, qaama dhimmii ilaalatuuf ni kenna,
8)Hordoffii, deeggersaa fi gamaagama proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa qaama dhimmii illalatu waliin ta’uun ni gaggeessa, sirreffamani barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa,
9) Projektoota dhaabbilee miti mootummaa irraa sadarkaa fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii ni mirkaneeffata,