I. Bulchiinsa/ Governance
|
|
|
Gaggeessummaa
| -
Qorannoon JBAH sadarkaa caasaatti irra deebi’amee fooyya’uun ramadiin gaggeefamuu.
-
Raayyaa jijjiiramaa gurmeessuun hojiitti seensisuuf jalqabiin jiraachuu.
| -
Rakkoo ilaalchaatiin walqabatee, ilaalchii eeggatummaa fi kiraa sasaabummaa hundee irraa buqa’uu dhabuu akkasumas ilaalchii tajaajiltummaa ummataa xiqqaa ta’uu.
-
Beekumsa irratti hundaa’anii hogganuu dhabuu
-
Mul’ataafi kaayyoo tarsimaa’oo irratti hundaa’un hogganuu dadhabuu
-
Hawaasaa fi qooda fudhattoota qindeesssuun misoomaaf sochoosuu dhabuu.
-
Gaggeessaan sadarkaa sadarkaan jiru sivil sarvaantii qindeessuudhaan hojiiwwan rifoormi fi bulchiinsa gaarii irratti bobbaasuuf hanqini jiraachuu
Rakkoo dhiyeessii (deeggarsaa fi hordoffii)
-
Humna namaa ga’aa ta’e dhiyeessuu dadhabuu
-
Meeshaalee hojii hanga barbaadamee fi ququllinaan dhiyeessuu dhabuu
-
Sirna deeggarsaa fi hordoffii itti fufiinsa qabu diriirsuu dadhabuu
-
Raawwii karooraa madaaluun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu dhabuu
-
JBAHn qoratamee akka hojii irra oolu jalqabamee haa turuu malee itti fufiinsaan hordoofuu dhabuufi rakkoowwaan jiran addaan baasuun tarkaanfii foyya’insaa fudhachuu dhabuu, Hojjetoota aangessuu dhabuu
-
Fooyya’insii (recalibration) JBAH irratti gaggeefames caasaa fooyyesuu bira dabree istaandardii hojii kan hin fooyyesine ta’uu, sababii kanaaf rakkoon hojii irra oolmaa isaa kan jiru ta’uu.
-
Qabeenya namaa haala barbadameen ga’oomsuuf qaawwa dandeettii raawwii irratti hundaa’uudhaan duub-deebii wayitawaa fi barsiisaa ta’e kennuu dhabuu
-
Meeshaalee jijjiramaa (JBAH, SMKBT, Chaarterii Lammiileefi IRJJ ) xiyyeeffannoo itti kennuun akkaataa barbaadamuun hojiirra oolchuun bu’aa barbaadamu fiduu dhabuu
|
Tasgabbii Gaggeessitoota (stability)
|
| -
Sadarkaa godinaaleefi aanaaleetti gaggeesitootaafi hojjetoota ramadiis ta’ee hojii irraa kaasuu irratti Godina waan hin hirmaanneef rakkoon tasgabbiifi hojii irratti turuu dhabuu jiraachuu..
-
Geeggeeistonni sadarkaa aanaalee irraa jiran yeroo gagababaa keessatti taayitaa irra gaafa ka’aan furmatnii fudhatamu dadhabba ta’u.
|
Ergamaa fi Mul’ata
|
Ergamni fi mul’atni hojjachiisuu danda’u jirachuu isaa.
| -
Ergamnifi mul’atni haajiraatu malee qaamni hogganufi raawwatu sirritti hubatee xiiqiifi gara kuteenyaan hojiirra oolchu irratti dadhabinni jiraachuu.
|
Galmaa fi Kaayyoo
|
Karoora gara galmaafii kaayyootti geessuu danda’an akka qophaa’u gochuu jiraachuu.
| -
Humni jiru gutuudhaan duguuguun galmaan gahiinsa galmaafi kaayyootiif akka socho’u taasisu irratti hanqonni jiraachuu.
-
Karooraafi raawwii hojii kaayyoleefi safartuulee tarsimaa’oon walqabsiisuun hooganuu irratti hanqinnii guddaan jiraachuu.
|
II. Hoggansa
|
|
|
Caaseffama Seektarichaa
| -
Caaseffama BATO hanga sadarka aanaatti gadi bu’uu isaa.
-
Qorannoofi qo’annoo Oromoo (afaan, seenaafi artii Oromoo), akkasumas, mana kitaabaafi hadaarsaa irra caalaa cimsuu
| -
Humni namaa hanga aanaatti jiru haala quubsa ta’een hojiirratti bobba’suu dhabuu.
-
Caasaalee sadarkaan jiran keessatti akka barbaachisa ta’een human namaa guutachuu dhabuu.
|
Tarsiimoo amma jiru
|
SMBKT keessatti kaayoleen tarsimaa’oo Godinni BATO irraa qoodate jiraachuu isaa,
| -
Imaammataa fi Tarsiimooleen seektara aadaafi tuurizimii akka feedeeralaatti yoo jiraate ellee akka naannoo Oromiyaa jiraachuu dhabuu.
-
Raawwiin hojii tarsiimoo irraatti kan hundaa’e osoo hin ta’in hojii guyyaa irraatti kan xiyyeeffatee ta’u isaa.
-
Ummanni naannichaa hojiileen misoomaafi kunuunsaafi eegumsaa qabeenyaa aadaafi tuurizimii irratti abbuummaa horatee akka hirmaatu gochuuf hojiiwwaan hubannoo uumuu laafaa ta’uu isaa.
-
Kaayooleen tarsimaa’oon SMBKT haa jiraatuu malee hojii irraa oolchuu bu’aa isaanii madaaluu irratti rakkoofi hanqinnii guddaan kan muldhate ta’uu isaa.
|
Adeemsafi sirna (karoora, hordoffii, gamaaggama, gabaasaafi “MIS”
| -
Karoora waggaa waggaa irratti caasaalee sadarkaan jiran mari’achisuun jirachuu isaa.
| -
Karoora waggaa waggaa irratti caasaalee sadarkaan jiran mari’achisuun yoo jiraatellee karoora GTP waggoota shani irratti caasaalee gadii odoo hin mari’achiifne kan bira dabarame ta’uu isaa.
-
Karoorrii GTP waggoota shani humnaa gadi karoorfamuufi SMBKTn walitti hidhiinsa dhabuun hanqinna guddaa kan qabu ta’uu isaa, akkasumas karoorii wagga waggaa karoora GTP irratti hundaa’uu dhabuu isaa.
-
Karooraan haala ofii hooganamuu ilaalchisee hanga ta’e hanqinni dura ture kan fooyya’e yoo ta’‘ellee karooraafi raawwii hojii hanga Aanaatti walfkeessuufi akkaataa karooratiin raawwachuu irratti hanqinni jirachuu isaa.
-
Karoora tarsimoo waggaa shaniifi karoora waggaa waggaa walsimsisuun gaggeessuu irratti hanqinni jirachuu isaa.
-
Karoora ofii giddugaleessa hingodhanneen haala qabatamaa jiru irratti qopheessuu dhabuu.
|
Karoora
|
Hordoffiifi gamaaggama
|
Sirni hordoffii fi gamaaggamaa sadarkaa adda addaatti jirachuu isaa
| -
Hordoffii fi gamaaggama itti fufiinsa fi qindoomina kan hin qabne ta’uu isaa
-
Sirni hordoffiifi gamaaggamaa caasaalee sadarkaan jiran giddutti geggeefamuu lafaa ta’uu isaa.
-
Sirni Hordoffii fi gamaaggamaa hawaasa sadarkaa hundatti hirmaachisu jiraachuu dhabuu.
-
Bu’a gamaggama raawwiif duub-deebii wayitawaa fi ga’aa kennuu dhabuu
-
Deggarsi ogummaa kennamu quubsaa ta’uu dhiisuu.
|
Gabaasa
|
Gabaasni hojii caasaalee gadiirraa ol Ji'aafi kurmannaan kan ergamu ta’uu isaa.
| -
Gabaasni qulqullina qabuu dhiyaachuu dhabuu.
-
Gabaasa yeroo isaa eeggate erguu dhabuu.
-
Gabaasaa dhiyaatu irratti duubdeebii gahaa ta’e kenamu dhabuu, akkaataa duubdeebii kennameen sirreefamnii taasifamuu isaa irratti hodofiin jiru laafaa ta’uu.
-
Gamagama gabaasaa keessatti tooftaan hanqinnaafi ciminna irratti walirraa baruu ykn muuxannoowwan gaggaarii fudhachuu kan hin jirre ta’uu isaa.
-
Teknoloojii ammayyaatti fayyadamanii odeeffannoo waljijjiiruu irratti hanqinni jiraachuu
|
Sirna Bulchiinsa Odeeffannoo (MIS)
|
| -
Sirnii qunnamtii teeknoolojii odeefannoo ammayyaa caasaalee sadarkaan jiran walqunnamsisuu diriirsuu dhabuu.
-
Qabeenya seektera aadaafi tuurizimii, raawwii hojiifi bu’aan hojii irrati sirni hooggansa ragaa (kuufama ragaa, gurma’insa ragaafi kenniinsa ragaa kkf) kan hin diriirre ta’uu isaa; kanuma irraa kan ka’e bu’aawwanifi milkaa’inna hojii irratti hojii lafarratti hojjetame odoo jiruu ragaan dhabamuu isaa.
|
Hojmaata
| -
Hojmaata hojjechisa ta’e diriiruu isaa
-
Hojmaata alwanta’insa hanga sadarkaa aanaatti diriiruu isaa
| -
JBAHn qoratamee akka itti senamu haataasifamu malee itti fufinsaan sirriitti akka hojiitti jijjiramu gochuu irratti hanqinni guddaan jirachuu isaa.
-
JBAHn qoratame istaandarii barbaachisaa ta’e hunda kan hin guunne ta’uu isaa
|
III. Madda Faayinaansii
|
|
Ittifayyadama Baajataa
|
| -
Karooraan ooganamu dhabbuun qisaasnni bajataafi yeroo jirachuu, baasiifi bu’aan raawwii walsimuu dhabbuu
|
Gahumsa madda faayinaansii.
| -
Qophii gaaffii baajataa dhyieessuun hayyamsisuu irratti fooyya’insii jirachuu.
| -
Hanqinni baajata sadarkaa adda addaatti jiraachuu
-
Baajata mootummmaa ala hawaasa fi qabeenya aadaafi tuurizimii naannichaa irratti hojjechuun madda galii gaha maddisisuu dhabuu,
-
Qaamoota mootummaafi miti-mootummaa adda addaa waliin walitti dhufeenya uumuun madda faayinaasii cimsuun haalaan laafaa ta’uu.
|
IV. Faasiliitiwwan
|
|
|
Waajjira, meeshaa waajjiraa
|
Faasiliitiwwan kan akka waajjiraafi meeshaa waajjiraa sadarkaa Godinaatti jiru kan caasaalee sadarkaa gaditti jiru waliin walbiratti yoo ilaalamu fooyya’aa ta'úu isaa.
| -
Faasilitiin bakka hojii sadarkaa Godinaa fooyya’aa haa ta’uu malee ammas qaawwaan guutamuu qaban hedduun jiraachuu.
-
Aanaalee hedduu keessatti hir’inni waajjiraafi meeshaa hojii irratti rakkoo cimaa uumuu isaa.
-
Waajirichi sadarkaa Godinaafi gaditti konkolaataa kan hin qabane ta’uu. Qabiinsi, ittifayyadamniifi bulchiinsi meeshaalee dadhabaa ta’uu
|
Meeshaalee wal quunamtii
| -
Bakka ga’umsa tuuristii sadii irratti kutaaleen wirtuu odeefannoofi simannaa hundeessuuf hojiin jalqabii jirachuu isaa ykn ijaarsii jiraachuu..
-
Meeshaalee wal quunamtii kan akka bilbila, faaksii, interneetii sadarkaa Biirootti fooyya’aa ta’uu isaa.
| -
Bakka ga’umsa tuuristii sadi qofa irratti ijaarsii haa jiraatuu malee isaanumti sababii hanqinna meeshaatiin hojii eegaluu dhabuu.
-
Paarkootaa ala toora bakkeewwan ga’umsa tuuristiitti hafan kamiyyuu wirtuun odeeffannoo kan hin jirre ta’uu. .
-
Hir’inni meeshaalee walquunamtii sadarkaa Biiroottis hanqinna haa qabaatuu malee sadarkaa godinaafi aanaalee irratti hanqinnii bal’inaan jiraachuu.
-
Sirnna hammayyaa keessatti haalaan barbaachisaa ta’e walqunamtiin neetiwoorkiifi interneettii caasaa BATO keessatti sirriitti diriiree hojii irra ooluu dhabuu,
|
V. Qabeenya humna Namaa
Ogummaafi Dandeettii
|
-
Waajjira Aanaalee hedduu keessatti humni namaa xiqaa ta’ullee, hojii hojjatame gaari ta’u isaa.
-
Humna namaa oogummaafi dandeetti qabu sadarkaa Godinaatti fooyya’aa ta’u isaa.
|
-
Haalii humna namaa walirra fooyya’aa haa ta’uu malee sadarkaa hunddatti hanqinni humna namaa jirachuu isaa.
-
Keessattu gulantaalee hojii beekumsa oggummaa ol’aanaa gaafatu iraatti hanqinni humna namaa jiraachuu
|
Duudhaalee, ilaalchaafi Aadaa hojii
|
| -
Eeggatummaan jiraachuu.
-
Gaggeessaan/ogganaan koo hojii kooti jedhanii yaaduu dhabuu, ykn ilaalchii ittigaafatummaafi abbummaa fudhachuu raawwatoota keessatti laafaa ta’uu,
-
Aadaan hojiifi ilaalchi tajaajiltummaa uummataa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa.
-
Dirqama ofii kallattii barbaadameen osoo hin bahiin mirga ofiitiif falmachuu
-
Akka waliigalatti dhuudhaalee Seektaricha kaa’ame sirritti hubachuun hojii irratti calqiisuu ilaalchisee gaggeesitootaafi raawwatooa biratti hanqinni jiraachuu.
|
Haala mijaawaa naannoo hojii
|
| -
Sadarkaa Godinaa irrattti haalli naannoo hojii hamma tokko kan sadarkaalee gadii irra caalaa fooyya’a yoo ta’ellee.ammayyuu qaawwaan gugurdaan sad.Aanaaleettti duuchamuu qaban hedduun jiraachuu.
-
Mijaa’inni haalli hojii sadarkaa aanaalee hedduu keessatti haalaa dadhabaa ta’uu (hanqinni guddaan kan jiru) ta’uu isaa
|
Hojii misooma qabeenya humna namaa.
|
|
|
Bulchiinsa qabeenya humna namaa.
|
Humna namaa sadarkaa sadarkaan gutachuuf yaaliin godhamu isaa.
Labsii fi danbiileen hojjattoota jiraachuu isaa.
| -
Humna namaa qindeessaanii haalaan itti fayyadamu dhabuu.
-
Labsii fi danbiileen hojjattoota jiraatuullee hojii irra olchuu keessatti sadarkaa adda addaatti seerri kan cabu ta’uu isaa.
|
Madaallii Raawwii
|
|
.
-
Sirni madaalliifi badhaasa raawwii hojii waajiraalee, garee fi hojjettootaa qulqullinna qabaachuu dhabuun biratti jajjabeesituu qabaachuu dhabuun adda dureewwan horachuu irratti hanqinna qabaachuu.
|
Mindaa fi Faayidaa.
|
| -
Kaffaltii miindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa arkisuu dandeessisu jiraachuu dhabuu
|
Turtii hojjataa
|
| -
Ogeessota oggummaa fi dandeettii qabaan hojiirra tursiisuu dadhabuu
|
VI. Kenna Tajaajilaa
|
|
Kenna tajaajilaa
| -
Hojii qormaataa gudinna seenaafi afaan Oromoo irratti gaggeefame akkasumas hawwattoota tuuristii jajjabeessaa ta’uu..
-
Leenjii, deeggarssa oogummaafi gorsa dhaabbilee aadaafi tuurizimii kennuu irratti jalqabiin jiraachuu.
| -
Raabsaafi uuwisni qoodinsaa kitaaboolee manneen kitaabaa uummataaf lafa ta’u isaa.
-
Uwwisni kennaa tajaajilaa fedhii hawaasaa guutu jiraachuu dhabuu isaa
-
Kenni tajaajila siiviil sarvisii sadarkaa barbaadamuun itti quufinsa hawaasaa mirkaneessuu dhabuu
-
Kenniinsi tajaajila harkiifataa fi qulqullina kan hin qabne ta’uu
-
Hojiin piroomishinii ykn tooftaan gabaa tuurizimii qooda fudhatoota kan hin hirmaachifnne ta’uun biratti tooftaan teeknooljii hammayya’aatti ykn ICTtti faayadamuu daraan laafaa ta’uu,
-
Tarsiimoon gaba tuurizimii kan hin jirre ta’uu isaa ykn karoora tarsimaa’aa hooganamuu odoo hin taane haaluma baratameen qofa deemuun jijjiira gudda fiduu dhabuu,
-
Ragaawwan hawwata tuuristti qaama dhimmii ilaalu adda adda biraan ga’uu irratti hanqinnii jiraachuu
-
Ogummaafi humna namaa seektarichaa irratti hanqinnii guddaa seektara dhuunfaafi caasaa mootummaa irratti kan muldhatu ta’uu isaa,
-
Qorannoo irratti hanga ta’ee yaaliin kan taasifame yoo ta’ellee qorannoowwan hanqinna qulqullinnafi ga’umsaa kan qabu qofa osoo hin taane kan bittinnaa’aa ta’eefi giddugaleessatti kan qindeefamne ta’uu isaa,
-
Qulqullinnaafi ga’umsa tajaajila tuuristti daraan gadi aana ta’uu isaa,
-
Bu’uuri misooma tuurizimii gargaaru kan akka daandiifi bishaanii keessattuu bakkeewwan ga’umsa tuuristii baadiyaa fagoo kan laafaa ta’e ykn gonkumaa kan hin jirre ta’uu isaa,
-
Eegumsaafi kunuunsaan hambaaleef qabeenya uumamaa laafaa waan ta’eef misooma ittifufiinsaafi dhalootaaf dabarsuu ilaalchisee yaaddessaa ta’uu isaa. Maappiin maalummaa qabeenyaafi eessatti akka argaman agarsiisu laafaa ta’uu ykn jiraachuu dhabuu,
-
Tarsiimoofi tooftaan qabeenyi uumamaafi aadaa ittiin eegamuufi ittiin hordofamu jiraachuu dhabuu,
-
Karooraafi raawwii isaaratti qooda fudhatoota jiddutti qindoominnaan walgargaarsaafi waliin raawwachuun laafa ta’uu ykn kan hin jirre ta’uu
-
Dhaabileen tajaajila kennan hanqinna hubannoo guddaa kan qaban ta’uu fknf hooteela ijaaruu bira dabranii tajaajila bashananaa sanaan walqabatu mijeessuu dadhabuu irraa kan ka’e tuuristoota tursuu dadhabuu,
|
Ittiquufinsa Tajaajilaa
|
|
Itti quufinsi mammaltootaa hanga barbaadame deemuu dhabuu..
|
Tajaajila si’aayinaa fi saffina
|
| -
Kenninsa tajaajila harkiifataafi qulqullina kan hinqabne ta’uu isaa
-
Istaandaardiin hojii .JBAH qophaa’e hojii irra ooluu dhabuu, kanumti jirus haala qabatamaa yeroo ammaatiin irra deebi’amee fooyya’uu dhabuu.
-
Tajaajilli kennamu fedhii hawaasaa guutaa jiraachuu dhabuu isaa
-
Kenni tajaajila itti quufinsa maamiltootaa mirkaneessuu dhabuu
-
Meeshaaleen jijiiramaa (JBAH, SMBKT,CHL, RJSS fi kkf) deeggaramuu dhabuu
|
Bu’aa qabeessummaa.
|
| -
Qorannoon qabeenya aadaafi tuurizimii fedhii mammiltoota bu’uurfatee hanga barbaadameen ta’uu dhabuu isaa.
|
Sirna komii itti keessumeessamu
|
| -
Sirna komiin itti keessumeessamu dirirsuu dhabuu.
|
Fooyya’iinsaaf Kalaquu.(innovations for improvement)
|
| -
Meeshaaleen jijjiiramaa (JBAH, SFSS) TQOn deeggaramuu dhabuu.
|