Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Garee hoji xiqqaa idileesaa hojii dubartootaa



Yüklə 1 Mb.
səhifə13/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   48
Garee hoji xiqqaa idileesaa hojii dubartootaa

Maal akka Hojjete (What it Does?)

Maaliif Akkassitti Hojjechuu barbaachise (Why it Does that way?)

Haala Raawwii (Well/Poorly)

Maamila

Galtee (Input)

Bu’aa argame (Out Put)




Sakkata’insa Raawwii fi Hordoffii Dhimma Koorniyaa Seektaroota Mootummaa

  • Seektaroota keessatti caasaa dhimma korniyaa akka diriiru gochuu

  • Paakeejii Misoomaa fi Jijjirama Dubartoota Seektaroota Mootummaa Keessatti akka hojii irra oolu hubannoo uumuu

  • Raagaalee korniya irratti xiyyeefataee (Genderdisaggregated Data) Walitti qabuu

  • Seektaroota mootumma keessatti Korniyaan akka idilaa’uuf

  • Dubartoonni dhiiraan wal-qixa fayyadamoo akka ta’aniif

  • Rakkoo ilaalchaa fi hubannoo dhabuu geggessitoota, hojjattota, dubartoota fi kutalee hawaasaa adda addaa bira waan jiruuf

  • Imaammata dhimma

dubartootaa akkaataa sanaan akka hojjatamu waan ka’uuf

  • Garaagarummaa koorniyaa beekuuf gochuuf.

  • Deeggarsa ogummaa kennuuf




  • Seektarootahunda keessattiakkaataa barbadamuuncaasaan diriiree oggeessoonis hin ramadamne.

  • Qindoomni hojii seektaroota waliin jiru laafaadha.

  • Hojii korniyaa hojii idilee isaanii godhatanii akka hojjatan

  • Seektaroota hundaafuu gama hundaan deeggarsaa fi hordoffiin taasifamaa ture itti fufiinsa kan hin qabneefi laafadha


Seektarootaa mootummaa

  • Fedhii seektaroonni qaban

  • Heera mootummaa,Imaammata dhimma dubartootaa, Seeroota,

  • Paakeejii Misoomaa fi Jijjiirama Dubartootaa,

  • Qajeelfamoota

  • Waliigalteewwan addunyaa dhimma dubartootaafi daa’immanii biyyi keenya mallatteessite




  • Garaagarummaa korniyaa




  • Seektaroota muraasa keessatti caasaan dhimma korniyaa diriiree, oggessoonni ramadaman

  • Manneen hojii korniyaa idileesuuf karoorfatan




Qindeessaa Dhimma koorniyaa Dhaabbilee Miti-Mootummaa, Ummataa fi Waldaalee Hawaasaa

  • project dhaabbilee Miti-Mootummaa, Ummataa fi Waldaalee Hawaasaa irraa dhuufan mirkaneessu

  • dhaabbilee miti-mootummaa deeggaruu fi madaaluu

  • Fooramii Net workii dhaabbilee Miti- Mootummaa fi

projektoota Dhaabuu

  • Prorojektiin isaanii bu’aa fi faayidaa dubartootaa kan of keessaa qabuufi imaammataa mootummaa waliin deemuusaa mirkaneeffachuuf

  • akkaataa karoorfameen raawwatamuusaa mirkaneeffachuuf

  • rakkoo raawwiirratti quunname sirreessuuf

  • bu’aafi jijjiirama projektichi dubartootaaf buusee madaaluuf

  • hariiroo hojii gaarii umuuf

  • Dubartoota caalmaatti fayyadamtoota projektichaa taasisuuf

  • Irra daddeebbii hojii (dipulication of efforts) hambisuuf

  • dhaabbilee fedhiidhaan dhufan qofaaf mirkanaa’aa kan turee fi hanga guyyaa 15 kan fudhatu ta’uusaa

  • qorannoo projektoota dhaabbilee Miti-mootumman gaggeessan irratti gaheen manni hojiichaa qabu xiqqaadha

  • Dhaabbileen miti-mootummaa dubartootaarratti hojjetan hunda adda bahanii hin beekaman

  • Quunnamtiin hojii qaama dhaabbilee miti mootummaa hordofan waliin jiru laafadha

  • Madaallii Hordoffiifi deeggarsi taasifamaa ture karooraan kan hin deeggaramnedha

  • Madaalliin dhumaa (Terminal evaluation) kan raawwatamu gaaffii dhaabbileerraa dhiyaatuun ture

  • Waltajjiin Umamullee fooramichii sababa harcaatiin baay’ateef dhaabbachuu hin dandeenye

  • Irra deddeebbiin hojii jiraachuufi jiraachuu dhabuusaa adda bahee hin kaa’amne

  • Fooramiin sadarkaa Godinaafi magaalotaatti dhaabbate ittifufiinsaa hojjechuurratti harca’insi jiraachuu



Dhaabbilee miti-Mootummaa ummataa fi Waldaalee Hawaasaa


  • Imaammata dhimma dubartootaa Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)

  • Maandeetii Biiroo

  • Qajeelfama dhaabbilee Miti-Mootummaa (NGOs Guideline)

  • Karoora waggaa(Action Plan)

  • Fedhii mootummaa

  • Fedhii dhaabbilee Miti-mootummaa

  • Projektoota dhaabbilee miti-Mootummaa mirkanaan

  • Dubartoota fayyadamoota ta’an

  • Walitti dhufeenya hojii uumamee

  • Maadaalli dhumaa taasifame

  • Hordoffii taasifamee

  • Walitti dhufeenyaan hojii hojjetame

  • Fooramii muraasa sadarkaa godinaa fi

magaalotaatti ijaarame




Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin