Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Xiinxala haala waliigalaa humna ijaarsaa IIDO fi dorgomtoota biroo (dhaabbiilee miisomaa motummaa fi dhaabbilee dhunfaa)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə11/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   84
Xiinxala haala waliigalaa humna ijaarsaa IIDO fi dorgomtoota biroo (dhaabbiilee miisomaa motummaa fi dhaabbilee dhunfaa)

Akkuma gabatee lakkofsa 6 kana gadiitti ilaalamuttii, kallattiiwwan madaallii humna dhaaboota ijaarsaa agarsiisu danda’aan kan akka gatii ijaarsaa, kaapiitaala hojii, qabeenya (maashinarii, ikkupimantii fi kkf), qabeenya humna namaa fi muxannoo hojii irratti hundaa’un haallii IIDO irra jiru agarsiisuf yaalameera. Xiinxalli kana keessatti dhaabbiileen ijaarsaa dhunfaa fi kan motummaa sadarkaa heeyyama ijaarsaa tokkoffaa qaban kudhanii ol ta’aan hammatamanii jiru. Xiinxallii taasifamee kana keessatti gatii ijaarsaa waliin walqabatee fudhatamee, daandiiwwan barreen dhihoo asiitti ijaarraman fi yeroo gatiin meeshaalee ijaarsaa adda addummaa gatii bara tokko kan biraa irraa waliirraa hinfagaanee keessattii daandiiwwan ijaaramanii irraayi.

Dhuma irrattis, gabatee kana keessatti maqaan gabaajeen barreefaman kan agarsiisan 1. IIDO (Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwanii Oromiyaa) 2. DHMM (Dhaabbata Miisoomaa Motummaa) fi 3. DHIDH (Dhaabbata Ijaarsaa Dhunfaa) jeechu akka ta’ee hubachiisu barbaanna.



Gabatee-6


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin