Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Qaama Bu’aa Madaallii Mirkaneessu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə15/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   67

Qaama Bu’aa Madaallii Mirkaneessu


Bu’aan madaallii koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa sadarkaan jiruun qindaa’ee dhiyaate akka armaan gadiitti mirkanaa’a.

  • Bu’aan madaallii Qonnaalee koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa Qonnaaleetiin erga ilaalamee sirreeffamni itti kennamee booda manajimantii Qonnaaleetiif dhiyaatee yaadni irratti kennamee manajimantii Qonnaaleetiin mirkanaa’a.

  • Bu’aan madaallii Dameelee koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa Dameeleetiin erga ilaalamee sirreeffamni itti kennamee booda manajimantii Dameeleetiif dhiyaatee yaadni irratti kennamee manajimantii Dameeleetiin mirkanaa’a.

  • Dhuma irratti Bu’aan madaallii koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa intarpiraayizichaatti erga ilaalamee sirreeffamni itti kennamee booda manajimantii ol’aanaa Intarpirayizichaatiin ni mirkanaa’a.



    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin