Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Yeroo Madaalliin Itti Gaggeeffamu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə17/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   67

Yeroo Madaalliin Itti Gaggeeffamu


Sadarkaa hundatti madaalliin waggaatti al-lama kan gaggeeffamu yammuu ta’u, inni jalqabaa Adoolessaa 1 hanga Muddee 30tti yommuu ta’u, inni 2ffaa immoo Ammajjii 1 hanga Waxabajjii 30tti ta’a. Raawwiin isaas bu’aalee raawwii irratti argaman bu’uura godhachuudhaan ta’ee sadarkaa sadarkaan madaallichi yeroon itti hojii irra oolu qajeelfamaa irratti kan ibsamu ta’a.

    1. Kenniinsa Qabxii Sirna Madaallii Qindaa’aa Bu’aa Irratti xiyyeeffate


Kenniinsi qabxii akkuma ulaagaalee madaallii kaa’ameetti kan hojjetamu ta’ee madda ragaalee hundaa qindeessanii itti fayyadamuudhaan madaallii gaggeessuu fi bu’aan waliigalaas %100 keessaa kan qabamu dha. Bu’ura kanaan haallii fi tartiibni raawwii ibsaa fi kenniinsa qabxii madaallii haala armaan gadiin hojii irra oola.

      1. Yüklə 487,08 Kb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin